• WIRTUU
  • BARUMSA
    • Barnoota Fayyaa
    • Galmee Jechootaa
    • Hima
    • Jecha
    • Keewwata
    • Kitaabota Afaan Oromoo
    • Qubee Afaan Oromoo
    • Sagalee
    • Seenaa
    • Seerluga
    • Sirna Qubeessuu
  • AFOOLA
    • Baacoo
    • Ciigoo
    • Eebba Oromoo
    • Geerarsa
    • Gosa Oromoo
    • Hibboo
    • Jechama
    • Mammaaksa
    • Maqaa Oromoo
    • Oduu Durii
    • Safuu Oromoo
    • Taphoota Adda Addaa
    • Walaloo
    • Woyyuufi Woyyooma
  • TEKINOOLOJII
    • Feesbuukii
    • Guugilii
    • Interneeta
    • Jechoota Koompitaraa
    • Marsaalee Hawaasaa
  • KANNEEN BIROO
    • Aadaa Oromoo
    • Amantii
    • Copha Jaalalaa
    • Dhaha Oromoo
    • Gorsa Fayyaa
    • Healthy Tips
    • Irreecha
    • jaalala
    • Oromiyaa
    • Seenaa Hayyoootaa
    • Sirna Gadaa
    • Siyaasa
    • UNESCO
  • ODEEFFANNOO
Barbaadi...
Aadaa Oromoo

#Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

January 17, 2021
Barumsa

Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo

January 12, 2021
Barumsa

Qindoomina Biyya keessaafi Alaa waliin tahuudhaan Feesbuukii/Yuutuubii Rogeeyyota Oromoo ugguraa jiru beektuu?

October 12, 2020
Eebba Oromoo

Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

October 2, 2020
Odeeffannoo

Baaroo Tumsaa Bu’uuressaa ABOfi Mallattoo Qabsoo Oromoo – Seenaa Obbo Baaroo Tumsaa

December 13, 2019

Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa...

December 6, 2019
Barnoota Fayyaa

Afaan Oromo Online| Barnoota Afaan Oromoo

December 6, 2019
Afoola Afaan Oromoo

Afaan Oromo Online | Dhaabbanni Feesbuukii Hiikkaa Afaan Oromoo #Tajaajila_Ummataatiif ifa godhe.

December 2, 2019
Aadaa Oromoo

Kitaaba SIRNA ABBAA-IRREETIRRAA GARA DIMOKRAASII Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu kan Obbo Jawar Mohammed, Yaya Beshir...

November 29, 2019
Ayyaanni irrechaa sirna Gadaa waliin wal qabatee waggota 3000 oliif kabajamaa akka ture hayyoonni seenaa ni himu.
Aadaa Oromoo

Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoonota hedduutti

October 6, 2019
123...14Page 2 of 14

Maxxansaalee haaraa

Walaloo Qubee

April 30, 2023

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ...

June 10, 2022

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

June 6, 2022

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi...

January 16, 2022

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

January 11, 2022

Kuusaa Jechootaa Afaan Oromoo

# A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z | Submit a Word(Jecha)
There are currently 243 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter L.
L

Label
asxaa

label.....
asxaa

label...........
moggaasa

labourer n.
bozonee ni; hojaatu ni

lack respect n.
fokadhaba i

lack v.
baadha baatta; dhibaadha baatta; dhaba bda; hanqadha qatta;

lacking (adj.)
duwwa; qullaa

ladder
xafxafoo, yaabbannoo, riqaa

ladder n.
massalaalii ni (Amh.); riqaa ni (Bor.)

ladle
cilfaa

ladle v.
ciqqisa qifta; n. mooqaa ni

laggard n.
ma'eessa i

lair n.
mana i

lake
haroo

lake n.
garba i; abaayaa ni

lamb
xabboota, sookkee

lame
naafa, laasha'aa, laashoftuu

lameness n.
naafachaa ni

lamp
laambaa, ampuulii

lamp n.
fanusa i (Amh.); kuraz

LAN (Local Area Network)
cimdaa bal'ina qe'ee (cbq)

LAN....
cimdaa baldhina qe'ee

land
dachee, lafa

land degradation
daruu lafaa

land n.
(open and flat) diida i

landing zone
iddoo qubsummaa

landlord
abbaa lafaa

Landscape
dalgeessa

landslide
jogoo

language
afaan, qooqa

language n.
afaan

lap (up) v.
araaba bda; mallasa sita

Laptop
koyaa

laptop.....
koyaa

large (adj.)
guddaa, guddoo, guddoo; (thing) n. obbee ni

large amount n.
ruukoo ni

Large Icon
sajoo guddaa

large, be v.
siba'a boofta

larva n.
dakhoo ni; raamoo ni

larynx
qokkee

larynx n.
lubbuu ni

laser printer
maxxansa leezerii

Last Modified
jijjiirama maayyii

Last Name
maqaa akaakayyuu

last night
eda

last night (adv.)
edda

last week
torban darbe

last year
baredheengaddaa

late evening
waarii

late, be v.
gaana nta

later (adv.)
duraana; gulaana; gana (Amh.); egeri

latrine
shoroonii, manajaa, manfincaanii

latrine n.
shoroonii ni (Swa.); shintebeet (Amh.)

latta
latta; n. latta i; qunxa xita; tusa tucca; tucha chita

latter part n.
ba'ima i

laugh v. kobla
ita; bissiqa sixxa; bissiza sixxa; v. kobla koblita; n. kobla i;

laughter
kolfa

launch
jalqabi

launch...
jalqabi

launder v.
miica miicca

law
seera

law n.
seera i

lawful n.
halaala i (Arab.)

lay v.
ka'a keeta

Layer
baqqaana

layer.....
baqqaana

layout
teessuma

layout table
gabatee teesumaa

layout.....
teessuma

lazy
dhibaa'aa, dhibooftuu, daagii, abiidhoo, dankaayii, jaatanoo

lazy (person) n.
duriyyee ni (Amh.); algala

lead v.
daaddisa difta; geesa sita

leader
qajeelchaa

leader n.
bulchaa ni; hayyuu ni; soreessa i; soreettii ni; (pi.) gammeenii ni

leadership n.
shuumanoota i

leading
bo‹??oo

leading animal n.
soreessa i; sorreettii ni

leaf
baala, shafo, obeensa

leaf n.
baala i; obeensa i; koola i

leather
gogaa

leave
hambisa

left
bitaa

Left Arrow
xiyya bitaa

left justification
qixxeenya bitaa

left mouse button
qabduu hantuuttee bitaa

left-to-right
bitaa- mirga

legacy
kennata

legacy.....
kennata

legend
waayoo

Legend key
furtuu waayoo

legitimate
seeromaa

lemon, lime
loomii

length
dheerina

lentil
misira

leopard
qeerransa

less
xiqqaa

less v.
eebbisa bifta

less-than sign
mallattoo xiqqeenyaa

lesson plan
karoora barnoota

letter (of the alphabet)
qubee, arfii

letter (that you send)
xalayaa

lettuce, salad
salaaxaa

level
sadarkaa

level.....
sadarkaa

lexxa; raasa
fta; roraasa raafta; socoha coota; chocoha coota;

library
mankitaabaa, manmacaafaa

lice
injiraan

license agreement
irbuu hayyamaa

license certificate
irbuu hayyamaa

lid
qadaada

lie, fib, falsehood
soba, kijiba, dhara

life
jiruu, jireenya

light (artificial), lightning
ibsaa

light (in weight)
salphaa

light (natural)
ifa

light pen
kobbee salphaa

lighten v.
caama mta

lightning
balaqqeessa, calanqeettii

like that
akkasi

like this
akkana

limp v.
ce'a ceeta

line
xurree, toora, sarara

line break
cita sararaa

line callout
balbaltoo sarara

line chart
taattoo sararaa

Line color
halluu sararaa

line feed
gaalchaa sararaa

line spacing
iddina sararaa

line style
akkaataa sararaa

Line up Icons
sajoo tarreessuu

Line Width
yabbina sararaa

line wrap
maraa sararaa

line......
sarara

Linear
sorooroo

link
geessituu

link bar
kabala kornyoo

link count
lakkoofsa kornyoo

Link to Content
qabiyyeetti kornyeessi

link.....
hidhaa/geessituu

Link..............
geessii

link...........................
hidhaa/geessii

linked object
wanta koronyate

linked table
gabatee koronyate

linker
koronyaa

lion
leenca

lip
hidhii

liquid
dhangala'aa, yaatoo

LIS
LIS

list
tarreeffama, tarreessa

list ...................
tarree

List (adv.)
uma (suffix); qulqulloo

list box
sanduuqa tarree

List now (adv.)
ammumma

list separator
footuu tarree

list.....
tarree

literature
ogbarruu

liver
tiruu

living room
gorduba, haga

load
fe‹??i

load....
fe'i

loan (n)
liqii, ergisa, ergifannaa

local customs
maamila naannoo

local network
cimdaa qe'ee

locale
gitoo biyyaa

localization
biyyoomsuu

locate....
gitoo biyyee

location
iddoo

lock
qulfii, cuftuu

lock....
cufi

lock.................
saamsuu

locked file
faayilii iggitame

log
dilba

log file
faayilii dilba

Log Off
ba‹??i

log off from the network
cimdaa keessa ba‹??i

log on
seeni

log on to the network
cimdaa seeni

log.....
dilba

log.......................
dilba

logarithm
logaarizimii

logging
dilbeessuu

logical
amansiisaa

Logical Interchange Format (LIF)
dhangii jijjiirraa yaayaa(DhJY)

login
seeni

login directory
galeeloo seensaa

login name
maqaa seensaa

login script
barruu seensaa

login security
iggita seensaa

login security...
ittiga seensaa

login.....
seeni

logo
asxaa, faajjii

logo......
asxaa

logoff...
ba'i

long hair
daabee

long, tall
dheera

look in
targoo

look up
barbaadi

loop
marsaa

loop.....
marsaa

loot v.
saama mta; n. bojuu ni

lord
gooftaa, rabbi

lord n.
gooftaa ni (Amh.); abboo

lorry n.
baabura i;(Amh.); loorri;konkolaata i (Oro.)

lose competence v.
silala ta

lose sexual desire v.
tirra tirta

lose v.
dhaba bda

loss n.
badii ni; rakasa i; rakiisa i

lost n.
waaree ni; v. bada badda

lost, get v.
balla'a leetta

lot
n. raphtaa ni

loud
sagalee guddaa

loudspeaker
qaaqiyyaa

love (n)
jaalala

love v.
jalaaadha ta; maleela lta; n. jalaala; maleela i; jaalala; sisinnii ni

lover
jaalallee

lover n.
garayu ni; jaala; jaalto

low (adj.)
gabaaba, gabaabdu, gabaabo; gadi; ga

low memory
kufannoo xiqqaa

lower case...
qubee xiqqaa

lowercase
qubee xixiqqaa

lowlands
gammoojjii

lowlands (hot) n.
gammoojii ni

loyal
amanamaa, amanamtuu

loyalty
amanamummaa

lubricant n.
qibaati ni (Amh.)

lubricate v.
muuda muudda

luck n.
kaayooma; ayaana, milkii ni ; gaara i; hixaa ni (Amh.);

luggage
shaanxtaa, subbaa uffataa

lukewarm, be v.
buluqa luxxa

Lum
luumii

lumbar (region) n.
moo ni

lumber
laaxaa

lump
guroo

lump n.
karannee ni; mucee ni; mucura i; waciba i

lunatic
maraataa, maraatuu

lunch
laaqana

lung n.
somba i

lungs
somba

lush, be v.
bosoona nta; ganna gannita

lust n.
mirqaana i; dareena nta; dharaha raata; dharraa ni; dharraa ni

luxuriant v.
dunfura rta

lymph nodes n.
gonanaa ni


Submit a Word(Jecha)

Maxxansa Haalaan dubbifame

  • Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (117,134)
    Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
  • Jechoota Hayyoota Addunyaa (47,658)
    Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
  • Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (43,078)
        👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]

Maxxansaalee Barbaachisoo

Walaloo Qubee

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa...

Afaan Oromoo
Barnoota bu'uuraa Qubee Afaan Oromoo xixiqqaafi gurguddaa sagaleedhaan, Barreeffamaan barachuuf Marsariitii Afaan Oromoo www.afaan-oromoo.com hordofaa
Nu-Argachuuf: afaanoromo.online@gmail.com

MAXXANSAALEE HAALAAN DUBBIFAMAN

Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu?

September 2, 2017

Jechoota Hayyoota Addunyaa

November 4, 2017

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

April 2, 2019

RAMADDIILEE HAALAAN DUBBIFAMAN

  • Seenaa50
  • Odeeffannoo41
  • Barumsa32
  • Gorsa Fayyaa30
  • Oromiyaa27
  • Maqaa Oromoo27
  • Afoola Afaan Oromoo26
  • Sirna Gadaa26
  • UNESCO20

Copyright© 2025, Afaan Oromo Online - All rights Reserved. | Design by: oroict.com Solutions.