QUBEE AFAAN OROMOO
Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Fakkii fakkeenyota Jecha Qubee Sanaan eegalanii ykn of keessaa qabanii irraa kan fudhataman
ibsa dabalataa wajjiin tuqamuuf yaalamanii jiru.
QUBEE AFAAN OROMOO FAKKII WAJJIIN |
|||
---|---|---|---|
Qubee Afaan Oromoo | Fakkeenya | Fakkii | Yaada(Remark) |
A |
Adurree hiikkaa – Bashoo(Cat) |
A – Adurree |
Jechi ‘Adurree’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘A’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
B |
Bishaan | B – Bishaan |
Jechi ‘Bishaan’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘B’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
C |
Culullee hiikkaa – Gosa Allaattii |
C – Culullee |
Jechi ‘Culullee’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘C’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
D |
Daa’ima hiikkaa – Ijoollee umriin xixiqqoo |
D – Daa’ima |
Jechi ‘Daa’ima’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘D’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
E |
Eeboo hiikkaa – Meeshaa Waraanaa kan Aadaati |
E – Eboo |
Jechi ‘Eboo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘E’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
F |
Farda hiikkaa – Geejjiba Fe’iinsaa(horse) |
F – Farda |
Jechi ‘Farda’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘F’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
G |
Gaala hiikkaa – _____(Camel) |
G – Gaala |
Jechi ‘Gaala’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘G’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
H |
Hoolaa hiikkaa – ____(sheep) |
H – Hoolaa |
Jechi ‘Hoolaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘H’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
I |
Ija hiikkaa – Agartuu(eye) |
I – Ija |
Jechi ‘Ija’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘I’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
J |
Jaldeessa hiikkaa – —(Monkey) |
J – Jaldeessa |
Jechi ‘Jaldeessa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘J’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
K |
Kubbaa hiikkaa – Meeshaa taphaa(ball) |
K – Kubbaa |
Jechi ‘Kubbaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘K’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
L |
Leenca hiikkaa – Mootii Bineensota Bosonaati |
L – Leenca |
Jechi ‘Leenca’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘L’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
M |
Mana hiikkaa – Dawoo jireenya ilma namaa(home) |
M – Mana |
Jechi ‘Mana’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘M’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
N |
Nama hiikkaa – ilma namaa(human being) |
N – Nama |
Jechi ‘Nama’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘N’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
O |
Odaa hiikkaa – Caayaa Oromoota(Oda) |
O – Odaa |
Jechi ‘Odaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘O’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
P |
Paappayyaa hiikkaa – Gosa Kudraafi Mudraa |
P – Paappayyaa |
Jechi ‘Paappayyaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘P’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Q |
Qabee hiikkaa – –Gosa Meeshaa Aadaa, Aannan itti olkaayan |
Q – Qabee |
Jechi ‘Qabee’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Q’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
R |
Raafuu hiikkaa – Gosa nyaataati |
R – Raafuu |
Jechi ‘Raafuu’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘R’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
S |
Saawwan hiikkaa – saawwa(cows) |
S – Saawwan |
Jechi ‘Saawwan’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘S’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
T |
Teessoo hiikkaa – Minjaala(Table) |
T – Teessoo |
Jechi ‘Teessoo’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘T’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
U |
Urunguu hiikkaa Gosa Allaattii |
U – Urunguu |
Jechi ‘Urunguu’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘U’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
V |
Vaayooliinii hiikkaa – Meeshaa Muuziqaa |
V – Vaayooliinii |
Jechi ‘Vaayooliinii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘V’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
W |
Weennii hiikkaa – —-(Baamboo) |
W – Weennii |
Jechi ‘Weennii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘W’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
X |
Xayyaara hiikkaa Geejjiba Qilleensa irraati |
X – Xayyaara |
Jechi ‘Xayyaara’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘X’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Y |
Yeeyyii hiikkaa – Gosa bineensa bosonaa |
Y – Yeeyyii |
Jechi ‘Yeeyyii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Y’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
Z |
Zayitii hiikkaa – Dhangala’aa nyaata qopheessuuf oolu |
Z – Zayitii |
Jechi ‘Zayitii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Z’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
QUBEE DACHAA ykn CIMDII |
|||
CH |
Mucha hiikkaa – Qaama sa’aa kan Aannaan elmuuf gargaaru |
Ch – Mucha |
Jechi ‘Mucha’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘CH’ kan of keessaa qabaniidha. |
DH |
Dhadhaa hiikkaa – Kan aannan keessaa bahu(butter) |
Dh – Dhadhaa |
Jechi ‘Dhadhaa’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Dh’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
SH |
Shaashii hiikkaa – Meeshaa Faaya Aadaa kan aannan itti dhugamu(—) |
Sh – Shaashii |
Jechi ‘Shaashii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Sh’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
NY |
Nyaata hiikkaa – Soorata(food) |
Ny – Nyaata |
Jechi ‘Nyaata’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Ny’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
TS |
Tsabala hiikkaa – Filowhaa(flowha) |
Ts – Tsabala |
Jechi ‘Tsabala’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Ts’ dhaan Eegalanii keessaa tokko |
ZH |
Televizhiinii hiikkaa – —(Televizhion) |
Zh – Televizhiinii |
Jechi ‘Televizhiinii’ jedhu fakkeenya jechoota Qubee ‘Zh’ kan of keessaa qabaniidha. |