Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="="
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]