QUBEE Afaan Oromoo Fakiidhaan
Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Fakkiidhaan fakkeenyota Jecha Qubee Sanaan eegalanii ykn of keessaa qabanii irraa kan fudhataman
ibsa dabalataa wajjiin tuqamuuf yaalamanii jiru.
QUBEE Afaan Oromoo Fakii wajjiin |
|||
---|---|---|---|
Qubee A/Oromoo | Fakkeenya | Fakkii | Yaada(Remark) |
A |
Adurree hiikkaa – Bashoo(Cat) |
A – Adurree |
Jechi ‘Adurree’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘A’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
B |
Bishaan | B – Bishaan |
Jechi ‘Bishaan’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘B’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
C |
Cuubee hiikkaa – Murtuu(Knife) |
C – Cirracha |
Jechi ‘Cuubee’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘C’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
D |
Daa’ima hiikkaa – Ijoollee umriin xixiqqoo |
D – Daa’ima |
Jechi ‘Daa’ima’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘D’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
E |
Eeboo hiikkaa – Meeshaa Waraanaa kan Aadaati |
E – Eboo |
Jechi ‘Eboo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘E’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
F |
Farda hiikkaa – Geejjiba Fe’iinsaa(horse) |
F – Farda |
Jechi ‘Farda’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘F’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
G |
Gaala hiikkaa – _____(Camel) |
G – Gaala |
Jechi ‘Gaala’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘G’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
H |
Hoolaa hiikkaa – ____(sheep) |
H – Hoolaa |
Jechi ‘Hoolaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘H’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
I |
Ija hiikkaa – Agartuu(eye) |
I – Ija |
Jechi ‘Ija’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘I’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
J |
Jaldeessa hiikkaa – —(Monkey) |
J – Jaldeessa |
Jechi ‘Jaldeessa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘J’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
K |
Kubbaa hiikkaa – Meeshaa taphaa(ball) |
K – Kubbaa |
Jechi ‘Kubbaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘K’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
L |
Leenca hiikkaa – Mootii Bineensota Bosonaati |
L – Leenca |
Jechi ‘Leenca’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘L’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
M |
Mana hiikkaa – Dawoo jireenya ilma namaa(home) |
M – Mana |
Jechi ‘Mana’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘M’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
N |
Nama hiikkaa – ilma namaa(human being) |
N – Nama |
Jechi ‘Nama’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘N’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
O |
Odaa hiikkaa – Caayaa Oromoota(Oda) |
O – Odaa |
Jechi ‘Odaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘O’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
P |
Poolisii hiikkaa – Qaama Seera kabachiiftuu(police) |
P – Poolisii |
Jechi ‘Poolisii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘P’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Q |
Qocaa hiikkaa – –(tortoise) |
Q – Qocaa |
Jechi ‘Qocaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Q’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
R |
Raafuu hiikkaa – Gosa nyaataati |
R – Raafuu |
Jechi ‘Raafuu’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘R’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
S |
Saawwan hiikkaa – saawwa(cows) |
S – Saawwan |
Jechi ‘Saawwan’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘S’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
T |
Teessoo hiikkaa – Minjaala(Table) |
T – Teessoo |
Jechi ‘Teessoo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘T’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
U |
Ulee hiikkaa (Stick) |
U – Ulee |
Jechi ‘Ulee’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘U’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
V |
Vaayitaaminii hiikkaa – Kan humnaf anniisa kennu(vitamin) |
V – Vaayitaaminii |
Jechi ‘Vaayitaaminii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘V’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
W |
Weennii hiikkaa – —-(Baamboo) |
W – Weennii |
Jechi ‘Weennii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘W’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
X |
Xiyyaara hiikkaa Geejjiba Qilleensa irraati |
X – Xiyyaa |
Jechi ‘Xiyyaara’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘X’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Y |
Yaa’ii hiikkaa – Walgahii Namootaa |
Y – Yaa’ii |
Jechi ‘Yaa’ii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Y’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Z |
Zeeroo hiikkaa – Duwwaa/Ona(empty) |
Z – Zeeroo |
Jechi ‘Zeeroo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Z’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
QUBEE DACHAA ykn CIMDII |
|||
CH |
Barachuu hiikkaa – Faaya Abbaan Gadaa addatti godhatu(kalacha) |
Ch – Barachuu |
Jechi ‘Barachuu’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘CH’ kan of keessaa qabaniidha. |
DH |
Dhadhaa hiikkaa – Kan aannan keessaa bahu(butter) |
Dh – Dhadhaa |
Jechi ‘Dhadhaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Dh’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
SH |
Shaashoo hiikkaa – Meeshaa Faaya Aadaa kan aannan itti dhugamu(—) |
Sh – Shaashoo |
Jechi ‘Shaashoo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Sh’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
NY |
Nyaata hiikkaa – Soorata(food) |
Ny – Nyaata |
Jechi ‘Nyaata’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Ny’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
TS |
Tsabala hiikkaa – Filowhaa(flowha) |
Ts – Tsabala |
Jechi ‘Tsabala’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Ts’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
ZH |
Televizhiinii hiikkaa – —(Televizhion) |
Zh – Televizhiinii |
Jechi ‘Televizhiinii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Zh’ kan of keessaa qabaniidha. |