Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ittiin ibsataniifi malleen ittiin
Afaan Oromoo
Ramaddii: Afaan Oromoo
Jechoota Hayyoota Addunyaa
Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i.
Afaan Oromoo: Barannoo Tokko
Afaan Oromoo: Barannoo 1 - Seenaa Guddina Afaan Oromoo : B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin Maxxansa darbe keessatti mataduree “Afaan Oromoo” jedhuun gaaffii 2 isin gaafadheen ture.
Sagalee Afaan Oromoo
SAGALEE Afaan Oromoo. Sagaleewwan afaan tokko keessatti argaman Sagaleewwan dubbiiti. Sagaleewwan biroo immoo sagaleewwan akka sagalee konkolaataa, sagalee allaattii, horii, qilleensaa fikkf. Sagaleen kan
Hima Afaan Oromoo
Hima Afaan Oromoo Himni jecha (word), ykn gaalee( phrase) ykn ciroo ( clause) tokkoo fi isaa olirraa ijaarama. Gulummoo fi Xumurtuu qabaatee yaada guutuu
Hiikka Jechootaa
Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo Jechootni hiika addaa addaa qabu, Isaan keessaa haala armaan gadiin mee haa ilaalluu: 1. Hiika Sirrii / kallattii: jechi tokko
Jechama Afaan Oromoo
Jechama Afaan Oromoo Jechamni Afoola Afaan Oromoo yommuu ta’u, Haasawa tokko keessatti mi’eessuuf ykn bareechuuf itti fayyadamna. Jechamni Afaan Oromoos hiika lama kan qabu
Afoola Oromoo
AFOOLA OROMOO. Afoolli bifa ‘liitireecharii’ ta’ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota dhufutti kan
Eebba Oromoo
Eebba Oromoo Eebbi gosa Afoolaa ta’ee Oromoo biratti baratamaa fi kabajamaa yoo ta’u Maanguddoodhaan gaggeeffama. Ebbi yeroo garagaraatti gaggeeffama, akkasumas Naannolee Oromiyaa garagaraatti gargar
Hiika Jechootaa
Hiikkaa Jechoota Afaan Oromoo Jechootni hiika addaa addaa qabu, Isaan keessaa haala armaan gadiin mee haa ilaalluu: 1. Hiika Sirrii / kallattii: jechi