Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo


There are currently 462 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter M.
M

maassa
sita; mitissa sifta; nyagisa gifta; nyalla nyalta; gama gamta

machete
meencaa, gajaraa

machete n.
bangaa ni (Swa.); goraadee ni; sholee ni (Guji);

machine
maashinii

macro
maakroo

macro virus
qinqaanii maakiroo

maggot n.
hiffa fiti; raamoo ni; daariqa tti

magic
tolcha, calfala

maginfier...
guddeessaa

Magnetic disk
baxxee loobilaa

Magnetic medium
meeshaa loobilaa

Magnifier
guddeessaa

magnify v.
gumbisa fta

maid
wandaqa, xomboree

Mail
ergannoo

Mail bombing
rooba ergaa

mail box......
saanduqa ergannoo

mail merge
makiinsa ergannoo

Mail Message
dhaamsa ergannoo

Mail Options
filmaata ergannoo

Mail package
qarqaba ergaa

mail recipient
fudhataa ergannoo

mail server
kaadimaa dhaamsaa

mail server....
gargaartuu dhaamsaa/ergannoo

mail system
sirna ergannoo

mail........
ergannoo

mailbox
sanduuqa ergannoo

mailing label
maqeessa ergannoo

mailing list
tarree ergannoo

main
muummee, ijoo

main document
galmee guddaa

mainly
caalaatii

maintain order v. aadaha
doofta

maize n.
boqoloo ni (Amh.); (boiled) karshaa ni; korankora i;

major gridlines
sarara tassaa buraalaa

majority
Irra-jireessa, harka caalu

make good v.
tolcha chita

make place v.
siqa sixxa

make single line (file) v.
hariira rta

make v.
jaara rta; ijaara rta

make way v.
gora gorta

malaria
busaa malaria

malaria n.
binii ni

male
dhiiraa

male (animal or person) n.
korma i; (cattle) n. jibbicha i; jibboota i (plu.);

male (married)
suubboo

male (unmarried)
qeeroo

Male connector
kornyoo diramtuu

malteessa
sita; sosoba bda; buufa fta. n. buufaa nl

man n.
dhiira ti

man, person
nama

mana guutuu; gubbaa
ni

Manage
taliiguu

Manage Lists right
mirga tarreelee taliigaa

manage......
taliiguu/too'achuu

management
bulchiinsa, taliigaa

manager
moora, geggeessaa, geggeessituu, hoogganaa, hooggantuu, duree

manager.....
taliiga/too'ataa

mandatory, obligation
dirqama

mane
gamma

mango
maangoo

manner n.
kara ni

Manual
hujeeka

manual feed
soorata hujeekaa

manual line break
kutaa sarara hujeekaa

manual link
geessituu hujeekaa

manual page break
kutaa fuula hujeekaa

manual....
hujeeka

many
baayee, danuu, hedduu, gorba, mooga

many n.
gurmuu ni; hedduu; hidduu; kunkii ni; haguu ni; qacaa ni

many, be v.
guma gumita

many, very many (adj.)
allabii, heddu

map
kaartaa

map n.
kartaa (Ital.)

MAPI
MAPI

March (10th-Apr. 8)
Bitooteesa

margin
mudana

Mark
mallattoo

Mark as Read
akka dubbifametti mallattoo itti godhi

Mark as Unread
akka hindubbifamnetti mallattoo itti godhi

mark v.
milikeefadha fatta

mark.....
mallattoo

marker
malkata

market
gabaa, dikkoo, machaara

market (for cattle) n.
munaada i (Amh.); (place) n. gabayyaa ni

markings n.
shaafa i

markup
jijqeeqata (jijjiiri qeeqaafi tarreeffama)

marqa
qita; meexa meexxa; miidha miitta

marquee
barruu deemtuu

marquee....
barruu deemtuu

marriage
heeruma, fuudha, gaa'ila

marriage n.
fuudha i; oroosa i (Swa.)

married
fuudhe, heerumte

marrow n.
dhu'a ti; qoosaa ni

marry v.
fuudha fuuta; fuusisa sifta

mask
haguuggee

mass n.
nafa i

massage v.
mimiica miicca

master
hundataa

master document
galmee hundataa

master n.
gooftaa ni (Amh.); abboo

master page
fuula hundataa

master record
kuusaa hundataa

matawallee
ni; qarcoo ni; quuyyee ni

match
firoomsi

match case
walsima qubee

match n.
kibiriita i (Swa.)

match.....
firoomsi

mate v.
yaaba bda (horses and donkeys)

material n.
nafa i

matrix
tarreentaa

matte
mattee

matter n.
dubbii ni; haajaa ni (Swa.)

mattress
firaashii, kefaa, darsaa

mattress n.
farashii ni (Amh.); itillee ni

mature (girl) n.
gaaltama i; v. gaaltama mta

mature n.
buleessa i; become mature buleessawa soofta

mature thing n.
buleessa i

mature, be v.
cima cimta; bilchaadha chaata

Max
olaa

maximize
oleessi

Maximize button
qabduu oleessii

maximized window
fooddaa oleeffamaa

May (9th-June 7)
Caamsaa

maybe (adv.)
gaafiini; malaafi; malaafu

maybe, likely
tarii

mayor
kantiibaa

MB
MB

me
na, ana

me (pron.)
na; ana

mead n.
daadhii ni

meadow
araddee

meager (adj.)
huqqaa, huqqoo, huqqoo

meaning
hiika, kiikkaa

meanwhile, meantime
gidduutti, achumann, hangasitii

measles n.
finnoo ni

measure
safari

measure v.
biima biimita (Swa.); fiiriha rita; heda hadda; haammaara rta

measurement
bikkooma

measurement n.
ciqilee ni; waarii ni (Amh.)

meat
foon

meat n.
fooni; (dried) n. jajii ni; qoonxaa ni (Amh.)

mechanic
makaanikii

Mechanical mouse
hantuuttee harkaansochee

meddler n.
qorqortuu ni

Media
meeshaalee sabqunnamtii

medicine
dawaa, qoricha, qorsa

medicine (for tapeworm) n.
koosoo ni (Amh.); qorsa i

medicine n.
kiniina i (Ital.); qorsa i ; daawwee ni

meditate v.
yaada yaadda

medium
giddugaleessa

medium (adj)
walakkeessa

medium sized
jidduu galeessa

meesenger
ergamaa

meet together v.
walda'a deeta

meet v.
arga gita

meeting
walga'ii, kora

meeting n
kora i; qorbaa ni; sabsabaa ni (Amh.); gubbayii ni (Amh.);

Meeting Request
gaafii walga'ii

melt v.
bassa bassita

melted, be v.
baqa baxxa

member
miseensa

Members
miseensota

members....
miseensa

membership
miseensummaa

membrane n.
qoofiraa ni

memo
yaadannoo

memo.....
yaadannoo

memory
birminyii, qaabata

memory.....
koofannoo

memory.............
kuufannoo

menace v.
ukhukuba bda

mend v.
erba erbita

menstruation n.
uwwa iti

mental (adj)
sammuu

mentally dull n.
raatuu ni

menu
baafata

menu bar
kabala baafataa

menu bar....
kabala baafataa

menu button
qabduu baafataa

menu button....
qabduu baafataa

menu item
qabiyyeee baafataa

menu item...
qabiyyee baafataa

menu name
maqaa baafataa

menu title
matduree baafataa

menu....
baafata

menu...............
baafata

meow v.
nyao jedha jetta

merchant
daladalaa, daldaltuu

merchant n.
nagaadee ni

merciful (adj.)
naaso

mercy n.
naasuu ni

mercy, forgiveness
aagii

mercy, have v.
kililla ta

merely (adv.)
calla

merge
maki

merge field
dirree makiinsaa

Merge to
...itti maki

merge/mix .....
maki

mess up v.
marqa qita

message
ergaa, dhaamsa, beenoo

message box
sanduuqa ergaa

message catalog
galalee dhaamsaa

Message Class
sadarkaa dhaamsaa

message header
irraantoo dhaamsaa

message n.
ergaa ni

message....
dhaamsa

message..........
dhaamsa

message................
dhaamsa

messaging
dhamsergaa

messenger n.
dabaree ni; ergattuu ni;

messy, be v.
huuraha roofta; hoxxaha xoofta

metafile
galsarmee (gaalmee sararaan uumame)

metal n.
sibiila i

meter (for utilities)
lakkooftuu

method
tooftaa, mala

Microcomputer
kompiitara xiqqaa

Microphone
qaaqiyyee

microprocessor
maayikroprooseser

Microsoft Access database
kuusdeetaa akseesii maayikroosoftii

Microsoft Excel
ekseelii maayikroosoftii

Microsoft Exchange
jijjiirraa maaykirosoofti

Microsoft Internet Assistant
gargaarsa maaykirosoofti interneetii

Microsoft Mail
ergaa maaykrosooftii

Microsoft Mouse
hantuutee maaykirosooftii

Microsoft Office Activation Wizard
Maayikiroosoofti Ofiis Aktiveeshin Wizaard

Microsoft Office Professional
Maayikiroosoofti Ofiis Piroofeshinaalii

Microsoft Office Standard
Maayikiroosoofti Ofiis istaandaardii

Microsoft Powerpoint
maykirosofti paawor poo‹??eentii

Microsoft Privacy policy
imaammata matayyaa maaykiroosooftii

Microsoft Product Support
deeggersa oomisha maaykiroosooftii

Microsoft Publisher
maykirosoofti paabiliisharii

Microsoft Script Editor
gulaalaa barruu maayikiroosooftii

Microsoft SQL Server database
kaadhimtaa kuusdeetaa kan Maaykiroosooftii SQL

Microsoft Word
Maykirosoft Woordii

middle
wiirtuu, walakkaa, gidduu

middle n.
badaassaa ni; jidduu wayaa.; wadhakkaa ni

midget
tashaa, dinkii

midhaaga, midhaadu, midhaago; wayya

midhisa
sita; ca'a ca'ata; caasa caafta

midnight
waarii, halkan walakkaa, halkan qixxee

midnight n.
waarii ni

midway n.
waljajjii ni

migraine v.
bowwafadha fatta

migration
godaansa

miicca; mudda
muddita

mildew n.
damansa i

milisa
sita; qiirsa sita; suuqa suuxxa; yuuba bda

military
loltuu

militia n.
xoorsaraawwitii ni (Amh.)

milk
annan

milk n.
anaani, (colostrum) silla, conee, areerra i; (fresh) n. mii ni

milk v.
(camel) sharama mta; (illegally) luuga luudda; cona, conta;

milk, v.
(completely milk a cow) cirissa sita

milking n.
eleemaa ni; waaree ni

milkpot n.
buree ni; (Gabbra) gira i, golondii ni; gorfa i;

mill
baabura midhaanii

million
kitila, miiliiyoonii

millipede n.
miilkuma i; hanqareessa i

MIME type
akaakuu MIME

mine (pron.)
kiyaa tiyya; kiyyuma, tiyyuma

Minicomputer
minikoompuuter

Minimize
gadeessi

Minimize button
qabduu gadeessi

minimum installation
ijaarsa gadee

Ministry of Agriculture and Rural Development
Ministeera qonna fi misomaa baadiyyaa

minor gridlines
sarara tarsaa muraalaa

minus sign
mallaattoo hir'inaa

minute (n)
daqiiqaa

minute n.
daqiqaa ni (Amh.)

miracle
raajii

mirage n.
sankulee ni; siribii ni; qayanqayoo ni

mirqanna
nta; fedha fetta; dharaha raata; n. dharraa ni; fedhii ni

mirror
fuullee, daawitii, oflaallee

miscarry v.
salleessa sita

miscellaneous
walmakee

mischief
shira

misdeed
yakka

miserable, be v.
golgolaha loofta

misery
mankaraara, gidiraa, gadadoo, sili'a, dararama, hiraara

misfortune n.
dabuu ni

mishibii
ni; qabatoo ni; qundhii ni; seemsaa ni

Miss
durbee

miss v.
daga dadda

missing, be v.
seela'a loofta

mist n.
hurii ni; qayoo ni; qayoota

mistake
dogoggora, balleessaa, badii

mistake n.
baasa i; yakka ni ; n. dokonkora i;

mistreat v.
daga dadda

mistreating n.
rakuu ni

mistress n.
jaalto ni;garayu ni

misunderstand v.
wal bada badda; wal miliqa lixxa; wal mura rta

mix
maki

mix (and eat) v.
kuruma mta

mix (together) v.
walti naqa naxxa; bulbula lta; dorqa qita;

Mixed cell reference
wabii dhaaba walmakaa

mixed, mixture
makaa

mixture n.
makaa ni

moan v.
gadooda dda; waadha waatta

mock v.
arabsa sita; goyeessa sita; qalada ladda (Amh.); qoosa qooca

mocking n.
qaldii ni

mode
haalata

mode....
haalata

model
ilaallata

modem
moodamii

modem...
moodemii

modern
ammayyaa

modified..........
fooyya'aa

modifier key
furtuu fooyyii

modify
fooyyessi

modify...
fooyyessi

module
muraa

moist (adj.)
jiida jiitu, jiido

moisture n.
dabana i

molar n.
haoo ni; aoo ni

molmola
lta; molmmolfadha fatta; n. mooluu ni; boddaa ni

moment
yeroo gabaabduu

moment n.
hojjaa ni

Monday
wiixata, aagoo

Monday n.
Senyo (Amh.)

money
qarshii, horii, maallaqa

money n.
beesee ni (Swa.)

mongoose n.
curree ni; moree ni; hammaa ni

monitor
torgii

monitor....
torgii

monk
moloksee

monkey
qalamee

monkey (vervet) n.
qamalee ni

Monochrome monitor
torgii halluu tokkee

Monochrome printer
maxxansaa halluu tokkee

monster
bulguu

monster n.
bulguu ni

month
ji'a

month n.
ji'a ji'i

monument, statue
siidaa

monyii
ni (Amh.)

mood n.
miira i

mookadha
katta; gomphoola Ita

moon
addeessa, ji'a, baatii

moon n.
ji'a; ji'i; (new) baatii ni; (full) goobana ti;

moral, morals
safuu

More
dabala

More Colors
halluu dabali

More Details
babal'ina dabali

More Info
odeeffannooo dabali

more than (adv.)
afaan

More Windows
fooddaalee dabali

more...
dabalata

morning
ganama

morning (early)
barraaqa, obboroo

morning n.
dirama i, (early morning, before dawn) baraaqa i; ganama

mortar n.
moyee ni

mosque
masgiida

mosque n.
mesgida; masajida (Arab.)

mosquito
bookee, biimmee

mosquito n.
binii ni

mosquito net
matayoo bookee busaa

moss n.
areedda i

mostly
caalaatti

moth
fuutuu

moth n.
billaachaa ni

mother
haadha, harmee, ayyoo, da'ee, coree

mother n.
haadha ti; haa haatii; (voc.) haatoo ni; aayyoo ni

motion
sochii

motivation
kaka'umsa

motive n.
marroo ni

motorcar n.
makinaa; konkolaata; gaarii; motokaa ni (Eng.)

motorcycle
dokdoqqee, bududdee

mottled n.
warareeba i

mould n.
damansa i

mouldy, become v.
damansaha soffta

mound (termite) n.
kooba di; kobbee ni; kubii ni

mount v.
yaaba bda; kora rta

mountable file system
sirna faayilii fe'umsaa

mountain
tulluu, gaara, tabba

mountain n.
gaara i

mouse
hantuuttee

mouse bird n.
waraabata i

mouse button
qabduu hantuuttee

mouse click
cuqaasa hantuuttee

Mouse elbow
ciqilee hantuuttee

mouse n.
barroo ni; (gray) illaada i; hanatuta; sulli'oo ni; halakhee ni;

mouse pointer
qaree hantuuttee

mouse, rat
hantuuta

mouse....
hantuuttee

mouse...........
hantuuttee

moustache n.
hafaroo ni

mouth n.
afaan

mouth, language
afaan

Move
siqsi

move (household) v.
madaba bda

move (steadily) v.
munyuuqa yuuxxa

move away v.
godaana nta

move down
gadi siqsi

move down...
gadi siiksi

move slowly v.
siriiqa riixxa; sirnya nyita

move together v.
shona nta; sona nta

Move Up
ol siqsi

move up....
ol siksi

move v.
reeqisa qifta; choco'a cota; ( move with difficulty) jaatanaha noofta

move....
hiiksi/siksi.

movement n.
akhuu ni; siqansa i

movie clip
muraa fiilmii

moving n.
godaana ti; madaba i (Amh.)

moving together n. shanaca
i (also, being together)

Mr
obbo

Mrs
adde

MS-DOS
MS-DOS

msqid
addiraa hiriira dhaamsa (adhdh)

much (adv.)
guddoo; haguu ni; hedduu; hidduu; qacaa ni

mucous n.
furroo ni; (dried) xanxammaa ni

mud
dhoqqee, laaqii, orofa, dhoobboo

mud n.
cancana i; dhoobboo ni; dhoqee ni; dhooba i; suphee ni

mudanmuddii

muddy
bootoo, booruu, dhoqqaa'aa

muddy n.
borxoxxee ni

mugger
saamtuu, hattuu

mujuja
mujujja; qeeta'a toofta; soonso'a soofta; taadha'a dhofta;

mule
gaangee

mule n.
gangee ni; gangeellee ni

mulqa
qita; salqa qita; irraa mura rta

Multi launching
hiriira walfaannee

multi-user environment
qeeyyaa fayyadamoo hedduu

multi....
walfaannee

Multicasting
dabarsa gargarsaa

Multilevel sort
foyiinsa sadarduu (sadarkaa +hedduu)

multilingual
afbaay'ee

multimedia
sabqunnamtii baay'ee

Multiple document interface (MDI)
walsima galmee hedduu(WGH)

multiple selection
filannoo hedduu

Multiscanning monitor
torgii helaalekaa(hedduu+ilaaluu)

multiuser state
haala fayyadama hedduu

mumble v.
bopphisa phifta; cabaqa baxxa

mummeessa
sita; qola qolta; qunquma mta; n. qutisuu ni

mumps n.
qandadaa ni

murmur v.
gunguma mta; hasaasa hasaafta; shawisa wifta

muscle
maashaalee

muscles n.
sarbaa ni

mushroom
shashara, uukkoo, waakkoo, horroqoo, amboshilla

mushroom n.
abbaa marqoo ni

music
muuziiqaa

must v.
male; malte

mustard
shunfaa, sanaabii, sanaafica

mute
ukkaamsuu

mute (adj)
duudaa

mutter v.
bopphisa phifta; gunguma mta

muusaha
soofta

muzzle (of a gun) n.
afumosii ni (Amh.) i

muzzle n.
funaani

my (pron.)
kiyya, tiyya; kiyyuma, tiyyuma

My Computer
kompitara koo

My Documents
galmee koo

My Music
muuziqaa koo

My Network Places
iddoo saaphqunnamtii koo

My Pictures
fakkiilee koo

My Recent Documents
galmee koo dhiyoo

my, mine
koo, kiyya

myrrh n.
(tree) qumbii ni

myself (pron.)
ufi

mystery n.
bonbontii ni; mistirii (Eng.)

myth
himtee


Submit a Word(Jecha)