• WIRTUU
  • BARUMSA
    • Barnoota Fayyaa
    • Galmee Jechootaa
    • Hima
    • Jecha
    • Keewwata
    • Kitaabota Afaan Oromoo
    • Qubee Afaan Oromoo
    • Sagalee
    • Seenaa
    • Seerluga
    • Sirna Qubeessuu
  • AFOOLA
    • Baacoo
    • Ciigoo
    • Eebba Oromoo
    • Geerarsa
    • Gosa Oromoo
    • Hibboo
    • Jechama
    • Mammaaksa
    • Maqaa Oromoo
    • Oduu Durii
    • Safuu Oromoo
    • Taphoota Adda Addaa
    • Walaloo
    • Woyyuufi Woyyooma
  • TEKINOOLOJII
    • Feesbuukii
    • Guugilii
    • Interneeta
    • Jechoota Koompitaraa
    • Marsaalee Hawaasaa
  • KANNEEN BIROO
    • Aadaa Oromoo
    • Amantii
    • Copha Jaalalaa
    • Dhaha Oromoo
    • Gorsa Fayyaa
    • Healthy Tips
    • Irreecha
    • jaalala
    • Oromiyaa
    • Seenaa Hayyoootaa
    • Sirna Gadaa
    • Siyaasa
    • UNESCO
  • ODEEFFANNOO
Barbaadi...
Saturday, June 7, 2025
  • Waa’ee Keenya
  • Nuqunnamaa
  • Hiikkaa Jechootaa
  • JAALALA
  • FAYYAA

Afaan Oromo Online

  • WIRTUU
  • BARUMSA
    • HundaBarnoota FayyaaGalmee JechootaaHimaJechaKeewwataKitaabota Afaan OromooQubee Afaan OromooSagaleeSeenaaSeerlugaSirna Qubeessuu

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

      Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource

      SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO – Kutaa-3ffaa

  • AFOOLA
    • HundaBaacooCiigooEebba OromooGeerarsaGosa OromooHibbooJechamaMammaaksaMaqaa OromooOduu DuriiSafuu OromooTaphoota Adda AddaaWalalooWoyyuufi Woyyooma

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

      Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa…

      Afaan Oromo Online| Barnoota Afaan Oromoo

  • TEKINOOLOJII
    • HundaFeesbuukiiGuugiliiInterneetaJechoota KoompitaraaMarsaalee Hawaasaa

      Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ አባላት…

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

      Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource

  • KANNEEN BIROO
    • HundaAadaa OromooAmantiiCopha JaalalaaDhaha OromooGorsa FayyaaHealthy TipsIrreechajaalalaOromiyaaSeenaa HayyoootaaSirna GadaaSiyaasaUNESCO

      Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi Sababoota…

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      #Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

      Irreecha: From Thanksgiving Ritual to Strong Symbol of Oromo Identity

  • ODEEFFANNOO
    • Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ አባላት…

      Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

      Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi Sababoota…

      Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

      #Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega

Afoola Afaan Oromoo

Faayidaa Afoola Oromoo

July 26, 2016
Aadaa Oromoo

Jechoota Afaan Oromoo, Jechoota Afaan Amaaraatiin Liqimfamutti jiran: Walhaa sirreessinuu

July 8, 2016
Oromiyaa

Sirna Gadaa Ittiin Bulmaata Oromooti:- Abbaa Gadaatiin

July 1, 2016
1...121314Page 14 of 14

Maxxansaalee haaraa

Walaloo Qubee

April 30, 2023

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ...

June 10, 2022

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

June 6, 2022

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi...

January 16, 2022

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

January 11, 2022

Kuusaa Jechootaa Afaan Oromoo

# A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z | Submit a Word(Jecha)
There are currently 244 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter G.
G

gabaaba, gabaabdu, gabaabo; yara, yartu, yaroo

gadaa
ni n. The Borana generational class system; (cf.) daballee,

gallery
kuusaa faayaa

gallon container n.
rubaa ni (Amh.)

game
tapha, morkii

game............
tapha.

gammee, kuusa, raaba didiqqaa, raaba gugurdaa; gadaa,

ganama
mta; haachata chatta; bari'a rita; iffa ifta

gandisaa
ni; huqquu ni; leleqaa ni

gang together v.
suurkaha koofta

Gap
addaan fageenya

gap n.
baqaqa ni ; boroqa i; fuloo ni; ( between teeth) karruu ni; qaa'a i:

garbage, waste
balfaa, kosii, hubba

garden
manduubee

garden n.
obru; masaa ni (Amh.)

gargaara
rta; ukha utta

garlic
qullubbii

garlic n.
qulubii ni

gas stove
butta gaasi

gate n.
sanqaa ni (Amh.); korbo

gateway
karra

gateway n.
balbala ti; karra it

gather together v.
tuuta'a toofta; tucha chita

gather v.
dira dirta (always with wal); naanaha noofta;naaneessa sita;

gathering n.
waldeenna i

gazelle n.
hiddii ni

geerumaa
ni; hubachaa ni; qarumaa ni

gelding n.
kolaa ni; mirgoo ni

gender
kornaayaa, saalaa

general
waliigala

generation
dhaloota, labata

generation n.
miseensa i

generator
maddisaa

generosity n.
holaa ni

generous (person n.
lamsa i (Guji); (person) arjaa ni ; balchaa ni; tolaa nii

generous, be v.
tola tolta

genes n.
fincaani

genet n.
moree ni

genitals n.
kofa i; (male ) misaa ni

gently (adv.)
suuta; laanuma

gerenuk n.
guguuftoo ni

germ n.
sanyii ni' (Amh.)

germinate v.
biqila lta; qunxa xita

gesticulate v.
wila wilita

get lost v.
algala lta

get off
bu'i, bu'a

get out of trouble v.
dhibaafadha fatta

get used to v.
mataqa taxxa; matafadha fatta

Ghost
dimimmisa

ghost n.
ekeraa ni

giant (adj)
jaafoo

gift n.
faroo (milkii); gumaata i; khaatoo ni; shelemaatii ni (Amh.); galata

gift, present
argaa, kennaa, tarfaasaa, gumaata

gigabyte
giggabayitii

GIGO
fokkuun seenee fokkuun bahe (FSFB)

ginger
jijimbla

giraffe n.
satawwaa ni

girl
durba

girl n.
dubra dubarti

girlfriend
jaalalle durbaa

give me
naa keeni

give v.
hirra hirta; kenna, kennita

glade n.
batala ti; baqalla ti

glance n.
liphee ni

gland n.
xandacha i

glans penis n.
maatee ni

glass (cup)
birciqqoo

glass (for drinking) n.
burchuqoo ni; bakeerii ni (Amh.)

glass (material)
fullee

glisten v.
fiila fiilta

glitter
v. bibiliqa lixxa; billiqa lixxa; calalaqa laxxa; qanqaa ni

global
hundataa

gloomy, be n.
bolgoda dda; kumuda dda; huraha roofta

gloomy, become v.
bolgoda dda

glory n.
guddina i

glossary
jibsoo

glossy finish
waraqaa cululuqaa

glossy n.
dooqa i; doti

glove
gaantii, shurraaba harkaa

glow
worm n. bilituu ni

glow n.
qaanqee ni

glue
haphee

glutton n.
afuuraa ni, sabdii ni ; bukicha i; ; boolicha i; boolittii ni;

gluttony n.
bukittii ni; agari; sabdii ni

gnat
bookee

gnat n.
bokee ni

gnaw v.
qorra rta; qorradha ratta

gnawing n.
qorraa ni

go
deemi

go around v.
qixisa xifta

go away!
kuti!

Go Back
deebi‹??i

go back and forth v.
soloola lta; sololaha laata

go down v.
bua buuta; lixa lixxa

go near v.
dhi'adha aatta

go off v.
algala lta; (food spoiling) qamansa sita

go out v.
ba'a baata; yaasa yaafta

Go to
Gara‹??deemi

Go to Folder
ukaankatti deemi

go up v.
ol ba'a baata

go v.
dhaqa dhaxxa; deema mta; yaa ta

go!
beeni, pi. beena; deemi, deema

go! (imperative)
meeni!; meenaa!; beeni! beena!;

goat
reetii

goat enclosure n.
qaara i; dhoqooba

goat n.
(young male) korbeesa i; (pi.) korbeeyyii ni; qobolee ni; sangaa re'ee

goatskin n.
qoola i

goba
bda

God
Waaqayyo, Waaqa

God n.
Waaqa; Rabbii ni

going out n.
ba'iisa i

gold
warqee

gold n.
warqii ni (Amh.)

gonnadha
natta; goodhaha dhoofta; haffalaha loofta

gonorrhea n.
coftuu ni

goo tidings, good news
aaga

good
gaarii, bayyeessa, misha, dansaa

good (adj.)
qajeela, qajeeltu, qajeelo; mooti; fullaa;

good (person or thing) n.
dabboo ni

good condition n.
suga i; v. wardaha deeta; martaha toofta

good fortune n.
kaayoo ni

Good Friday
Ayyaana fanno

good life n.
meela i

good place n.
miriga i

good things n.
faaya i

good time n.
miriga i

goodness n.
dansuma ti; holaa ni; midhaaguma ti

goomphee
ni; hoosa i; waaba i ; gossee ni

gorge n.
balee ni ; horraa ni; rakkoo ni

gorjoo
ni; madaala i; (wooden) soroora i

gorteefadha
fatta; maassa sita

gossip n.
hamma ti

Goto
gara... deemi

gourd n.
balka i; dullooo nicloud dumaansa i;

government
mootummaa

governor n.
mohaa ni

grab v.
buta butta; qola qolta; saama mta; sakaba bda

grace n.
kaayoo ni

grade (on a test)
maarkii, qabxii

grade n.
kifilii ni

grade, level
sadarkaa

gradient
gargartoo

grain
midhaan

grain n.
boqoloo ni (Amh.); kartuu ni; midhaani; sanyii ni (Amh.)

grammar
caasluga, seerluga

granary n.
kodhoo ni; gootaraa ni (Amh.)

grandfather
akaakayyuu, akaakaa

grandfather, grandchild n.
akaakuu ni

grandmother
akkoo, akkawoo

grandmother, grandchild n.
akkoo ni

grapes
wayinii

Graph
caatoo

graphic
saxaatoo

graphic filter
gingilchaa saxaatoo

graphics
saxaatoo

grasp v.
tindhisa dhifta

grass
marga, buuyoo, gaalala

grass n.
buyyoo ni; marra ni; alaansuu ni (the first grass which comes up after

grasshopper n.
dhiitabulee ni; korophuu ni

grassland
lafa margaa

gratify v.
quubsa sita

gratitude n.
galata i

grave
awwaala

gravedigger n.
awwaaldiiduu ni

gravel
korata, cirracha

gravel n.
cirracha i

grayed command
ajaja fajajaa

grayscale
saxxiillaa

grayscale monitor
torgii saxxiillaa

graze v.
boba'a baata; dheeda dheedda

grazing n.
maaruu ni; tika i

greasy, be v.
xunxuna nta

greater-than sign
mallattoo caalmaa

greatness n.
guddina i

greedy, be v.
sakaba bda

green
magariisa

green (adj.)
doti

green PC
KM magariisa

green pepper
qaaraa

green vegetable n.
raafuu ni

green, be v.
hosooba bda

greeting
nagaa

greeting n.
yooyyoo ni

grenade n.
bombii ni

grey
(adj.) (dark) bulee; boora; magaadoo

grey, gray
daalacha, daara'aa, daaroftuu

grid
tarsaa

gridlines
sarara tarsaa

grieve v.
qarcha'a chaata

grill v.
ruruuqa xxa; wadda waddita

grin v.
qumaada dda

grind v.
qara qarta; qara'a raata

grinding mill n.
woofchoo ni (Amh.)

grinding stone n.
majjii ni (Amh.); dhakaa daakuu

grip v.
birdifadha fatta; habooqa booxxa; qadhaba dba

gripping n.
qaftuma i

grit v.
ciniinadha natta

groan v.
waadha waatta

groin n.
mudanmuddii ni

gross (as in grossly fat) n.
arfuuqa i

ground
lafa

group
gartuu, garee, tuuta

group box
sanduuqa gurmuu

group by
‹??tiin gurmeessi

group ID
W.E. gurmuu

group item
waan gurmuu

group level
sadarkaa gurmuu

group n.
gumi; daga daddi; citaha i; gollii ni; (often) n. kurnya

group together v.
suurkaha koofta; citaha toofta

grouping
gurmeessuu

grow v.
barduma mta; ba'a baata; qunxa xita

grow well v.
firawa firoofta

growl v.
waadha waatta; gururia rita

grown
up v. cima cimta

growth (fresh) n.
fura i

growth n.
waciba i

grudge n.
kootoo ni; haaloo

gruel n.
uujii ni

grumble v.
gunguma mta; gururia rita; nyalla nyalta

grunt v.
bokamsa sita; waadha waatta

guard
waardiyyaa, eegduu

guard v.
eega eedda; qorqora rta; tissa sita; salfa fita

guest
keessummaa

Guest account
eenyummeessa keessummaa

guest n.
keessumaa ni

GUID
GUID

guide v.
ayiisa ayiifta

guideline
qajeelcha

guides
qajeelcha

guilty, be v.
yakka kita

guineafowl n.
solooliaa ni

gully n.
bohaa ni; bowwaa ni; dolollo ni ; gootuu ni

gulp v.
dhudaha daata; habuuqa buuxxa

gum (chewing)
maastiikaa

gummy v.
hodanaha noofta

gums (red, of mouth) n.
mulloo ni

gun
qawwee

gun powder n.
baruda i

gunshot n.
dibbeesa i; dibbiisaa ni

gush v.
madda maddita

guura
rta

guutumaan guutuutti diriiraa - flat
1. battee 2. meeshaalee gosa garaagaraa gatii walfakkaataadhaan gurguruu

guzzle v.
dhudaha daata


Submit a Word(Jecha)

Maxxansa Haalaan dubbifame

  • Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (117,023)
    Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
  • Jechoota Hayyoota Addunyaa (47,557)
    Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
  • Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (43,037)
        👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]

Maxxansaalee Barbaachisoo

Walaloo Qubee

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa...

Afaan Oromoo
Barnoota bu'uuraa Qubee Afaan Oromoo xixiqqaafi gurguddaa sagaleedhaan, Barreeffamaan barachuuf Marsariitii Afaan Oromoo www.afaan-oromoo.com hordofaa
Nu-Argachuuf: afaanoromo.online@gmail.com

MAXXANSAALEE HAALAAN DUBBIFAMAN

Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu?

September 2, 2017

Jechoota Hayyoota Addunyaa

November 4, 2017

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

April 2, 2019

RAMADDIILEE HAALAAN DUBBIFAMAN

  • Seenaa50
  • Odeeffannoo41
  • Barumsa32
  • Gorsa Fayyaa30
  • Oromiyaa27
  • Maqaa Oromoo27
  • Afoola Afaan Oromoo26
  • Sirna Gadaa26
  • UNESCO20

Copyright© 2025, Afaan Oromo Online - All rights Reserved. | Design by: oroict.com Solutions.

Edit with Live CSS
Save
Write CSS OR LESS and hit save. CTRL + SPACE for auto-complete.