• WIRTUU
  • BARUMSA
    • Barnoota Fayyaa
    • Galmee Jechootaa
    • Hima
    • Jecha
    • Keewwata
    • Kitaabota Afaan Oromoo
    • Qubee Afaan Oromoo
    • Sagalee
    • Seenaa
    • Seerluga
    • Sirna Qubeessuu
  • AFOOLA
    • Baacoo
    • Ciigoo
    • Eebba Oromoo
    • Geerarsa
    • Gosa Oromoo
    • Hibboo
    • Jechama
    • Mammaaksa
    • Maqaa Oromoo
    • Oduu Durii
    • Safuu Oromoo
    • Taphoota Adda Addaa
    • Walaloo
    • Woyyuufi Woyyooma
  • TEKINOOLOJII
    • Feesbuukii
    • Guugilii
    • Interneeta
    • Jechoota Koompitaraa
    • Marsaalee Hawaasaa
  • KANNEEN BIROO
    • Aadaa Oromoo
    • Amantii
    • Copha Jaalalaa
    • Dhaha Oromoo
    • Gorsa Fayyaa
    • Healthy Tips
    • Irreecha
    • jaalala
    • Oromiyaa
    • Seenaa Hayyoootaa
    • Sirna Gadaa
    • Siyaasa
    • UNESCO
  • ODEEFFANNOO
Barbaadi...
Aadaa Oromoo

#Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

January 17, 2021
Barumsa

Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo

January 12, 2021
Barumsa

Qindoomina Biyya keessaafi Alaa waliin tahuudhaan Feesbuukii/Yuutuubii Rogeeyyota Oromoo ugguraa jiru beektuu?

October 12, 2020
Eebba Oromoo

Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

October 2, 2020
Odeeffannoo

Baaroo Tumsaa Bu’uuressaa ABOfi Mallattoo Qabsoo Oromoo – Seenaa Obbo Baaroo Tumsaa

December 13, 2019

Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa...

December 6, 2019
Barnoota Fayyaa

Afaan Oromo Online| Barnoota Afaan Oromoo

December 6, 2019
Afoola Afaan Oromoo

Afaan Oromo Online | Dhaabbanni Feesbuukii Hiikkaa Afaan Oromoo #Tajaajila_Ummataatiif ifa godhe.

December 2, 2019
Aadaa Oromoo

Kitaaba SIRNA ABBAA-IRREETIRRAA GARA DIMOKRAASII Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu kan Obbo Jawar Mohammed, Yaya Beshir...

November 29, 2019
Ayyaanni irrechaa sirna Gadaa waliin wal qabatee waggota 3000 oliif kabajamaa akka ture hayyoonni seenaa ni himu.
Aadaa Oromoo

Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoonota hedduutti

October 6, 2019
123...14Page 2 of 14

Maxxansaalee haaraa

Walaloo Qubee

April 30, 2023

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ...

June 10, 2022

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

June 6, 2022

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi...

January 16, 2022

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

January 11, 2022

Kuusaa Jechootaa Afaan Oromoo

# A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z | Submit a Word(Jecha)
There are currently 105 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter V.
V

v would
silaa

v wound v.
dira dirta; n. madaa ni

v.
dida didda; falama mta; falma mita

v. become muyadha
yatta

vaccinate v.
kataba bta

vaccination
talaallii

vaccination n.
kitibaatii; talalla ni (Amh.)

Vaccine
talaallii

vagabond n.
algalaa; ranjula i

vagina n.
booda i; muxee ni; buqa

vague n.
coora i

vague, be v.
huraha roofta; tantamaha moofta; wara'a roofta

vagueness n.
tantammii ni

valid
gataa'aa

valid XML
XML gataa'aa

validate
gataa'essuu

validate......
mirkanessi

validation
gataa'insa

validation rule
seera gataa'insaa

validation.......
daddafiinsa

valley n.
dareera i; balee ni

value
sona, safuu, gatii

value n.
gatti ni

value............
gatii

valueless, vain
bilaasha

vanish v.
cali + jedha

vantage (point) n.
doofii ni

variable
jijjiiramaa

variance
safartuu xiinannoo

VBA
VBA

vegetable (leafy green) n.
raafuu ni

vegetables
kuduraa

vegetation
biqiltuulee

vegetation (dense) n. rima
i

vehicle
makiinaa, koonkoolata

vein n.
gonnee ni; idda i; moola i

Vendor
daldalaa

venerate v.
sarma mita; saalfadha fatta

ventilation
qilleensa afarsuu

verb
gochima, gocha

verification
mirkanaa'ina

verify
mirkaneessi

Version
fooyya'aa

vertebrae n. (cervical)
horroo ni

Vertical
sarjaa

vertical alignment
hiriirfama sarjaa

vertical scroll bar
kabala marfata sarjaa

Vertical Text
barruu sarjaa

Vertically
sarjina

very
baayee, baay'ee

very (adv.)
guddoo

vest
jalaanii, sadarya

vest n.
shamisii ni (Fr.); shisii ni (Fr.)

victory
injifannoo, mo'icha

video
viidiyoo

video adapter
amanfataa viidiyoo

View
mul'annoo

view button
qabduu mul'annoo

View Item
wanta mul'annoo

view n.
mullii ni

View Source
madda mul'annoo

view, vision
mul'ata, daayyaa

viewer
mul'isaa

Views Bar
kabala mul'annoo

vigor n.
humna iti

village
ganda, araddaa, amba

village n.
ollaa ni; (ritual) yaa'a; warra i; warreena i

violate v.
dadara rta

violence
jeequmsa, kolboo, goolii

virgin land n.
bajjii ni

virtual
abjata

virtual server
kaadima abjataa

virus
qinqanii

virus detection
arga qiinqanii

virus protection
hayyisa qiinqanii

Virus...........
qinqaanii

visage n.
fuula i

viscera n.
marumaani

visible
mul'ataa

visible, be v.
mulladha latta

visible, become v.
futisa tifta

vision n.
daayyaa ni

visit
imaluu

visit n.
(for business) imaltuu ni

visiting n.
oolii ni

visitor
daaw'ataa, daaw'attuu

visitor n.
ideemaa ni; ideemtuu ni; keessumaa ni

visual
argaa

Visual Basic
vizuwaal beezikii

Voice mail
ergaa sagalee

voice n.
qoonqoo ni; gollaa ni; (weak) v. mararisa rifta

volcanic crater n.
boqee ni

volcanic stones n.
booralee ni

volume
qabiyyee

Volume1
hamtaa sagalee

Volume2
qabeentaa

vomit
diddiga, haqqee, bulgaatii, balaqqama

vomit v.
bulgafadha fatta; didiga dda; alqafadha; (repeatedly) haqisa qifta;

voracious (person) n.
glutton agarii ni; want to qooqifadha fatta

vow n.
kakuu ni; didhaa ni

vulgar, speak v.
laalifadha latta

vulnerable parts n.
dhalluu ni

vulture n.
alaatii ni, sabooba ni; simphira ti; (hooded) rummicha i

vulva n.
(of animal) fagara ti


Submit a Word(Jecha)

Maxxansa Haalaan dubbifame

  • Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (117,134)
    Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
  • Jechoota Hayyoota Addunyaa (47,655)
    Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
  • Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (43,078)
        👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]

Maxxansaalee Barbaachisoo

Walaloo Qubee

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa...

Afaan Oromoo
Barnoota bu'uuraa Qubee Afaan Oromoo xixiqqaafi gurguddaa sagaleedhaan, Barreeffamaan barachuuf Marsariitii Afaan Oromoo www.afaan-oromoo.com hordofaa
Nu-Argachuuf: afaanoromo.online@gmail.com

MAXXANSAALEE HAALAAN DUBBIFAMAN

Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu?

September 2, 2017

Jechoota Hayyoota Addunyaa

November 4, 2017

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

April 2, 2019

RAMADDIILEE HAALAAN DUBBIFAMAN

  • Seenaa50
  • Odeeffannoo41
  • Barumsa32
  • Gorsa Fayyaa30
  • Oromiyaa27
  • Maqaa Oromoo27
  • Afoola Afaan Oromoo26
  • Sirna Gadaa26
  • UNESCO20

Copyright© 2025, Afaan Oromo Online - All rights Reserved. | Design by: oroict.com Solutions.