Copha Jaalalaa, Xayalaa Jaalalaa, Ichuma Jaalalaa, Doonii Jaalalaa fi kkf asirraa argattu!—-www.afaan-oromoo.com/copha-jaalalaa

Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu
Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa ...

‘Gabbaranii’ fuudhuun kabaja dubartii agarsiisaa?
Gabbaras jedhamu gonfaa, kennaan kun bifa meeshaafi qarshiitiin maatii ishee heerumtuutiif dhiyaata. Gabbarri maali? Gabbarri Oromoo Arsii biraatti bakka guddaa ...

Faaruu Loonii – afaan-oromoo.com
yaa Loonihoo yaa loonihoo yaa loonihoo nagayaan oolihoo Loontu maal hin taane waan loonii maaltu badaa ta’ee Yaa daalacha Bifa ...

Dubartoota Oromoofi Kabaja Siinqee Sirna Gadaa Keessatti
Siinqeen maali? Dubartiin Oromoo gaafa heerumte irraa eegaltee Haadha manaafi jaarsa qabaachuu ishee argarsiisuuf haadha ishee(guddisaa)rraa kan kennamuuf ulee mukaa ...

Imaanaa Jaalalaa – Asoosama Gabaabaa: Mootii Abbaltiin
Imaanaa Jaalalaa - Asoosama Gabaabaa Kutaa - Afur Borumtaa isaa barfadheen dhufe. Hirriba halkan qe'ee koo lagatee bule gara barii ...

LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA
LOQODA BOORANAA ------- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa ---- jalqaba, dura 2. Ennaan ---- sana booda 3. Ojjaa. --- yoo, erga ...

Eenyu siin haajedhu, Eenyuun sii Moggaasu? – Ati Maqaa naaf laadhu : Walaloo Haadhaa.
Ati Maqaa Naaf Laadhu!!! Mee enyu Siin jedhu moggaasni Siif malu Damma moo Aannani jechi Siin madaalu? Damma akkan hin ...

Seenaa Jaalalaa
Seenaa Jaalalaa - Oroliyaanaa Daani'eeliitiin Eessaa akkan siif jalqabu ana rakkisa; Addunyaa kana irratti namni jaalalaaf jedhee murtoo murteesseen jaalala ...

Geerarsa Oromoo
Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ...

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z
Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z A Abba hin qabdu akaakyuuf boochi Abbaa iyyu malee ollaan namaa hin birmatu Abbaan ...