Marsariitii AFAAN OROMOO

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa

BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin - Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun ...

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi too’atu tokko ni barbaachisa’

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf ...

Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed, K-1ffaa.

Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan ...

CAASAA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO – B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin

Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, ...

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii

Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa ...

Walaloo Ajaa’ibaa Galma Barkumeetti – Feeneet Geetaachoo

Sabni sun - inni dur Gaaddisa jalatti seerasaa tumate Sabni Kuush - inni sun Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate Kan ...