JIINJIBILA
Jinjibilli keemikaala “Gingerol” kan
faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba.
- Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
- Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee)
nurraa ittisa.
- Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir’isa
- Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion)
nurraa eega.
- Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna.
- Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee
booda nutti dhufu hir’isa
- Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis)
jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
- Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota
karaa sana dhufan nurraa dhorka.
- Qabiyyee qaamaa yoo baay’ate dhukkuba
Fayyaan faaya
Dr. Gurmeessaa