IRREESSI MAALI? - Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa
BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin -
Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali jedhu akka armaan gadiitti ibseera.
Irreechi/ssi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan...
Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’
Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera.
Kallacha tokkummaa hundee bilisummaa
Afaan Oromoo hundee Oromummaa
Galma aadaa keenyaa
Eegaa seenaa keenya
Afaan Oromoo… jechuudhaan Artist...
Maqaalee Afaan Oromoo Qubee A-Z
A B C D E F G H I J K L M N O Q R S T U W X Y
.
Maqaalee Qubee – A
.
Aagaa, Aagituu, Aannanee, Aanaani, Aana, Aantuu, Abbayaa, Abboomaa, Abdannee,...
CAASAA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO - B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin
Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba. Sababnisaa, hawaasni akka dubbatutti dubbisa.
Afaan Oromoo keessatti rakkoon mul’atu kana....
Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa - Gurraa-Diimaa-Adii
Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha.
Hiikawwan buufata halluu alaabaa
A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon...
Injifannoo Qabsoo Qeerroo Oromiyaa(QQO) hanga Masara Mootummaa fi Abshaalummaafi Fayyadamummaa Habashootaa
#Diary koo gaafa Hiriira deeggarsaa irratti Boombiin nutti darbatame keessaa fudhadhe.
Ilmaan Oromoo hubannoo cimsuun murteessaadha. Ilmaan Oromoo jijjiirama amma biyya keessatti dhufeef wareegama qaqqaalii hanaga lubbuu ofii kennuu gochuun eenyuufuu ifaadha. Gaafa kana ilmaan...
Walaloo Ajaa’ibaa Galma Barkumeetti - Feeneet Geetaachoo
Sabni sun - inni dur
Gaaddisa jalatti seerasaa tumate
Sabni Kuush - inni sun
Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate
Kan ofiin of tolche
Kan ofiin of bulche
Kan ofiin of oolche
Kan of babbareeche
Afaanii fi aadaa - latiinsa sabboonaa
Eenyummaa sabboonsaa
Dhiigasaatiin tursee
Kan...
Walqunnamtii Saalatti Gammaduu Dadhabuu - Dr Gurmeessaa
****DUBARTOOTA GAA'ELA QABAN QOFAAF****
Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction)
Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf:
Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabnee fi fedhii saala abbaa manaa ishee...
LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA
LOQODA BOORANAA ------- OROMOO HUNDAA
1. Qaraa ---- jalqaba, dura
2. Ennaan ---- sana booda
3. Ojjaa. --- yoo, erga
4. Adoo --- otoo, silaa
5. Shoorkii --- dhimma, rakkoo
6. Laanaa , Yaasaa ---- suuta
7. Yaasuma, Bobbaa ---- adeemsa
8....
Dhiphachuu - Stress
Dhiphuu (stress)
..............
Dhiphuun miira yeroo baayyee nama mudatuu fi yoo madaala isaa eeggate(yeroo gabaabaa fi haala keessa jiran wajjin wal kan gitu) ta’e bu’a qabeessa .fkn qormaatni yoo ga’e dhiphuu madaalamaan akka qayyabatan nama godha,yoo...