Afaan Oromoo: Barannoo 1 - Seenaa Guddina Afaan Oromoo : B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin Maxxansa darbe keessatti mataduree “Afaan Oromoo” jedhuun gaaffii 2 isin gaafadheen ture.
Seenaa
Ramaddii: Seenaa
Haalli yeroo ammaa naannoo Arsii jiru Gabbara moo Daldala: Abdiisaa Bancaatiin
Haalli yeroo ammaa naannoo Arsii jiru Gabbara moo Daldala: Abdiisaa Bancaatiin(hubannoof-qofa) Haalli Naannoo keenyatti ta’aa jiru #Gabbara Moo#Daldala ******************************* Abdisa Bencha Jaratiin~~~~~~~Hubannoodhaaf qofa ~Abbaan, intalli koo
Sirna Siinqee Aadaa Oromoo
Sirna Siiqqee Aadaa oromoo Seerri siinqee ulee qal’oo sorooroo muka harooressaa irraa muranii tolchan, kan dubartiin heerumte qabattuun ibsama. Mukti harooressaa qaqal’aa fi sorooroo
Erreecha Ceremony
Irecha Ceremony Irecha is celebrated on Sunday that comes following Meskal, the finding of the True Cross. Irecha is one of the intangible heritages
Oromo Gadaa System as Unesco cultural heritage.
Gada system as Unesco cultural heritage. Gada system is an indigenous democratic socio-political system of the Oromo people. The Oromo Nation is the community concerned
Seenaa Odaa Bultum: Hamzaa Jamaaliitiin
Seenaa Odaa Bultum! (H.JM) Odaalee shanan godinaalee Oromiyaa keessatti argaman keessaa Odaan Bultum isa tokko yammuu ta’u godina Harargee Lixaa aanaa Odaa bultum, magaalaa
Sirna Gadaa Ittiin Bulmaata Oromooti:- Abbaa Gadaatiin
Sirna Gadaa ittiin Bulmataa Oromooti….Abbaa Gadaatiin Sirna Gadaa Sirna ittiin bulmataaOromooti. Gadaan jaarmayaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta’u sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna