Marsariitii AFAAN OROMOO

Seenaa Jaalalaa

Seenaa Jaalalaa -  Oroliyaanaa Daani'eeliitiin Eessaa akkan siif jalqabu ana rakkisa; Addunyaa kana irratti namni jaalalaaf jedhee murtoo murteesseen jaalala ...

Waa’ee Oromoota Goojjam Beektuu Laata – B/Aadaaf Turizimii Oromiyaatiin

Waa’ee Oromoota Goojjam kana beektuu laataa? Yeroo ammaa Lafti Goojjaam jedhamee waamamu dur durii irra jireessaan Oromootatu irra qubatee jira ...

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo
  1. "Gabrummaa hiddaan buqqifnaa dadhanu ilmaan itti guddifna."J/Waaqoo Guutuu
  2. "Nuti Oromodha, kan lolluufis Ummataafi biyya Oromiyaatifi ...

Maqaalee Oromoo Babbareedaa

Maqaalee Oromoo Babbareedaa Yeroo ammaa ummanni Oromoo Ilmaan isaatiif maqaalee Babbareedoo safuufi Aadaa Sabichaa ibsuufi agarsiisuu danda'u filatee moggaafataa jira ...

Geerarsa Oromoo

Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi  jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ...

Jechoota Hayyoota Addunyaa

Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo ...

Afaan Oromoo: Barannoo Tokko

Afaan Oromoo: Barannoo 1 - Seenaa Guddina Afaan Oromoo  : B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin Maxxansa darbe keessatti mataduree “Afaan Oromoo” jedhuun gaaffii ...

Sagalee Afaan Oromoo

SAGALEE Afaan Oromoo. Sagaleewwan afaan tokko keessatti argaman Sagaleewwan dubbiiti. Sagaleewwan biroo immoo sagaleewwan akka sagalee konkolaataa, sagalee allaattii, horii, ...