r¨«sum¨«galmee eenyummaa
rabbitilleettii, illeensa
radioraadiyoonii, raadiyoo
radio buttonqabduu raadiyoo
Range namemoggaasa daangaa
range............hammanga
razorhaaduu, shiggiree, qarabaa
read-onlydubbisqofaa (DQ)
read-only file systemsirna faayilii dubbisqofaa
read-writedubbis-barreessi (DB)
Reading Panefooddaa dubbisaa
README filefaayilii NADUBIS
ready, preparedqophaa'aa, qixaa'aa
Recalculatelamuu herreegi
receptionistkeessummeessituu
recognizeqalbifachuu, hubachuu
Record pointerakeektuu galmee
record sourcemadda kuusaa
Reduce iconsajoo xinneessi
reference...........irkoo
reflectionbalaqqee, calanqeettii
Refresh Datadeetaa haaromsi
Refresh everyhunda haaromsi
refugeekooluu-galaa, kooluu-galtuu
region selectionfilannoo murta??aa
registered trademarkmallattoo galmaa??ina daldalaa
registered userfayyadamaa galmaa??e
registration n.masagaba i (Amh.)
release notesyaadanno baasuu
reliableabdachiisaa, amanamaa
rely on v. abda, abdita; hirkadhakatta
remote accessgahiinsa fagoo
Repeat keyfurtuu irra deebii
Restore buttonqaabdoo bakkaddeebisi
result, outcomebu'aa, bahii
retiredsoorama kan ba'e, soorama baye jira
Return addressteessoo deebii
revision marksmallattoo wayyeessaa
RGBDMC (dimaa-magariisa-cuquliisa)
Rich Text Format (RTF)RTF
rich-text boxsanduuqa barruu qabaataa
right-to-leftmirgaa bitaatti
right-to-left supportgargaarsa mirgaa-bitaa
ringqubeelaa, qubee, hogee
risarifta; xoolaga laadda
road, streetkaraa, daandii, boochoo
rockkattaa, qarsaa, qassoo, qa'oo
roofgardaaffoo, diikkaa, soraa, awayaata
room, part, divisionkutaa
root directoryhundee galeeloo
root folderukaankaa hundee
Root volumewixina qabeentaa
ropefunyoo, haada, madhaa
rotten, spoiledtortoraa, tortortuu, samaa, samtuu
roughness n. karanchaa ni
round-aboutadabaabaayi, addababa'ii
rudealgala, addaggee, baalbaasee, saragee
ruler (measuring)sarartuu, bo'eessaa
rumorhasaasa, jette-jettee
rumourmonger n.odeessaa ni
Sabon saba
Hojiin hojjettame kun,Hamma Oromoon Biyya Lafaa kanarra jiraatutti Lubbuu qabaatte jiraata.Namoonnii sababa rakkoo adda addaattiif carraa barnootaa dhabanii turan amma haala gaariin Barachuuf mijateraf. Afaan keenyan Olmaan Adduunya kessa jirtuus bifa salphaa ta’een horduu dandeenya. Namoonnii Dhimma kanarratti hojjechaa jirtan Gatiin kessaan Guddaadha. jabaadha. waan itti dabalamuu immoo isinniyyuu beektu.
1,sagaleedhan
2.Gafaa Barreeffama Scaan gara Afaan keenyattii jijjiruu fi wantii hojjetamuu qabu hundii akka nuuf furamu.
3.Haala hiikaan isaa google translet irraatti xiqqoo in hafata jedheen yaada .namnii tokko barreefama gara Afaan Barbaade tokkiitti hiikkachuuf ,jalqaba afaan Engliffaan Adda hin baafanne rakkoo qaba.
Galatooma.