
Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ አባላት የመጋበዣ ምዝገባ ቅጽ
Beeksisa tokko isiniif qooduun barbaade. Yeroo ammaa kana barruu harkaan barreeffameef ykn suuraa barreeffama harkaan barreeffame Fakkaattii Amaloota Optikaalaa hubachiisu ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame
Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti akka dabalamuuf ijoolleen Oromoo biyya keessaafi alaa waggoota ja’aa oliif ifaajjii olaanaa taasisaniiru. Hojicha biyya ...

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi Sababoota waliin – Xiinxala Ogeessa Fakkii fi Suursagalee
Loogoo :- loogoon ykn Asxaan Maaliidha?
*****
Loogoon ykn asxaa inni jedhamu Fakkaattii dhaabbatni tokko ittiin fakkeeffamu. Mallattoo addaa ati ...
*****
Loogoon ykn asxaa inni jedhamu Fakkaattii dhaabbatni tokko ittiin fakkeeffamu. Mallattoo addaa ati ...

Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource
#AfaanOromoo Gugilii irratti tajaajila kennuu Eegale. Hiikkaan Afaan Oromoo gara Sadarkaa olaanu(Beta Translate) ce'eera. kanaanis Jechoota English galchinee Afaan Oromootti ...

SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO – Kutaa-2ffaa
A) SAGALEE DHEER’AA FI GABAABAA
DUBBACHIIFTUU
Gabaabduu’: A(a),E(e),I(i),O(o),U(u)
Dheertuu’: AA(aa),EE(ee),II(ii),OO(oo),UU(uu) Hudhaa (’) :Hudhaan jecha tokko dubbachuuf hafuurri somba keessaa bahuuf ...
DUBBACHIIFTUU
Gabaabduu’: A(a),E(e),I(i),O(o),U(u)
Dheertuu’: AA(aa),EE(ee),II(ii),OO(oo),UU(uu) Hudhaa (’) :Hudhaan jecha tokko dubbachuuf hafuurri somba keessaa bahuuf ...

SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO
Qubeen afaan kamiituu mallattoo sagalee afaanichaati. Afaanota heddu addunyaa tana keessatti dubbataman ka itti fayyadaman qubee Laatiniiti.Qubeewwan afaan Oromootis qubeewwan ...

Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu
Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa ...

#Oromumma(ኦሮሙማ): Comprehensive Understanding of Oromoness – By Dr.Milkeessa Midega
In the 1960s, it was not the concept of Oromoness (hereafter Oromumma) which was conceptually debated. It was Ethiopia and ...
[aps-get-count social_media=”facebook” count_format=”short”],
[aps-get-count social_media=”twitter” count_format=”short”],
[aps-get-count social_media=”googlePlus” count_format=”short”],
[aps-get-count social_media=”youtube” count_format=”short”],