• WIRTUU
  • BARUMSA
    • Barnoota Fayyaa
    • Galmee Jechootaa
    • Hima
    • Jecha
    • Keewwata
    • Kitaabota Afaan Oromoo
    • Qubee Afaan Oromoo
    • Sagalee
    • Seenaa
    • Seerluga
    • Sirna Qubeessuu
  • AFOOLA
    • Baacoo
    • Ciigoo
    • Eebba Oromoo
    • Geerarsa
    • Gosa Oromoo
    • Hibboo
    • Jechama
    • Mammaaksa
    • Maqaa Oromoo
    • Oduu Durii
    • Safuu Oromoo
    • Taphoota Adda Addaa
    • Walaloo
    • Woyyuufi Woyyooma
  • TEKINOOLOJII
    • Feesbuukii
    • Guugilii
    • Interneeta
    • Jechoota Koompitaraa
    • Marsaalee Hawaasaa
  • KANNEEN BIROO
    • Aadaa Oromoo
    • Amantii
    • Copha Jaalalaa
    • Dhaha Oromoo
    • Gorsa Fayyaa
    • Healthy Tips
    • Irreecha
    • jaalala
    • Oromiyaa
    • Seenaa Hayyoootaa
    • Sirna Gadaa
    • Siyaasa
    • UNESCO
  • ODEEFFANNOO
Barbaadi...
Saturday, June 7, 2025
  • Waa’ee Keenya
  • Nuqunnamaa
  • Hiikkaa Jechootaa
  • JAALALA
  • FAYYAA

Afaan Oromo Online

  • WIRTUU
  • BARUMSA
    • HundaBarnoota FayyaaGalmee JechootaaHimaJechaKeewwataKitaabota Afaan OromooQubee Afaan OromooSagaleeSeenaaSeerlugaSirna Qubeessuu

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

      Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource

      SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO – Kutaa-3ffaa

  • AFOOLA
    • HundaBaacooCiigooEebba OromooGeerarsaGosa OromooHibbooJechamaMammaaksaMaqaa OromooOduu DuriiSafuu OromooTaphoota Adda AddaaWalalooWoyyuufi Woyyooma

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

      Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa…

      Afaan Oromo Online| Barnoota Afaan Oromoo

  • TEKINOOLOJII
    • HundaFeesbuukiiGuugiliiInterneetaJechoota KoompitaraaMarsaalee Hawaasaa

      Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ አባላት…

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

      Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource

  • KANNEEN BIROO
    • HundaAadaa OromooAmantiiCopha JaalalaaDhaha OromooGorsa FayyaaHealthy TipsIrreechajaalalaOromiyaaSeenaa HayyoootaaSirna GadaaSiyaasaUNESCO

      Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi Sababoota…

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      #Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

      Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

  • ODEEFFANNOO
    • Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ አባላት…

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi Sababoota…

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      #Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

Aadaa Oromoo

Kaalaandarii Oromoo maaltuu kaaniin adda taasisaa?

September 21, 2019
Afoola Afaan Oromoo

Leenjii Ogeessota Maxxansa Toorarraafi Qeeqa Maxxansa Toorarraa Biyya Keenyatti

May 13, 2019
Odeeffannoo

Ijoollee Abdii: Seenaa imala ijoollee Oromoo gurguramanii Itoophiyaa haga Afriikaa Kibbaatti

May 3, 2019
Barnoota Fayyaa

‘Gabbaranii’ fuudhuun kabaja dubartii agarsiisaa?

May 3, 2019
Afoola Afaan Oromoo

Faaruu Loonii – afaan-oromoo.com

May 1, 2019
Aadaa Oromoo

WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN ETHIOPIA

April 28, 2019
Aadaa Oromoo

10 Reasons why Afaan Oromo should be a federal working language – Sababoota 10 Afaan...

April 28, 2019
Aadaa Oromoo

There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its business...

April 28, 2019
Barnoota Fayyaa

1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London

April 28, 2019
Qubee Afaan Oromoo

Brief History of Afaan Oromoo and Qubee Afaan Oromoo – Afaan Oromoo

April 26, 2019
1234...14Page 3 of 14

Maxxansaalee haaraa

Walaloo Qubee

April 30, 2023

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ...

June 10, 2022

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

June 6, 2022

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi...

January 16, 2022

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

January 11, 2022

Kuusaa Jechootaa Afaan Oromoo

# A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z | Submit a Word(Jecha)
There are currently 146 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter U.
u

u wrongdoing n.
eebee ni

udder n.
gurruu ni; qalaamee ni

udge v.
itti buufadha fatta; mura murta; n. qortuu ni

ugliness n.
koroomaa ni

ugly (adj.)
gonjoba; n. dhanqalee ni

ugly, be v.
homforoqa roxxa

ugly, untidy
fokkisaa, fokkistuu

ugular (vein) n.
ama ti; gooha i

ulcer n.
gilindee ni

ulufa'a
foofta

ululate v.
ililisa lifta

umbilical cord n.
handhura ti

umbrella
dibaaba, daatuu, gaaddisee

umbrella n.
xilaa ni (Amh.)

unable, be v.
abeeba, bda

unable, become v.
silala ta

unapproachable, be
mandiida dda

unattractive (adj.)
gonjoba; dhanqalee ni

unattractive, be v.
hommforoqa roxxa; koroomaha moofta; busha'a bushoofta

unavailable
hinjirree

unavailable command
ajaja hinjirre

unbind v.
hiika hitta

uncheck a check box
sanduuqa filannoo dhisi

uncle (maternal)
eessuma, hubuyu, abbo guddoo

uncle (paternal))
wasiila, abuyyaa

uncle n.
abbuyaa; abba diqa

unclean n.
haraama i (Arab.)

unclear (word) n.
mooda i

unconscious, be v.
wagaggaha goofta

uncooked (adj.)
dheedhi

uncountable n.
kunkii i

unction n.
gorsumaa ni; jiroo

Undelete
haqamaa deebisi

under
jala

under (prep.)
jala; jalaa

underdone (adj.)
dheedhi

Underline
jalmura

underpants
pantii, butaantii

underscore
murgadii

undershirt n.
shamisii ni (Fr.)

underside n.
jala i

underskirt, slip
minxii liibsii

understand v.
agara rta; arga gita; beeka beeta; dhagaha geetta;

understanding n.
beekumaa ni

undertake v.
jalqaba bda

underwear
jalaanii

Undo
gaabbi

undock
kaafachuu

Undock Computer
kompitera kaafachuu

uneducated (person or animal) n.
mooga i

uneven (place) n.
toronjii ni

uneven n.
kakatee ni

uneven, be v.
golompadha fatta; quuqa quuxxa; quuqawa qoofta;

unevenness n.
karanchaa ni

unexpectedly (adv.)
lafiifo; tassa

unfair, be v.
riiqa riixxa

unfasten v.
hiika hitta

unfold v.
diiga diidda

Ungroup
garbaasi

unhappy, be v.
ooda oodda; oodaha doofta; luuxaha xoofta

Unhide
mul'isi

Unicode
yuniikoodii

uniform (clothes)
fooyituu, walagoo

uniform(ly) (adj and adv..)
qixxee

unimportant n.
(person) haara i

uninhabited (area) n.
raassaa ni

uninstall
diigi

unintelligent n.
gadareesa i; daallee ni

unique
addata

unit
safartuu

unit of measurement
safartuu

unity n.
obbolumaa ni; obboleeyyuma ti; walumaa ni

university
yunivarsiitii

unkempt, be v.
huuraha roofta

unknowingly (adv.)
lafiifo

unlawful n.
haraama i (Arb.)

unless (conj.)
malee

unlessƒ??
yooƒ??malee

unmarried girl n.
galtama; foodoo ni (Gab.)

unmoving v.
sibra brita

unpleasant (thing or condition) n.
bohee ni; bangee ni

unpleasant, be v.
koroomaha moofta

unrefined (adj.)
qarchacha

unripe
xobbee

unripe (adj.)
bargoo ni; qaracha i

unripe v.
bargaha goofta; magarra rta

unsteady (child) n.
galilfoo ni

Unsubscribe
mamilooma dhiisi

unsure, be v.
tnatamaha moofta

untended (adv.)
hadiyoo

untidy
boosacha, booseettii, samaa, samtuu

untidy n.
adayyuu ni, a disorganized, slovenly person;

untidy, be v.
hoxxaha xoofta

untie v.
fura furta; gadhiisa dhiifta; hiika hitta; mulqa qita

until
hamma, hanga

until (prep. + conj.)
haga

until the end
hamma dhuma

untitled
moggaasa dhabdee

untrained, be v.
mandiida dda

up
irra, gara olii, hanga, gararraa

up (adv.)
ola olitti

Update
haaromsi

update....
haaromsi

upgrade
ol kaasi

upload
ol fe'i

upon (prep.)
irra

upper arm n.
uduuda ddi

UPPERCASE
QUBEE GUDDAA

upright (adj.)
looko

uproar n.
caara i; wacaa ni

upset v.
laaba laabda

upset, be v.
mufadha fatta

Upsizing Wizard
fala ol ka'iinsaa

upwards
ol

urba
urbita

urge v.
ejachiisa ciifta; n. araadda i

urinate v.
fincaha coofta

urine
fincaan

urine n.
fmcaani

URN
URN

us
nu

us (pron.)
nu

usage analysis
xiinxala fayyadamaa

use (n)
faayidaa, dantaa, bu'aa

use as default
akka duriiti fayyadamaa

useful
faayidaa qabeessa

useful (thing) n.
doobla i

useless
badduu, goofoo, faayidaa-maleessa

useless !
bilash! (Amh.);

useless (adj.)
dootu; goofoo

useless (person) n.
bozonee ni ; duriyyee ni (Amh.); algala; midissaa ni;

useless, be v.
seseega seseedda; bufa fita;

User
fayyadamaa

user account
eenyumeessa fayyadamaa

user ID
W.E.fayyadamaa

user interface
walquunnama fayyadamaa

User name
maqaa fayyadamaa

user profile
raga fayyadamaa

user-defined
hiika fayyadamaa

User's Guide
qajeelfama fayyadamaa

usually, frequently, often
yerroo baa'ee

utaala
lta; wirsa sita

uterus n.
saaba i

utility
fayyaddaa

uyyisa
yifta; keeyyadha atta; n. gulubii ni


Submit a Word(Jecha)

Maxxansa Haalaan dubbifame

  • Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (117,022)
    Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
  • Jechoota Hayyoota Addunyaa (47,553)
    Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
  • Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (43,035)
        👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]

Maxxansaalee Barbaachisoo

Walaloo Qubee

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa...

Afaan Oromoo
Barnoota bu'uuraa Qubee Afaan Oromoo xixiqqaafi gurguddaa sagaleedhaan, Barreeffamaan barachuuf Marsariitii Afaan Oromoo www.afaan-oromoo.com hordofaa
Nu-Argachuuf: afaanoromo.online@gmail.com

MAXXANSAALEE HAALAAN DUBBIFAMAN

Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu?

September 2, 2017

Jechoota Hayyoota Addunyaa

November 4, 2017

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

April 2, 2019

RAMADDIILEE HAALAAN DUBBIFAMAN

  • Seenaa50
  • Odeeffannoo41
  • Barumsa32
  • Gorsa Fayyaa30
  • Oromiyaa27
  • Maqaa Oromoo27
  • Afoola Afaan Oromoo26
  • Sirna Gadaa26
  • UNESCO20

Copyright© 2025, Afaan Oromo Online - All rights Reserved. | Design by: oroict.com Solutions.

Edit with Live CSS
Save
Write CSS OR LESS and hit save. CTRL + SPACE for auto-complete.