Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo yeroo ammaa dhibbeentaa 92(92%) irra kan jiru tahus, Afaan Oromoo yeroo ammaa tajaajila hiikkaa Afaanota hojii Feesbuukii kennuu jalqabe.

Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa Feesbuukii | Maxxansa Feesbuukii Afaan Hedduu Yeroo tokko Maxxansuu

1 COMMENT

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here