Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo


There are currently 38 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter Y.
Y Value
gatii Y

yakka
kita

yam
goodarree

yawn v.
amommadha matta ^K

year
waggaa, bara, ganna

year n.
waggaa ni; ganna; bara i; (the past year) barana ^

years
waggaawwan

yellow
booraa, keelloo

yellow (adj.)
birtee

yes
eeyee, ee

Yes To All
hundaaf yaa

yes!
ee'ee

yesterday
kaleessa

yesterday n.
kale; kaleesa ni

yet
hanga ammaatti, ammallee

yet (adv. + conj.)
ammalle

yield
oomisha, horata, callaa, atootota

yield, product
callaa

yogurt
itittuu

you (pl., obj.)
isini

you (pl., subj.)
isin

you (pron.)
isan; (voc.) isii; si; atini; sii (dative); siini (ablative)

you (sing., obj.)
si, si'i

you (sing., subj.)
ati

young
laccee

young (animals/children) n.
lammacha i; lammootta i

young (thing) n.
cuqaa ni

young n.
ilmee ni

youngster n.
agooroo ni; of animals or small children), (ijoollee agooro(

youngsters n.
yarsuma i

your
(possessive pron.) keessani, teessani; (sing.) kanke, tante; keeti, teet

your (pron.)
kanke, tante, ke, te

your, yours (pl.)
keessan, keessani

your, yours (sing.)
kee

yourself (pron.)
ufi

youth n.
ka'ima i; yarsuma i

yuuba, gadaamoojjii

yuukha
yuutta


Submit a Word(Jecha)