Connect with us

Hi, what are you looking for?

Fayyaa-Health

Of-Eeggannoo Dubartiin Ulfaa Gochuu qabdu:- Dr Nuredin Luketin

Of-Eeggannoo Dubartiin Ulfaa Gochuu qabdu:- Dr Nuredin Luketin


Haati ulfaa takka mallatoolee armaan gadii kana yoo mudateen ykn ofi irratti agarte hatattamaan gara dhaabbilee fayyaa deemuu qabdi:
* Dhiigni qaamaa saalaatiin ykn gadaamessaa as bahu yoo jiraate.
* Dhangala’aan akka bishaanii yoo qaama saalaatii heddumaatee jigaa ykn uffata jalaa jiisaa jiraate.
* Qaamni ishee (harka, lukaa fi fuulli) yoo iita’aa dhufe.
* Bowwoo hamaan, ijji itti dimimmisuun, naannoo cinaacha mirgaa/lapheetti dhukkubbiin hamaan yoo jiraate.
* Of wollaaluun, qaamni ishee hargufamuun (ijji adiin olgaragaluun hoomachi afaanii jiguun).
* Hafuurri hanqachuun/hargansiisuun
* Daa’imni gadaamessa keessa jiru kan sosochi jalqabe yoo sosochiin sun xiqqaate ykn dhabame.
* Dhangala’aan foolii qabu kan qaama saalaatii as bahu fi hoo’i ol’aanaan yoo jiraate.



Fayyaa ta’aa!

Ulfaadhaa, horaa, bulaa, deebanaa!

©Dr. Nuredin L.

 

Written By

Barreessaa Marsariitii Afaan Oromo Online

Click to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

You May Also Like

Afoola Oromoo

Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.

Afaan Oromoo

Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i....

Jaalala

KUTAAN DHUMAA KUN YOO ISIN HIN BOOCHISIN DHUGUMA GARAA JABAATTU ISIN Maqaan koo abdii jedhama biyya sweden jiraadha Wanta nama aja’ibu yeroo hundumaa kan...

Aadaa - Duudhaa

Qabsoon Waraana barreeffamaatiin adeemsifamu waan yaalloo akka hin taane beekuun barbaachisaadha. Barreessitootni kitaabasaanii keessatti waan taajjabbii, mudannoo jireenyaafi dhoksaa garaa isaanii ilaalcha siyaasa hawaasa...

Advertisement