Afaan Oromo Online| Barnoota Afaan Oromoo

Afaan Oromoo toorarratti barachuuf kanneen barbaaddan Odeeffannoo fi Meeshaalee Deeggarsa Barnoota Afaan Oromoo marsariitii keenyarraa argattanitti dhimma baatanii yeroo gabaabaa keessatti Afaan Oromoo keessan fooyyeffachuu ni dandeessu.

2
7932

Toora Barnoota Afaan Oromoo[afaan-oromoo.com]
******************************************
Afaan Oromoo toorarratti barachuuf kanneen barbaaddan Odeeffannoo fi Meeshaalee Deeggarsa Barnoota Afaan Oromoo marsariitii keenyarraa argattanitti dhimma baatanii yeroo gabaabaa keessatti Afaan Oromoo keessan fooyyeffachuu ni dandeessu.
Marsariitiin keenya daa’imman, dargaggootaafi Hawaasni keenya Biyya keessaa fi Idil-Addunyaa Afaan Oromoo barachuu barbaadu kan biyya kamiinuu jiraatu fageenyaafi yeroon osoo hin daangessine Afaan Oromoo akka baratuuf yaadamee kan qophaayeedha.

Kaayyoon keenya Barnoota BILISAA[Online Free Tutor] hawaasa Afaan Oromoo barachuu barbaadu kamiiyyuu daangaa fageenyaa fi yerootiin malee yeroo barbaadetti barachuu akka danda’u gochuudha.

 

 

 

2 COMMENTS

    • Hojiin hojjettame kun,Hamma Oromoon Biyya Lafaa kanarra jiraatutti Lubbuu qabaatte jiraata.Namoonnii sababa rakkoo adda addaattiif carraa barnootaa dhabanii turan amma haala gaariin Barachuuf mijateraf. Afaan keenyan Olmaan Adduunya kessa jirtuus bifa salphaa ta’een horduu dandeenya. Namoonnii Dhimma kanarratti hojjechaa jirtan Gatiin kessaan Guddaadha. jabaadha. waan itti dabalamuu immoo isinniyyuu beektu.
      1,sagaleedhan
      2.Gafaa Barreeffama Scaan gara Afaan keenyattii jijjiruu fi wantii hojjetamuu qabu hundii akka nuuf furamu.
      3.Haala hiikaan isaa google translet irraatti xiqqoo in hafata jedheen yaada .namnii tokko barreefama gara Afaan Barbaade tokkiitti hiikkachuuf ,jalqaba afaan Engliffaan Adda hin baafanne rakkoo qaba.
      Galatooma.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here