Geerarsa Oromoo


Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ittiin ibsataniifi malleen ittiin


Waliif Hiraa<share>
Read more

Jechoota Hayyoota Addunyaa


Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i.


Waliif Hiraa<share>
Read more

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z


Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z A Abba hin qabdu akaakyuuf boochi Abbaa iyyu malee ollaan namaa hin birmatu Abbaan damma nyaateef ilma hafaan


Waliif Hiraa<share>
  • 189
    Shares
Read more

Jechama Afaan Oromoo


Jechama Afaan Oromoo Jechamni Afoola Afaan Oromoo yommuu ta’u, Haasawa tokko keessatti mi’eessuuf ykn bareechuuf itti fayyadamna. Jechamni Afaan Oromoos hiika lama kan qabu


Waliif Hiraa<share>
Read more

Afoola Oromoo


AFOOLA OROMOO. Afoolli bifa ‘liitireecharii’ ta’ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota dhufutti kan


Waliif Hiraa<share>
Read more

Eebba Oromoo


Eebba Oromoo Eebbi gosa Afoolaa ta’ee Oromoo biratti baratamaa fi kabajamaa yoo ta’u Maanguddoodhaan gaggeeffama. Ebbi yeroo garagaraatti gaggeeffama, akkasumas Naannolee Oromiyaa garagaraatti gargar


Waliif Hiraa<share>
Read more

Eebba bara Haaraa


Eebba bara Haaraa BARA HAARA 2010 tti: Ilma qilxuu ta’i - dagagi Coqorsa ta’i - lafa uwwisi Andoodee kormaa ta’i Bona gannaa lalisi Dubbi


Waliif Hiraa<share>
Read more

Ciigoo Afaan Oromoo


CIIGOO Afaan Oromoo   Ciigoon akaakuu Aoolaa keessaa isa tokko yoo ta’u, jiruuf jireenya ummataa keessatti seenaa, aadaa, duudhaa, jaalalafi jibbaa, gaddaaf gammachuu, amantaafi


Waliif Hiraa<share>
Read more

Afoola


  AFOOLA Afaan Oromoo: Afoolli bifa ‘liitireecharii’ ta’ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota


Waliif Hiraa<share>
Read more

Walaloo Duula Barreeffama Qubee Afaan Oromoo: Daraaraa Nurgiitiin


Walaloo Duula Barreeffama Qubee Afaan Oromoo: Daraaraa Nurgiitiin Lafeefi dhiigni Abbootaa Aarsaa godhee erga fidee, Baasii labsi naan jedha Naanis garaan na didee, .


Waliif Hiraa<share>
Read more