FAA’IIDAA FAYYAA WALQUNNAMTIIN SAALAAN FIDU Haadha manaatifii Abbaa Manaa qofaaf Ilmii namaa wantoota isaaf barbaachisu keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Walqunnamtiin saalaa ijoollee
Gorsa
Ramaddii: Gorsa
Icciitii Dhiiraa kan Durbi hundi beekuu qaban
ICCITII DHIIRAA KAN DURBI BEEKUU QABDU Akkuma beekkamu yeroo baay’ee dhiiraa fi dubartiin karaa baay’een walitti dhiyaatu karaa kanneen keessa karaan jaalalaa walitti dhufeenya
Imala irratti Balaqqamuu ykn Hoqqisuu-Motion Sickness: Dr Nuredin Luketin
Imala irratti Balaqqamuu ykn Hoqqisuu-Motion Sickness: Dr Nuredin Luketin Balaqqamni yeroo imalaa deemsa konkolataan, baaburaan, xiyyaraan, doonii fi kkf goonu hunda irratti mul’achu kan danda’u
Of-Eeggannoo Dubartiin Ulfaa Gochuu qabdu:- Dr Nuredin Luketin
Of-Eeggannoo Dubartiin Ulfaa Gochuu qabdu:- Dr Nuredin Luketin Haati ulfaa takka mallatoolee armaan gadii kana yoo mudateen ykn ofi irratti agarte hatattamaan gara dhaabbilee
Gorsa Jaalalaa Dubbisaa
👉Gorsa Jaalalaa Dubbisaa* =”=”=”=”=”=”=”=”=”=”=”=” ❤️Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa
CIRRACHA HADHOOFTUU - Gall Stone or Cholelithiasis: Dr.Nuredin Luke
CIRRACHA HADHOOFTUU - Gall Stone or Cholelithiasis: Dr.Nuredin Luke Baattuun hadhooftuu qaamota bullayina nyaataf gargaaran keessaa tokko yoo taatu kan argamtus garaa keenya gara
CUUNFAA LOOMII:- Dr Nuredin Luketiin
CUUNFAA LOOMII:- Dr Nuredin Luketiin Bu’aan qorannoolee hedduu akka addeessutti cuunfaan loomii: * Vaayitamiin C dhaan kan badhaadhefi madda Vaayitamiin C isa guddaa ta’uun
QUUNCA’UU/MADAA’UU QAAMA SAALAA - Genital Ulcer Syndrome: Dr Nuredin Luketin
QUUNCA’UU/MADAA’UU QAAMA SAALAA - Genital Ulcer Syndrome Qaamni saalaa dhiiraa ykn kan dubaraa sababa baakteeriyoota (akka Treponema pallidum, Heamophilus ducreyia, Chlamydia trachomatis, Klebsiella granulomatis
Jinjibila: Dr Gurmeessaa
JIINJIBILA Jinjibilli keemikaala “Gingerol” kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba. - Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala. - Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee)
Ucuba ykn Quufa Mormaa: Dr Gurmeessaa
Ucuba ykn Quufa Mormaa: Dr Gurmeessaa Quufni mormaa kan uumamu gaafa xannachi taayirooyidii morma keenya fuulduratti argamu dhiita’udha. 1. Hir’ina elementii ayodinii 2. Nyaata