• WIRTUU
  • BARUMSA
    • Barnoota Fayyaa
    • Galmee Jechootaa
    • Hima
    • Jecha
    • Keewwata
    • Kitaabota Afaan Oromoo
    • Qubee Afaan Oromoo
    • Sagalee
    • Seenaa
    • Seerluga
    • Sirna Qubeessuu
  • AFOOLA
    • Baacoo
    • Ciigoo
    • Eebba Oromoo
    • Geerarsa
    • Gosa Oromoo
    • Hibboo
    • Jechama
    • Mammaaksa
    • Maqaa Oromoo
    • Oduu Durii
    • Safuu Oromoo
    • Taphoota Adda Addaa
    • Walaloo
    • Woyyuufi Woyyooma
  • TEKINOOLOJII
    • Feesbuukii
    • Guugilii
    • Interneeta
    • Jechoota Koompitaraa
    • Marsaalee Hawaasaa
  • KANNEEN BIROO
    • Aadaa Oromoo
    • Amantii
    • Copha Jaalalaa
    • Dhaha Oromoo
    • Gorsa Fayyaa
    • Healthy Tips
    • Irreecha
    • jaalala
    • Oromiyaa
    • Seenaa Hayyoootaa
    • Sirna Gadaa
    • Siyaasa
    • UNESCO
  • ODEEFFANNOO
Barbaadi...
Afoola Afaan Oromoo

Faayidaa Afoola Oromoo

July 26, 2016
Aadaa Oromoo

Jechoota Afaan Oromoo, Jechoota Afaan Amaaraatiin Liqimfamutti jiran: Walhaa sirreessinuu

July 8, 2016
Oromiyaa

Sirna Gadaa Ittiin Bulmaata Oromooti:- Abbaa Gadaatiin

July 1, 2016
1...121314Page 14 of 14

Maxxansaalee haaraa

Walaloo Qubee

April 30, 2023

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ ፕሮግራም መሳተፍ ለሚፈልጉ...

June 10, 2022

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

June 6, 2022

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa – Ragaalee fi...

January 16, 2022

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo – Afaan oromoo Computers Terminologies

January 11, 2022

Kuusaa Jechootaa Afaan Oromoo

# A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z | Submit a Word(Jecha)
There are currently 188 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter N.
N

n.
bonbontii ni; tantammii ni

n. (person or thing)
hoxxee ni

n. eloo
ni

n. phiiphiisa
i; fiiquu ni; fulidoo ni; fiissa i

n. xoqaamii
ni (Amh.); haaxoo ni;

n/a
hinargamu

na??ve
gowwaa, jufunfula, sephaa

nag v.
dorsisa sifta; findhaara rta

nail, screw
mismaara

naked
qullaa

naked, be v.
daara rta

name
maqaa, cibra

name (for mother
in law) n. kumakitili

Name box
sanduuqa maqaa

name n.
maqaa ni; gurra i

Named
moggaafame

namegiving n.
gubbisa i

namespace
iddoo maqaa

nanny goat n.
re'eetii ni

Nanosecond (ns)
Naanoo Sekendii

nap v.
rafa rafta; hochisa chiifta; n. hocheesa i

nape n.
sammuu ni; qaaceera

narrow (adj.)
dhipha, dhipho, dhipho

narrow passage n.
rakkoo ni

narrow, be v.
xiixa'a xoofta

narrow, tight
dhipoo

nation n.
gosa i

national
biyyaaleessa

nationality
lammummaa

native language
afaan dhalootaa

Native Language Support (NLS)
gargaarsa afaan dhalootaa(GADh)

nature
uumamaa

nausea
locaa, lollojjii

nauseous, be v.
lilikha litta

navel n.
handhura ti

navigate
naanna'i

Navigation
naanna'insa

Navigation Bar
kabala naanna'insaa

Navigation button
qabduu naannayii

Navigation Pane
daawitii naanna'insaa

near
bira, cinaa, dhihoo, kaloo

near (prep.)
aana; bira; dhi'o; cina (Guji)

near, be v.
ruga rudda

nearby (place) n.
naaboo ni

nearby (prep.)
bira

necessarily
dirqamaan

necessary
barbaachisaa

necessary, be v.
fedha fetta

necessity n.
dhiphuu ni

neck
morma, moqoo, lukuma, lumma

neck n.
lubbuu ni; lukuma ti; lummee ni; morma i

necklace
amartii, dubul

necklace n.
hayaama i; lootii ni

nee n.
jilba; cokaancokkee ni

need (n)
fedhii

need v.
fedha fetta; barbaada baadda; n. dhiphuu ni;

needle
limmoo

needle n.
binkii ni; marfe (Amh.); limee ni

negative indent
deebisa hi'eerta

neglect v.
tassa tacha

neigh v.
fookisa kifta; imimisa sita

neighbor
ollaa

neighbor n.
ollaa ni

nephew
durbii

nerve n.
morgaha i; ribuu ni

nervous
qaanjibbaa'aa, sodaataa

nest
mandhee, man'ee, godoo

nest n.
mana i

net
marayoo, dabboo, saaphana

network
mantagoo

network administrator
bulchaa cimdaa

network administrator installation
ijaarsa bulchaa cimdaa

network connection
kornyoo cimdaa

network drive
ooftuu cimdaa

network location
iddoo cimdaa

Network printer
maxxansaa cimdaa

Network.........
cimdaa

neutral
imbaabsa

never
abadan, tasa, gonkumaa, qarayyuu, abilla

nevertheless (adv.)
ammoo

new
haaraa

new (adj.)
haraa; n. (something) bamboo ni

New Year
Wagga haaraa

newborn n.
caraqa i; caraqqoo ni

newline character
arfii sarara haaraa

news
oduu

News Message
dhaamsa oduu

news n.
da'imtuu ni; oddu; (vague) n. lasiitii ni

newsgroup
gurmuu oduu

newsletter columns
tarjaa iftoomsaa

newspaper
gaazexaa

Newspaper columns
tarjaa galaalchaa

next
itti aanee, ergasii, itti fufee

next (adv.)
gadhufu

next day n.
boriyyaa ni

Next Page
fuula itti aanaa

next to (prep.)
dhaatu; dhawwatu

next week
torban dhufu

next year
bara dhufu

nibble v.
alalacha chita; dheeda dheedda; durduura rta; funaana nta

nice
(adj.) bareeda; dansaa; kilimphee

nice (person or thing) n.
dabboo ni; faaya i

Nickname
maqaa masoo

nife n.
billaha, ablee ni, seenti ni ; (large) aflameeda ; suluudda i

night
halkan

nightjar n.
raphachoo ni

nighttime n.
bultii ni

nimble (adj.) sabla, sablo, sablo

nine
sagal

nine n.
sagali

ninety
sagaltama

ninety n.
sagaltama i

ninth n.
sagaleessoo ni; salaani; saleesso; sagaleessoo

nipple n.
mucha i

NLS
gargaartuu afaan ababbii (GAA)

no
lakki, miti, hi'iyoo

no wrap
hinmarin

no!
hiyyoo!

nob n.
bokkuu ni

nobody, no one
homtuu, eenyullee

nock
knees n. dallabahal i

node
guduunfaa

node name
maqaa guduunfaa

Noise
waca

noise n.
billa i (Amh.); dibbeesa i; dibbiisaa ni

noise, make v.
caara rta; n. caara i; ; waca wacca

non-adjacent cells
maandhee adda hiixuu

non-breaking hyphen
murfoo hincinne

non-breaking space
iddoo duwwaalaa

Non-impact printer
maxxansaa biifoo

non-proportional font
bocquu gitaalaa

none
tokkollee

nonetheless
malee

nonprinting character
arfii maxxansalaa

nonsense
shokorkota, hanshaafa, qaayyaatuu

nook n.
suuqa i

noon
saafaa

noon n.
guyyaa guddaa

Normal
baratamoo

normal view
mul'annoo baratamoo

north
kaaba

north n.
ola olitti

nose
funyaan

nose n.
funaani

nosebleed v.
funuuna nta; n. funuuna i

nostril n.
qaa'a funaani

not
miti

not as good. ..better than
manna.. .wayya

not far away
dhiyoo

not know
wal'aala

note
yaadachiisa

Note Flag
alaabaa yaadannoo

notebook
yaadanno

Notebook computer
koompitara kooyaa

Notes
yaadannoo

nothing
homaa, homtuu

Notify
yaadachiisuu

notify v.
jedha jetta

noun
maqaa

nourish v.
soora rta

nourishment n.
soora ti

novel (book), fiction
asoosama

November (10th-Dec. 9)
Sadaasa

now
amma

now (adv.)
amma

nowadays
yeroo ammaatti

nowhere
eessayyuu

nudge
tuqiiqa

Null value
gadhabilee

NUM LOCK key
furtuu LAK CUFII

numb
adoodaa

numb, be v.
hadooda doodda; somb a bita

number
lakkoobsa

number n.
haga i

number sign
mallattoo lak

numbered list
tarree lak.

numeric keypad
furtuu lakkofsaa

numerous, be v.
gobba bita

nun
gaaltama

nurse
narsii

nurse n.
hakimii ni

nut
boloonii

nut (for a bolt) n.
bilooni (Amh.); dado

nutrition n.
meela i

nutritional n
finna; meela; koshee ni (Gab.)

nylon n.
lailoonii ni

nyoora
i; qanchora i


Submit a Word(Jecha)

Maxxansa Haalaan dubbifame

  • Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu? (117,134)
    Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.
  • Jechoota Hayyoota Addunyaa (47,658)
    Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5) Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu […]
  • Gorsa Jaalalaa Dubbisaa (43,078)
        👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* ="="="="="="="="="="="=" ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta,uu qaba.sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta,ee isa lammaffaa onneenkee hin keessumsiisu ture. ★Jaalala jechuun:- -Bareedina barbaaduu miti -Faayidaa barbaaduu miti. -Ejjaa(fedhii […]

Maxxansaalee Barbaachisoo

Walaloo Qubee

Unkaa Galmee Affeerraa Miseensota Afaan Qophii Amaaraa hirmaachuu barbaadan – በአማርኛ...

Bu’aa ba’ii Afaan Oromoo tajaajila turjumaanaa ‘Google’tti dabaluuf keessa darbame

Dhufaatii ykn Ka’umsa Loogoo ykn Asxaa BBO Haaraa fi Komii Ummataa...

Afaan Oromoo
Barnoota bu'uuraa Qubee Afaan Oromoo xixiqqaafi gurguddaa sagaleedhaan, Barreeffamaan barachuuf Marsariitii Afaan Oromoo www.afaan-oromoo.com hordofaa
Nu-Argachuuf: afaanoromo.online@gmail.com

MAXXANSAALEE HAALAAN DUBBIFAMAN

Jaalalleewwan: Akkamitti Wal-qunnamtii Saalaa walitti Mi’eessu?

September 2, 2017

Jechoota Hayyoota Addunyaa

November 4, 2017

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

April 2, 2019

RAMADDIILEE HAALAAN DUBBIFAMAN

  • Seenaa50
  • Odeeffannoo41
  • Barumsa32
  • Gorsa Fayyaa30
  • Oromiyaa27
  • Maqaa Oromoo27
  • Afoola Afaan Oromoo26
  • Sirna Gadaa26
  • UNESCO20

Copyright© 2025, Afaan Oromo Online - All rights Reserved. | Design by: oroict.com Solutions.