Oromoon qulqulluun gosa hin qabne hin jirtu. Oromoo biratti gosa ofii Wallaaluun salphina. Seera Sirna gadaatiin namni Oromoo tokko gosa, balbalaa fi hamma abba torbaatti lakkaa'uu qaba. Hub:- Gosa ofii beekuun gosaan wal qooduu miti. Ati gosa kami? Gosoota Siikkoof Mandoo (Arsii Oromoo) tartiiba qubeetiin: -Abbakara
Abaar-gada
Abbayyii
Abaay-mannaa
Abbiyyuu
Abboo-ali
Abburee
Abdooyyee
Abboosa
Aboosara
Aboojota
Aboonii
Aboonyee
Abroonyee
Absiilaa
Adaamii
Adamoonyee
Adamtuu
Adaree
Adarshoo
Adulaala
Agaarfaa
Ajaamoo
Ajjuuran
Akkiyyaa
Allaa
Alii
Alkasoo
Allujaana
Amaa-lama
Amaalagoo
Ambeentuu
Amiinyaa
Amoonyee
Amuumaa
Anasa
Angeedda
Argamooyee
Ari’a
Arroojjii
Asallaa/Hasallaa
Asaltuu
Asalaxxuu
Asgala
Askaala
Ashamii
Asharaafa
Ashmiiraa
Ashuutee
Ataabaa
Atucha
Awaandallaa
Awacheeche
Awuljana
Aymaroo
Ayyuuba
—
Baabboo
Baadagosa
Baadaboo
Baadosa
Baallee
Baalle-Tamboo
Baamuda
Badii
Balee
Baammajjaa
Baammannaa
Baallakasa
Barii/Baarii
Barbachoo
Beebee
Beegoo
Biddiiqa
Bidiroosa
Biltuu
Biilaa
Bilduu
Bilbiloo
Birbiraa
Biyyaalee
Bochoroosa
Boqqojjii
Boorana
Bulgaduma
Buraara
Buubuu
Bashiiraa
—-
Camaca
Caatimannaa
Caatoo
Cawwaa
Ciimoo
Coofira
—-
Daddina
Daagulee
Daagooyyee
Daallee
Damina
Daayidaa
Danbii
Dange
Daawwee
Daraaraa
Daqeena
Daroo
Dawadiina
Deendaa
Diigaluu
Doodaa
Dodola
Doggomaa
Doomaga
Doonchoo
—
Dhaaye
—
Edamana
Eegoo
Eekkaa
Eessawwaa
Eljoo
—
Faarachuu
Faraca
Farsaana
Farrajjee
Farzaana
Finxoo
Funyamura
Futtallee
Fooloo
—-
Gaadoo
Gandaanshoo
Gaadullaa
Gaadulloota
Gaalama
Gaalamtuu
Gaatura
Galchoo
Garoraa
Gamboo
Gaddoo
Gannata
Garaadee
Garisoo
Garjeeda
Gasala
Geetara
Gimboota
Giraamaa
Goodola
Goofingira
Godaymannaa
Gomoora
Goonosa
Golanuura
Gotoo
Gur-daama
Gurraa
—
Haballosa
Habarnoosa
Habeebee
Habuubaa
Haburaa/Aburaa
Hachana
Hadaabbaa/Adaabbaa
Haddaa
Hadaagaa
Halangoo
Halchaana
Haliibana
Hamiishada
Hanbeentuu
Hanqaroosa
Hanqa-diina
Hanxoo
Harboo
Harawa
Hasana
Hasansaba
Hawaxxuu
Hawwaree
Hawwiyyaa
Haximannaa
Heebanoo
Heellaa
Heeraro
Heexamoosa
Heexosa
Heeydara
Hinseemana
Hoboltoo
Hodhituu
Hooransoo
Huduga
Humxee
Hubaachoo
Huphannoosa
Hurfee
Hurxuuba
—
Ibsaana
Ilaa
Ilaannii
Ilbaccaa
Iluu
Imara
Isleeymana
Itayya
—
Jaafara
Jawaara
Jaawwi
Jidda
Jiliinshaa
—
Kabiiroo
Kacharaa
Kanshee
Kanshituu
Karrayyuu
Karaara
Keetaa
Kojii
Kolooba
Konee
Korbeeyyii
Korminee
Kube
Kullishaa
Kulchee
Kubbaayyee
Kuyyara
—
Laaqii
Laajjemannaa
Laxamannaa
Leemmu
Leemmossa
Liimoo
Liyyee
Loodee
Lolee
—
Maadada
Maachamanna
Maamma-nuura
Manaakaba
Maankula
Maaydoo
Maazaza
Maccaana
Maccituu
Madarshoo
Maleekkoo
Marfoo
Maroo
Masara
Masaranjee
Mazara
Meettaa
Moddollee
Mora
—
Nagoo
Niitee
Niyyaara
Noonnoo
Nugee
—
Obaaymanna
Oborraa
Odoo-dara
Ogolchoo
Ogoddaa
Oliyyee
Oldolmannaa
Oydomannaa
Olbatannaa
—
Qaancaqooca
Qaafituu
Qaasoo
Qalboo
Qallallee
Qirbinyee
Qooggoo
Qoomaa
Qoorabdoo
—
Raasoo
Raaytuu
—
Saamana
Saamoo
Saasamanyee
Sabiroo
Sabitoo
Sabuna
Saddiiqa
Saddiiqoo
Shakmara
Saddoo
Sa’immannaa
Salmoolee
Sangoo
Shankoora
Sarbaayyee
Sarboo
Sibee
Seemannaa
Sikkisaa
Silxaana
Sinaana
Singiga
Siraaja
Soobbaa
Soolee
Suraara
Suudee
—
Shaakko
Shaalimannaa
Shafilaa
Shaamdee
Shaamida
Shanaka
Shawwadee
Shaadama
Shatura
Sheebbaa
Sheelada
Shiree
Shunee
—
Tamaama
Tafaalaxa
Taa’oo
Tuuquu
—
Ungaata
Ungaanyee
Urjii
Ulullee
Uruu
Usula
—-
Waadaa
Waageda
Wa’amanyee
Waajii –
Waqaalola
Waaqoo
Waata
Waariyoo
Washarmina
Weegee
Weerara
Walbatannaa
Wolaanshoo
Wolaa-sila
Wolee
Wolashee
Wondoo
Wooraguu
Woshimbira
Woxee
Woyyoo
Woxisannaa
—
Xapheena
Xeemoo
Xeerara
Xiijoo
Xooqayaa
—–
Yaabetaa
Yaaqutaa
Yabsaana
Yaayya
—
Zaranxallaa
----************------- HUBACHIISA: 1-Gosa Arsii ta’ee kan maqaan hin dhahamin yoo jiraate, maqaa gosa sanii dhahuun, iddoo gosti sun baay’innaan itti argamu naaf ibsaa. ---- 2- Lakki ka ati gosa jettee barreesite Gosaa miti balbala gosaati yoo jettan maqaa gosa inni jalatti argamuu, akkasumas iddoo/naannoo lafa Arsii kamitti akka balbalatti fudhatamu naaf eeraa. ---- Source : Seenaa Sikkoo fi Mandoo
- Barumsa
- Galmee Jechootaa
- Afoola Afaan Oromoo
- Gosa Oromoo
- Maqaa Oromoo
- Kanneen Biroo
- Oromiyaa
- Seenaa
- Sirna Gadaa
Maqaa Gosoota Oromoo ARSII-[Ilmaan SikkooMandoo]
Maxxansaalee haaraa
There are currently 334 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter I.
Submit a Word(Jecha)
Gosti kiyya jiliinsha dha. Bakki bayyinaan argaman magaalota akka boosha fi areera keessatti.