Marsariitii AFAAN OROMOO

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z A Abba hin qabdu akaakyuuf boochi Abbaa iyyu malee ollaan namaa hin birmatu Abbaan ...
Hima Afaan Oromoo

Hima Afaan Oromoo

Hima Afaan Oromoo Himni jecha (word), ykn gaalee( phrase) ykn ciroo ( clause) tokkoo fi isaa olirraa ijaarama. Gulummoo fi ...

Jecha Afaan Oromoo

Jecha Afaan Oromoo Sagaleef sagaleen(Sagalee + Sagalee) walitti dhufuun jecha uuma. Sagaleen gara garaa akkaataa hiika qabaaachuu dandaánitti yoo walitti ...
Jecha Afaan Oromoo

Hiikka Jechootaa

Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo Jechootni hiika addaa addaa qabu, Isaan keessaa haala armaan gadiin mee haa ilaalluu: 1. Hiika Sirrii ...

Jechama Afaan Oromoo

Jechama Afaan Oromoo Jechamni Afoola Afaan Oromoo yommuu ta'u, Haasawa tokko keessatti mi'eessuuf ykn bareechuuf itti fayyadamna. Jechamni Afaan Oromoos ...

Afoola Oromoo

AFOOLA  OROMOO. Afoolli bifa 'liitireecharii' ta'ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ...

Eebba Oromoo

Eebba Oromoo Eebbi gosa Afoolaa ta'ee Oromoo biratti baratamaa fi kabajamaa yoo ta'u Maanguddoodhaan gaggeeffama. Ebbi yeroo garagaraatti gaggeeffama, akkasumas ...
Gosoota jechootaa

Hiika Jechootaa

Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo Jechootni hiika addaa addaa qabu, Isaan keessaa haala armaan gadiin mee haa ilaalluu: 1. Hiika Sirrii ...