Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture.
Guddina Afaan Oromoofi Rakkoolee ijoo Afaan Oromootiin walqabatu kanneen beekuu qabnu
- Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu ...
Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma
************************************************************************
Ummani kuush Gurraachi Uumamaa fi Uumaa isaatiif ulfina /kabajaa olnaa qaba. Ayyaana Irreecha Oromoo Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo ...
Ummani kuush Gurraachi Uumamaa fi Uumaa isaatiif ulfina /kabajaa olnaa qaba. Ayyaana Irreecha Oromoo Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo ...
Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan
Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo Kuraa, Makkalaa fi Bokkuu isaa waliin Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa ...
Abbaan Gadaa yoo jaaru/ qorcaa yoo micciiru(du’u) eenyun bakka bu’a?
Seera bulchiinsa preezdaantummaa fi mana mareetin muummeen mootummaa yoo du’aan boqatan, paartichi yaa’ii ariifachiisadhaan nama bakka buusa. Sirna Gadaa waan ...
Muramte – Murtii Araaraa
Muramte Falfala nujalaa haa muru muramte
Muramte Oromoon sirna qabaa muramte
Sirni guyyaa qabaa muramte
Guyyaan abbaa qabaa muramte
Abbaan haqa qabaa muramte
Haqa santu ...
Muramte Oromoon sirna qabaa muramte
Sirni guyyaa qabaa muramte
Guyyaan abbaa qabaa muramte
Abbaan haqa qabaa muramte
Haqa santu ...
Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne
Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta'uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC'n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu ...
Imala_Jireenyaa_A/J_Umar_Suleeymaan
Seenaan Goota kanaa kan himamee dhumu ta'uu baatuyyuu, Muraasa akka armaan gadiitti isiniif dhiyeessineerra Seenaa Gabaabaa Jeneraal Artist Umar Suleeyimaan ...
Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa
Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata ...