hafura baafadhaatta (Orom.); rafa rafta
halfwalakkaa, tokko lamaffaa
handsomeshaggaa, bareedaa, miidhagaa
hanging indentgalumsa fannoo
harassmentcinqursaa, roorroo
harcahacaata; facaha caata;
hard disk spaceiddoo baxxee jabaa
Hard page breakfuula geeddartuu hindeebinee
hat, capkooffiyyaa, qoobii
header..............irraantoo
heading styleakkaataa mataduree
health centerbufata fayya
healthyfayyaaleessa, fayyaaleettii
help (n)gargaarsa, deggersa, hirpha
Help and Supportgargarsafi deeggarsa
help buttonqabduu gargaarsaa
Help Filefayilii gargaarsaa
help indexkasaa gargaarsaa
help topicmataduree gargaarsa
henceforthamma irraa qabee, gara fulduraatti
her (obj.)ishee, isee, ishii, isii
her, hers (possesive)ishee, isee, ishii, isii
Hidden codelakkaddaa dhokataa
Hidden filefaayilii dhokataa
hidden textbarruu dhokataa
Hide Detailsliixxaa dhoksi
hierarchical directorgaleeloo sadarkaawa
hierarchical selectionfilmata sadarkaawa
High densityrukkina cimaa
high prioritydursa ol??aanaa
high resolutionrukkaa gudaa
highlighted commandajaja shoolame
hilltulluu, gaara, daabbaa
hillygaareen baayyee qaba
hold back v. gunufadha fatta
hold down a buttonqabduu gaqqabi
hollahollita; boolaa loofta; facanaha noofta; n. urachaa ni; urata i
hollow v. make facaneessasita; dhaamaha moofta;
home directorygaleeloo manataa
home pagefuula manata saphaphuu
honestamanamaa, kan dhugaa dubbatu
honor, respectkabajaa, ulfina, tabaroo
horizontal scrollmarfata sardalaa
horizontal scroll barkabala marfata sardalaa
horrahorta; ribeessa sita; sabaaqa baaxxa; taaba taabda
horribleqaxaxii, rifachiisaa, balaa'amaa
hour formatdhangii sa'aatii
hourlysa'atii sa'atiidhaan
how (rel. pron.)akkamitti
http://archive.org/details/englishboranaworOOsteg
hubadhabatta; qorqoradha ratta
husbandabbaa manaa, dhirsa, jaarsa
hyperlink addressteesso geessituu
hyperlink.................geessituu
hypocritefarangagaa, oftuulaa, oftuultuu, boogganaa, booggantuu, ofjajaa, ofjajjuu
Sabon saba
Hojiin hojjettame kun,Hamma Oromoon Biyya Lafaa kanarra jiraatutti Lubbuu qabaatte jiraata.Namoonnii sababa rakkoo adda addaattiif carraa barnootaa dhabanii turan amma haala gaariin Barachuuf mijateraf. Afaan keenyan Olmaan Adduunya kessa jirtuus bifa salphaa ta’een horduu dandeenya. Namoonnii Dhimma kanarratti hojjechaa jirtan Gatiin kessaan Guddaadha. jabaadha. waan itti dabalamuu immoo isinniyyuu beektu.
1,sagaleedhan
2.Gafaa Barreeffama Scaan gara Afaan keenyattii jijjiruu fi wantii hojjetamuu qabu hundii akka nuuf furamu.
3.Haala hiikaan isaa google translet irraatti xiqqoo in hafata jedheen yaada .namnii tokko barreefama gara Afaan Barbaade tokkiitti hiikkachuuf ,jalqaba afaan Engliffaan Adda hin baafanne rakkoo qaba.
Galatooma.