Afaan Oromoo
Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba....
Hi, what are you looking for?
Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa eegalee hanga dhaabbilee barnoota...
Afaan Oromoo toorarratti barachuuf kanneen barbaaddan Odeeffannoo fi Meeshaalee Deeggarsa Barnoota Afaan Oromoo marsariitii keenyarraa argattanitti dhimma baatanii yeroo gabaabaa keessatti Afaan Oromoo keessan...
Hiikkaa Jechoota Afaan oromoo kanneen qubee Afaan Oromoo A - Z jiran. Qabiyyeen galmee kanaa yeroo gara yerootti dabalaa kan adeemu dha.
Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba....
Qubee Afaan Oromoo Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Gurguddaa, Xixiqq fi Lakkoofsota Afaan Oromoo ni baranna. Qubee Gurguddaa, Qubee Xixiqqaa fi Lakkoofsota Qubee Gurguddaa...