-
Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (110,221)
Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
-
Jechoota Hayyoota Addunyaa (42,125)
Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
-
Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (39,543)
👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]
Hedduu itti boonna galatoomi leenca oromiyaa horii buli
Hedduu itti boonna galatoomi leenca oromiyaa horii buli