Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

Jechootni Koompitaraa Afaan Oromoo Qo’annoofi Qorannoo hayyootattiin hojjataman akka armaan gadiiti hiikamaa jiru, hojittis jijjiiramaa jira. Haala itti fayyadamaafi raabsuu irrattis hojjachaa jirra.

Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa eegalee hanga dhaabbilee barnoota olaanaatti...

Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

Introduction It has become evident since recently that the Oromo across religious, political and geographical boundaries have converged together in celebrating an annual ritual/festival called...

Hiikkaa Jechootaa Afaan Oromoo

There are currently 54 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter K.
K

kaayoo
ni; (good or bad) faroo ni

kale, spinach
qoosxaa

kammaha
maata; labaha boofta; qodhabaha boofta;

Katakana
katakanaa

KB
kuuda

keep
kaa‹??i

keep....
ka'i

keessaa guura

kernel
killata

kerning
rukkina

kerning table
gabatee rukkinaa

kerosene
kerosiinii, laambaa, gaasii adii

kettle
jabanaa

key
bantuu, hiiktuu, qulfii, furtuu, danqaroo

key combination
idaatii furtuu

key.....
furtuu

Key................
furtuu

Keyboard
gabatee cuqoo

keyboard layout
teessuma gabatee cuqoo

Keyboard logger
loogessaa cuqoo

keyboard.....
gabatee cuqoo

Keyboard......
gabatee cuqoo

keyboard............
gabatee furtuu

keypad
cuqoo lakkoofsaa

keypad.....
cuqoo lakkoofsaa

Keypad........
gabatee lakkoofsaa

keystroke
furtuu rukutaa

keyword
jefuraa

keyword search
barbaacha jefuraa

keyword.....
jefura

kiba
kibda; qarqaara rta; gargaara rta; saaba bda; utuba utubda;

kidney
kalee

kiliwee
ni; malbee ni; malkaa ni; mudhii ni;

kill
dhaabi

kill........
dhaabi

Kill/stop........
Dhaabi

kind, generous
arjaa, arjoomaa, arjoomtuu, balchaa

king
mootii

kiss (n)
dhungoo

kitchen
kuushiina, alwaadaa

kite
khurruu

knee
jilba

knife
billaa, ablee, albee, daaduu, sulluuda

know v.
beeka beeta

knowledge
beekumsa

knowledge n.
barnoota i; beekumaa ni; beeka i; dhugeessaa ni;

knowledgeable (person) n.
sirnya i; saricha; saritti ni

knuckle
buusaa

kofalta; seessa
sita; seessefadha fatta; n. seessa i

kokorsa
sita; maka matta

koolee
ni; koolawaa ni; giddaha doofta; laga ladda; nyaraha raata;

kotota
totta; subuqa buxxa

kudu n.
gadamsa i


Submit a Word(Jecha)

Nu Hordofaa

60,066FansLike
669FollowersFollow
2,865,450FollowersFollow
0FollowersFollow
3,180SubscribersSubscribe

Hamma Daawwatame

Daawwattoota

2 2 3 1 1 8
Views Today : 30
Views Yesterday : 328
Views Last 7 days : 3104
Views Last 30 days : 14354
Views This Year : 56102
Total views : 2318846
Who's Online : 0

Faayidaa Afoola Oromoo

Sagalee Afaan Oromoo

Afoola Oromoo