Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

Jechootni Koompitaraa Afaan Oromoo Qo’annoofi Qorannoo hayyootattiin hojjataman akka armaan gadiiti hiikamaa jiru, hojittis jijjiiramaa jira. Haala itti fayyadamaafi raabsuu irrattis hojjachaa jirra.

Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa eegalee hanga dhaabbilee barnoota olaanaatti...

Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

Introduction It has become evident since recently that the Oromo across religious, political and geographical boundaries have converged together in celebrating an annual ritual/festival called...

Hiikkaa Jechootaa Afaan Oromoo

There are currently 69 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter J.
J

j civet cat n.
qirinjii ni

j clatter v.
dhachisa chifta

jabaa, jabduu, jaboo; (pi.) jajjabaa; (adj.)
wadalla

jackal
wangoo, sardiida, jeedala

jackal n.
gedala ti

jacket
jaakeettii

jagged line
sarsaka

jala mura
rta

jammed
hudhame

janitor
qulqulleessituu

January (9th-Feb. 7)
Amajjii

jar
huuroo

Java
Jaavaa

jaw
a'ama, mangaagaa

jaw n.
boqoo ni

jawbone n.
lafee boqoo; dhamna; ndaa ni

jcome together v.
naanaha noofta; walda'a deeta

jcompanion n.
garayyuu ni; flra i; tolaa; miila i; waheela i

jcompassion n.
bojuu ni

jcompel v.
gibirsa siifta; mitissa sifta

jealous, be v.
hinaafa fta; xxisa xxifta;

jealousy n.
hinaafaa ni; qoxxee ni

jerrycan
saafiiyaa

jerrycan n.
litaa ni (Ital.)

jewellery
faayaa meetii

jibba
jibbita; qoxxisa xxifta

jigger n.
(Amh.) dhuudhuu ni; (Swa.) moyaalee ni; tafii

jingle v.
qilisa lifta

Job
hojii

job (n)
jiruu, hojii, dalagaa

Job control
to‹??annaa hojii

job n.
hujii ni

job queue
hiriira hojii

job title
maqaa ramaddii hojii

job.....
hojii

jog v.
gulufa fta; sagarra rta

join
walqaba

join together v.
walti dhi'eesa sita; fafa fta; fufa fufta; takhaala lta

join...
walqaba

joint (of bone) n.
gawwee ni; (of hip) n. luqee ni

joint n.
mitaa ni

joint pain n.
qiiqee ni

joke
qoosaa, baacoo, falqa seekoo

joke v.
balqa ita; kobla koblita; kofalta; n. kobla i; qoosa qooca;

journal
kitaabbee

journal entry
galmee kitaabbee

journalist
gaazexessaa, galaalchaa

journery, trip
deemsa, imala

joystick
hunda caancalaa

JPEG format
dhangii JPEG

jstify v.
qulleefadha fatta; qulqulleefadha fatta

judge (n)
baahira, daanyaa, doorii

jug
ninniga

juice
cuunfaa, cimmiiga

July (8th-Aug. 6)
Adoolessa

jump
utaali

jump....
utaali

jumper
utaalchisaa

June (8th-July 7)
Waxabajjii

jungle
bosona, caakkaa, huuruma

juniper
mi'eessaa

junk
shokorkota, hanshaafa, haafa

Junk Mail
dhaamsa gatoo

jury
salganee

justice, judgment
haqa

justification
qixxeessa

Justify
qixeessi

justify.....
qixxeessi


Submit a Word(Jecha)

Nu Hordofaa

60,066FansLike
669FollowersFollow
2,865,450FollowersFollow
0FollowersFollow
3,180SubscribersSubscribe

Hamma Daawwatame

Daawwattoota

2 2 3 0 9 3
Views Today : 119
Views Yesterday : 610
Views Last 7 days : 3067
Views Last 30 days : 14710
Views This Year : 55455
Total views : 2318199
Who's Online : 0

Faayidaa Afoola Oromoo

Gosoota jechootaa

Hiika Jechootaa

Afoola Oromoo

Xalayaa Jibbaa