waan bareedaa/hawwataa (garuu qulqullina kan hin qabne) - flashywaan bareedaa/hawwataa (garuu qulqullina kan hin qabne)
waawweeni; waawwoo ni; (of hyena) humbua buta
waiterkeessummeessisa, keessummeessitu
wallgoorroo, dadaa, gidaaraa
wallpaperbifgarduubee fooddaa
wara'aroofta; wintaha toofta; n. (thing) qeetii ni;
wardrobekabata, wancarii, ansaada
warning messagedhaamsa eeggannoo
wastefulafoollessaa, afoollessituu, baraaxxuu, firfirstuu
watch (wrist)sa'aatii harka
water bottle, canteenkoddaa
water pollutionfaalama bishaanii
waterfallfincaa'aa, gootuu, xinniqee
watermarksaxaatoo golgolaa'aa
watermelonluxxee, habaaba
weakdadhabaa, dadhabduu, kokottaa'aa, kokottooftuu, muyoo
weather conditionamaleensa
Web authorbarreessaa saphaphuu
Web browseriyya'aa saphaphuu
Web componentsqaamota saphaphuu
Web discussionmarii saphaphuu
Web folderukaankaa saphaphuu
Web Helpgargaaraa saphaphuu
Web publishingmaxxansa saphaphuu
Web siteiddoola saphaphuu
Web Tutorialirra bahiinsa saphaphuu
Web............ saaphaphuu
weedhuura, aramaa, buuchaa, dobaa, tusii
weekendsanbata fi dilbata
welcomebaga nagaa dhuftan
westlixa, dhiha, ilgalchuu
What's Newmaaltu haarawa?
whenever??yoommu??kamittiyyu/yeroohundaa
who, which (rel. pron.)kan, tan
wick (candle or stove)fo'aa
wifeniti, haadha manaa, jaartii
wild animalsbineensoota alaa
wildcardturbaa abbaalaa (abbaltii alaa)
wind (moving air)qilleensa, bubbisa
window borderhandaara foddaa
window cornerxiyyoo foddaa
window sizehagamtaa foddaa
window titlemataduree foddaa
Windows Explorereksipiloorerii windoo
Windows Setupqindaa'ina foddaa
wingbaallee, gofla, goblaa, koochoo, kola
wiseaaqila, ogeessa, ogeettii, qaroo
wishabbala, fedhii, hawwii
withwajjin, waliin, duukaa
with pleasuregammaccuu wajjin
womannitinaayee, dubartii, gennee, nadheen
wood beetleqiinqee, qiinqani
Word Countlakkoofsa jechaa
word processinghujeessa jecha
word processorhujeessaa jecha
work offlinehojii sargatoo
workgroup information filefaayilii odeeffanno garee hojii
working directorygaleeloo hojii
World Wide Websaphaphuu addunyaa maraa(SAM)
wornout cloth(es) wadaaree ni
worn, worn outbututaa, moofaa
woundedmadaa'aa, madooftuu
Wrap to windowfoddatti daangessii
write-onlybarressuuf qofa
write-protectedhayyisa barreessaa
Sabon saba
Hojiin hojjettame kun,Hamma Oromoon Biyya Lafaa kanarra jiraatutti Lubbuu qabaatte jiraata.Namoonnii sababa rakkoo adda addaattiif carraa barnootaa dhabanii turan amma haala gaariin Barachuuf mijateraf. Afaan keenyan Olmaan Adduunya kessa jirtuus bifa salphaa ta’een horduu dandeenya. Namoonnii Dhimma kanarratti hojjechaa jirtan Gatiin kessaan Guddaadha. jabaadha. waan itti dabalamuu immoo isinniyyuu beektu.
1,sagaleedhan
2.Gafaa Barreeffama Scaan gara Afaan keenyattii jijjiruu fi wantii hojjetamuu qabu hundii akka nuuf furamu.
3.Haala hiikaan isaa google translet irraatti xiqqoo in hafata jedheen yaada .namnii tokko barreefama gara Afaan Barbaade tokkiitti hiikkachuuf ,jalqaba afaan Engliffaan Adda hin baafanne rakkoo qaba.
Galatooma.