Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoonota hedduutti
Oromoonni naannoo golga laga Abbayyaa jiraatan malkaa Abbayyatti bahuun, kan gidduu gala biyyaa ammoo Hora Har-sadiitti bahuun kabajaa turan jedhu ...
Kaalaandarii Oromoo maaltuu kaaniin adda taasisaa?
Kaalaandarri Oromoo guyyaa fi ji'a lakkaa'uun alatti seenaa uummamaa fi wal duraa duuba uumama waaqaa of keessatti qabata jedhu Obbo ...
Leenjii Ogeessota Maxxansa Toorarraafi Qeeqa Maxxansa Toorarraa Biyya Keenyatti
'Google niyyuu kan isin jaallatu yoo namni hojii keessan jaallate qofa'. - Dubbisaa Barreessitoota keenyaan gahaa. Yeroo ammaa barreessitoota Toorarraa(Bloggers), ...
Ijoollee Abdii: Seenaa imala ijoollee Oromoo gurguramanii Itoophiyaa haga Afriikaa Kibbaatti
Odeeffannoo jiranis deemtee dubbifte. Seenaa daa'imman Oromoo gabrummaaf gurguramanii. Ijoolleen kunniin eessa turan? Garam dhaqan? Horteen isaanii jiruu?... Egaa akkasiin ...
‘Gabbaranii’ fuudhuun kabaja dubartii agarsiisaa?
Gabbaras jedhamu gonfaa, kennaan kun bifa meeshaafi qarshiitiin maatii ishee heerumtuutiif dhiyaata. Gabbarri maali? Gabbarri Oromoo Arsii biraatti bakka guddaa ...
Faaruu Loonii – afaan-oromoo.com
yaa Loonihoo
yaa loonihoo
yaa loonihoo
nagayaan oolihoo
Loontu maal hin taane
waan loonii maaltu badaa ta’ee Yaa ...
yaa loonihoo
yaa loonihoo
nagayaan oolihoo
Loontu maal hin taane
waan loonii maaltu badaa ta’ee Yaa ...
WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN ETHIOPIA
The Top Twenty Three Reasons ~ Milkessa Midega In March 2015 Dr. Birhanemeskel Abebe, a renowned Ethiopian academician, came up ...
10 Reasons why Afaan Oromo should be a federal working language – Sababoota 10 Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa tahuu qabuuf
Nowhere in the world has the government of the country refused to speak the language of the majority of its ...