Eebba Oromoo Eebbi gosa Afoolaa ta’ee Oromoo biratti baratamaa fi kabajamaa yoo ta’u Maanguddoodhaan gaggeeffama. Ebbi yeroo garagaraatti gaggeeffama, akkasumas Naannolee Oromiyaa garagaraatti gargar
Tag: eebba
Eebba bara Haaraa
Eebba bara Haaraa BARA HAARA 2010 tti: Ilma qilxuu ta’i - dagagi Coqorsa ta’i - lafa uwwisi Andoodee kormaa ta’i Bona gannaa lalisi Dubbi
Eebba Cidha Lataa Qana’ii fi Yaadannoo Baayisaa
Eebba Cidha Lataa Qana’ii fi Yaadannoo Baayisaa Cidha Keessan: #Eebba Oromootiin Eebbisee Gammachuu koo ibsadhe kunoo: Leta Kenei Aga fi Yaadannoo Baayisaa Qabattanii aaga qabadhaa Rafaa abjuu