Jechootni Koompitaraa Afaan Oromoo Qo’annoofi Qorannoo hayyootattiin hojjataman akka armaan gadiiti hiikamaa jiru, hojittis jijjiiramaa jira. Haala itti fayyadamaafi raabsuu irrattis hojjachaa jirra.

 

pointer–akeektuu, qaree
keyboard–gabatee cuqoo
mouse–hantuttee
personal comp—koompitara matayyaa
Desktop computer– koompuutara minjaalawaa
Laptop computer—koomputara koyaa
button–qabduu
press and hold–dhiibii turi
screen–argii
hard disk–baxxee jabaa
icon–sajoo
tools–meeshaalee
bulk–bal’aa
inactive–hadoodaa/dunquqqaayaa
active —kaka’aa
profile–danaa
privacy—mateenya
laptop—koyaa
palmtop–qubganaa
model–ilaallata
mode–haalata
mix–maki
modify–fooyyessi
monitor–torgii
move–siqsi                                   account–Eenummeessaa
accuracy–sirrina
action—gocha
activate–kakaasi
across– gamaa-gamana
alias—maqbiroo
agent–iddoomaa
allignment–hiriira
allow—hayyami
reject–didi/hon hayyamin
alter—jijjiiri
always on top–yoomirroo
allocate—ramadi
argument–qajeelfama
arround—maddii
cable– haada
mouse–hantuuttee
backup–kuufama eeggannoo
setting–ijaarsa
about phone–waa’ee qafoo
window—-fooddaa
update—-haaromsi
restart–cufii bani
install–ijaari
uninstall–diigi
restart&install–cufii ijaarii bani
upgrade—ol guddisi
evaluation–maddaalliiremote–fageenya
reject—didi
confirm–mirkaneessi
smart phone—qafoo ammayyaawaa
site–iddoola
skip–utaali
slash–haxarroo
single click–cuqaasa altokkee
single-sided disk–baxxee gartokkee
shortcut–qaxxaamura
menu–baafata
image–calaqqee

 

 

side bar– kabala moggaa

share–yagutoomsi/hiri//raabsi                                                                             setting–qindaa’ina
setup–qindeessi
shade–gaaddiseessi
pack–qarqaba
session–tursa
set–qindeessi
series–walfaannee
separator–foo’aa
optional–dirqalee
option–dirqala
original–xabboo
overlap–walirra
setting… Qindaa’ina

public–hundumaaf
private–dhuunfaa
only me–ana qofa
publish–maxxansi
tag–iyyaatoo
local–naannoo
list–tarree
dictionary–Jechiikaa
custom–maamiloo
install–ijaari
customize–maamileessi
cut and paste–murii maxxansi
disable–dhaamsi
sort–foo’iinsa
directory–galeeloo
developer–dagaagsaa/ijaaraa
menu—baafata
drop-down–gadbuusaa
arrow—–xiyya
feedback–duubdeebii
text—barruu
jump–utaali
in-line–sarkee
configure–qindeessuu
router—duuffisaa
adapter–amanfataa
broadband– baandii baldhaa
connection–waliindha
manual–hujeeka
interface–fuula/walsima
recover–bayyanachiisuu
download–naqadhu
install—-ijaari
freeware–moosajii tolaa
browse–sakatta’i
status–haalojii
preview–durargii
review–keeddebii
primary–dursaa
press–dhiibi
upload–olfe’i
album–kuusaa
tag—iyyaatoo
editor–gulaalaa
pause–afuurfannoo
window–fooddaa
resume–itti fufi
notification–yaadachiisa
maybe—-akka tasaa
decline—diddaa
tab—-cancala
synchronize-walsimsiisi
synonyms–moggoo
syntax—caasima
feature—amala

 

undo—gaabbi
default–duraantoon
style—akkaataa
recent–amsiiqa
collapse–qoncoorsi
next—itti aanee
web–saphaphuu
web site–iddoola saphaphuu
view–muldhannoo
cookies–kuusyaadannoo
feed–soorachiisa
contact–qunnamtii
flash–balaqqee
live–sududan
qoute–caqasa
platform–hujeffannoo
domain–qayee
disable–dhaamsi
session–tursa
abdon–gati
abort–kuti
action–gocha
active–ka’aa
add–ida’i
setup–qindeessi
address–teessoo
advance–olaansi
affect–dhibeessi
agent–iddoomaa
alias–maqbiroo
nickname–maqmasoo
arc–golboo
archive–haddarsa
arround–maddii
arrenge–qindeessi
array–warraantoo
argument–qajeelfama
arrow–xiyya
assign–ramadi
attach–miiltessi
asterisk–urjii
device–meeshaa
audio–dhageettii
auto–ofnaa
automate–ofumeessaa

 

 

oroict.com

Yaada qabdan maxxansa kana jalatti nuuf barreessaa

8 COMMENTS

  1. Do =godhi/huji ,undo=hin godhin /hin Hojin
    Disable =dadhabsiisi/sakaali/dhaabsisi qoocarsu.
    Install =buusi/suuqadhu/maxxanfadhu /fe’achuu(download for file ,install for apps)
    Collapse =diiguu,facaasuu(destroy)
    Privacy =icciitii/dhimdhuunfaa
    File =Galmee(for both registration and record)

  2. Waan baay’ee nama gammachiisudha jabaadhaa hojjadhaa! Warra akka carraa kana argannuuf aarsaa kanfalaniif galanni isaanii kayyoo isaanii galmaan ga’uudhaa! Garuummoo hojiin kun hanqina hin qabu jechuu mitii ammas ni hafaa irra deebi’aatii ilaalaa.

  3. Hedduu nama gammachiisa. Abjuukoo yeroo dheeraatu naaf milkaa’aa jira. Kana arguukootti baay’een gammada. Fuuldurattillee kana caalaa waan itti fufuu male kun. Galatoomaa!
    Seenaan isin yaadata.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here