Beeksisa tokko isiniif qooduun barbaade. Yeroo ammaa kana barruu harkaan barreeffameef ykn suuraa barreeffama harkaan barreeffame Fakkaattii Amaloota Optikaalaa hubachiisu (Optical Character Recognition models -OCR) fooyyessuuf duula #ShareYourScript gaggeessaa jirra.

#GoogleCrowdsource fayyadamtoonni suuraa barreeffama harkaan barreeffame afaan dhaloota isaaniitiin akka gumaachan duula #ShareYourScript eegaleera.
Kunis Fakkaattii Amaloota Optikaalaa hubachiisu(Optical Character Recognition models) kanneen oomishaalee akka Google Leensiif humna kennan kan fooyyessuudha.

#GoogleCrowdsource ተጠቃሚዎች እንደ ጎግል ሌንስ ያሉ ምርቶችን የሚያመነጩትን በእጅ የተጻፈ ጽሑፍ ምስሎችን እንዲያበረክቱ የ#ShareYourScript ዘመቻን እየጀመረ ነው።

 

#GoogleCrowdsource is kicking off the #ShareYourScript campaign for users to contribute images of handwritten text in their native language which will improve Optical Character Recognition models that power products like Google Lens.

Image

Yeroo ammaa duula kana keessatti afaanota 2 qofa (Amaaraafi Faransaayi Afrikaa) Afrikaa irraa qabna, garuu duula gara fuula duraatti, kanneen biroo (Afaan Oromoo ) fa’as itti dabaluu barbaanna.

Miseensota Garee keenyaa(Google Crowdsource – Ethiopia) kanneen Afaan Amaaraa dubbatan duula kana irratti akka hirmaatan affeeruun barbaadna.
– Waa’ee Crowdsource fi duula kanaa caalaatti itti himuuf sagantaa toora interneetaan (virtual) qopheessuu yaadameera.
Kunis taatee(event) hawaasa Crowdsource keenya isa jalqabaa ta’a!

Hubachiisa saffisaa:– Yoo unka galmee duula filannoo asii gadii yoo guuttan ykn namoota biroof qoodaa jirtan ta’e, maaloo “Maqaa Nama isin Affeeree ” akka armaan gadiitti guutaa.

Quick note– If you’re sharing the campaign sign-up form or signing up, please write the name of the person who invited you in the “Referred by” question.

ፈጣን ማስታወሻ፡ የዘመቻ ምዝገባ ቅጹን እያጋሩ ወይም እየተመዘገቡ ከሆነ፣ እባኮትን የጋበዘዎትን ሰው ስም በ”የተጠቀሰው” ይፃፉ።

👉Asitti galmaa’aa: https://goo.gle/sys-2022

👉Sign-up here: goo.gle/sys-2022

👉እዚህ ይመዝገቡ፡ https://goo.gle/sys-2022

Don’t forget to join us on:
#Twitter 👇
https://twitter.com/CrowdsourceEt

#Facebook Group 👇
https://www.facebook.com/groups/google.crowdsource.ethiopia/

Maxxxansi keessan ammoo ramaddiillee bebbeekkamoo garee kanaa jala akka galan Iyyaatoo(Hash Tag) asii gadii fayyadamaa

#AfaanOromoo #abdisabancha #GoogleTranslation #abdisabanchajara #AfaanOromo #googlecrowdsourceethiopia #Oromo #hiikkaaafaanoromoo

GALATOOMAA | THANK YOU  | አመሰግናለሁ
Google Crowdsource – Ethiopia

1 COMMENT

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here