?#?chat................haasaa
?busy........... jaatanaawaa
"""Don't touch me!"""nan tuqin!
"""for example"""fakkeenyaaf
"""here you are"" (when giving)"kunoo
"""I don't understand"""nan galle, hin hubanne
"""I understand"""na gale, hubadhee jira
"""I want to be alone"""qobaa koo ta'uun barbaada
"""I'll call back"""deebiseen bilbila
"""it's possible"""danda'ama
"""What happened to you/what's wrong?"""maal taate?
"fold (e.g., ""3 fold"")"dachaa
"times (e.g., ""5 times"")"hoggaa, si'a
(Amh.) gizeeni; bara; jabanna i; hojjaa ni; mara i; yeroo ni;
(feel a strong need) araadadda; n. araadda i
(for soda) kateelai; killa i; sh'oo ni
(fringe) gammeeni; (short and brisly) kinaa ni
(oneself) birbirfadhafatta; buuba bda;
(person) hiieessai, hiyyeettii ni
a thirdsiisoo, nuusii, tokko sadaffaa
A-B roll editingfilgulaala A-B
A-sized paperwaraqaa hanga-A
Abandoneddarbamaa,gatamaa,jibbamaa
Abilityaanjaa, beekkumsa, dandeettii,qarooma
Abolitionbadii,buqqasa,dhabama,dhiifama,diigama
about, in regard towaa'ee, waayee
Abroadbiyya alaa, bahaar gama, biyya ambaa, fuguga,lafa fagoo
Absencedhabamsa,hafa,hanqata,maqan,ooluu
Absenthafaa,hafuu,hanqataa,maqanii,oolaa
Absoluteabbaa irree, dhugaa, mootummaa gita hin qabne, murtii guutuu
Absolute path namemaqaa daandii of danda'aa
absolute referenceirkoo haqaa
absolute valuegatii of danda'aa
absolutelyguutuumaatti, tasa, gonkumaa
Absorbbarachuu,hubatuu,beekkumsa,beekuu,
Abusearrabsuu,badii,hammeessuu,hojii dabinaa,itti rorrisuu, miidhuu,shira
Academicallyqorannoo barnootaatiin, beekkumsaan, Barnootaan
AcademyAkkaadaamii, bakka barumsi cimaan itti kennamu, mana barumsa
acceleration boardgabatee guulinsaa
accelerator keyfurtuu qaxxaamuraa
accent acutemalduu mirgaa
Accent Brevemalduu olgaraa
accent circumflexmalduu hoxxee
Accent Dieresismalduu waraabbii
Accent Macronmalduu rogarfee
Acceptablefudhatamaa,fudhatamuu,jaalatamuu
access codelakkadda gahiinsaa
access controltoo'annaa gahiinsaa
access groupgaree gahiinsaa
access keyfurtuu gahiinsaa
access modehaalata gahiinsaa
access permissionhayyama gahiinsaa
access timeyeroo gahiinsaa
access...............gahiinsa
accessories.......iddaannoo
Accidentaldaguu, danuu,tasa
accidentallytasuma, utuu hin yaadamiin, dimmaa
accomplicetumsaa, tumsituu, baabsii
According toakka kanatti, akkasitii
Account forItti gaafatamuu
account, calculationherrega
account............eenyummeessaa
account.................eenyummeessaa
accountantherregaa, herregduu
Accuratelymatarratti,qaceellotti,sirritti,
Accuseaadomsuu,hamachuu,himatuu,komachuu, baanatuu
Accusedkan himatame,yakka
accustomed, familiarbeekamaa
Achieveargachuu,bakkaan gahuu,guduunfachuu,hojjachuu,ifaajuu,milkaawuu,
Achievementargannoo, deeytii, guddina,hojii,ifaajii
Aciddhangaggaawaa,hadhaa,hadhaawaa,summii
Acknowledgeamanuu, galata galchuu,ofitti beekuu,mirga galchuu,
ACLTTG (tarreeffama to??annaa gahiinsaa)
acoustic couplerdhageettii mijeessaa
acoustical sound enclosurehir??isaa sagalee
Acquireargachuu,bitachuu,gonfachuu,horachuu,qabaachuu
across.............gamaa-gamana
Actakkeessuu,dalaguu,fakkeessuu,godhuu,hojjachuu,waa godhuu
action buttonqabduu gochaa
activesi'aawaa, si'ooftuu, hisataa, hisattuu
active databasekuusdeetaa ka'aa
active documentgalmee ka'aa
active matrix displayagarsiistuu tarreentaa ka'aa
active sensingsuukannii ka'aa
active windowfoddaa ka'aa
ActiveX controltoo??annaa ActiveX
Activistkakaasaa, carraaqaa, kan waan itti amane tarkaanfachiisu
activite...........kakaasi
Actualdhihoo,dhugumatti,ifatti,jiruudhaan, kan yeroo ammaa,reefuu
Actual Sizehammamtaa dhugaa
Addhaadhessaa, gabaabaa, beeksisa
Adaptbarsiisuu,guddifachuu,kan ofii gochuu,madaksuu,wal fudhachuu,walbaruu
Addictaraaduu,barachuu,haraaruu,qaama godhachuu
addictionaraada, haraaraa
additionaldabalata, edaasa
Address barkabala teessoo
address bookyaadannoo teessoo
address labelsmoggaasa teessoo
Address Resolution Protocol (ARP)AQT (aaloo qulqullina teessoo)
address spaceedda teessoo
adequate, satisfactoryga'aa, quubsaa
administrator setupqindaa'ina bulchaa
administrator, governorbulchaa, geggeessaa
admirerleellisaa, leellistuu
Adobe Acrobatakroobaatii adoobee
Adobe photoshopfootooshooppii adoobee
adolescentdardara, shamara
adorablejaallatamaa, jaallatamtuu
advanced setup optionsfilmaata ijaarsa ol'aanaa
adversityrakkina, yeroo gadhee
advertisementbeeksisa, dhaadheessa
Affect............. dhibeessuu
affectionjaalala, kabajaa
affluentsooressa, badhaadhaa
afforestationmanca'a bosoonaa
After animationfakkina sochii boodaa
after thatsanaan booda, ergasi, isa booda
againammas, lamuum, irra deebii
agent............ iddoomaa
aggressionmiira diinummaa, jibba
agonydhiphina, gidiraa, gadadoo, hiraara
agreementwaliigaltee, dilaala, walta'iinsa
agricultural officewaajjira qonnaa
agricultureqonnaa, qotiisa
aim, goalkaayyoo, galii, akeeka
air pollutionfaalama qileensa
alarmingrifachiisaa, rifachiistuu
albergooni, mana nyaata, mana sagale
alert boxsanduuqa of eeggannoo
alert messagedhaamsa of eeggannoo
Align to Gridtarreen hiriirsuu
alignment buttonsqabdoo hiriiraa
allcufa, hunda, mara, jiblaa
all caps.........qubguddeessa
All Programssagantaalee mara
all.................. mara/hunda
allowancedurgoo, olmaayaa
alphanumeric charactersarfiilee katabbii
alreadydursee, ammaan dura
alsoitti dabalee, akkasumas
alternative textbarruu filmaataa
alwaysyeroo hunda, hooggayyuu
amazing, awesome, surprisingdinqisiisaa
American Standard Code for Information Interchange (ASCII)ASKII
amiablegammachiisaa, gammachiistuu
amongbaay'ee keessaa, keessaa
amp (of cattle) n. foorai
amusingkofalchiisaa, kofalchiistuu
analog monitortorgii walfaantiii
analog computerkompuutara walfaantiii
analog devicemeeshaa walfaantii
analog modemmoodamii walfaantii
ancestorabuduroo, abuturoo
ancestor nabbaaboo ni, abbuturoo ni
anchor cellmaadhee korkoddii
anchored graphicsaxaatoo korkodaaye
angle bracketsgolboota kofa
animalneefkaa, bineelda, horii
animal n. ( handraised) kunuuna i; (wild) bineensa i, busawwa i; (tame)
anniversaryayyaaneffannaa
annoyance, angeraarii, dallansuu
another, otherkan biraa, abbii
answer wizardmasakaa deebii
antjaamaa, mixii, gonjaree
anus nbondee ni; uduu ni; munnee ni
anxietyyaaddoo, cinqii, badada
anxiousdhiphataa, dhiphattuu, cinqamaa, cinqamtuu
anykamiyyuu, eenyuyyuu, tokkollee
anybodyeenyuyyuu, nami kamiyyuu
anythinghalle, cufa, tokkollee
anything n.womaa; womu; homaa
anywayhaala kaminiyyuu, karuma ta'en
anywhere, everywherebakkayyuu, eessattuu
API callwaamicha ??API??
apology, excuse medhiifama
append.......... miiltessi
Apple computerkompuutara appilii
Application Program Interface (API)walquunnama sagantaa fayyadamaa (WSF)
application softwaremosaajjii fayyadamaa
application windowfooddaa fayyadamaa
applications... fayyadama
apply a fontbocquu fayyadami
apply a styleakkaataa fayyadami
Apply to Allhundaaf fayyadami
Apply Viewmul??ina fayyadami
approach n.dhiaadha aatta; gareera ta; uga ugita
aptmijaa'aa, tolaa, sirrii
Aquirementhorata,barnoota
are for v. cokacotta; ukha utta
Area Charttaattoo bal'inaa
Area codelakkadda naannoo
area graphcaatoo bal'inaa
argumentative n .araadda i
Arithmetic-logic unit (ALU)kutaa yaayaa herregaa (KYH)
around, environmentnaannoo
arrange iconssajoo qindeessi
array............. waraantoo
arrogantfarangagsaa, oftuulaa, oftuultuu
arrow keysfurtuulee xiyyaa
arrow pointerxiyyeessituu
ASCII transferdabarsa ASCII
Aspect Ratioreeshoo aspektii
AT keyboardgabatee furtuu AT
atarrhal fever n. tummaa ni
attorney, lawyerabukaattoo
attractivehawwataa, hawwattuu
audio helpergargaaraa dhageettii
audio input devicemeeshaa naqa dhageettii
audio monitortorgii dhageettii
audit policyimaammata too'aannaa
August (7th-Sept. 5)Hagayya
authorbarreessaa, barreessituu
Auto Adjustofiin qajeelchaa
auto archiveofiin haddarsaa
auto arrangeof qindeessaa
Auto repeat keyfurtuu deddeebii ofnaa
auto scalehammamteessaa ofnaa
auto sizinghagamteessaa ofnaa
auto-answer modemmoodamii deebii ofnaa
auto-dial modemmoodemii bilbila ofnaa
autocorrectofiin sirreessaa
automatic backupdilbii ufmaa
automatic emulation switchingjijjiirraa akkeessaaufmaa
automatic font downloadingnaqata bocquu ufmaa
automatic head parkingbuufata fiixee ufmaa
automatic linkwalqabsiisaa ufmaa
automatic recalculationherrega ufmaa
automatic updatingof haaressaa
autoPlaytaphachiisa ofmaa
AutoText entrybarruu qophaa'aa ufmaa
auxiliary batterybaatirii gargaarsaa
available hard disk spaceidda duwwaa baxxee jabaa
available memorykuufannoo jireessa
average (arithmetic)giddu galeesaa
awfulsodaachiisaa, jibbisiisaa
B-size paperwaraqaa hanga -B
B-size printermaxxansa hanga -B
baatirii harkaa, tirigii - flashlight1. ibsaa kaameeraa suuraa (footoo)
backbonedugugguruu, lafee dugdaa
background colorhalluu duubbee
background printingmaxxansa duubbee
Background processes groupgaree hujii duubbee
background programsagantaa duubee
backlit displayagarsiisaa ifduubaa
backplanegabaadhaa(gabatee+haada)
backslash.........? haxarroo
BACKSPACE keyfurtuu DUUBXOOLA
backup copyjalteenya dilbii
backup filefaayilii dilbii
backup operatorogajjii dilbeessaa
backup procedureadeemsa dilbii
backup programsagantaa dilbii
backup set cataloggalaallee tuuta dilbii
backup typesakaakota dilbii
backup utilityfayyadama dilbii
backward chainingcaancaleessa
backward compatiblemiiltoo duraaduubaa
backward searchbarbaacha garduubaa
badlyakka hamaa, haala gadheedhaan
bagboorsaa, daduu, marraa, subba
ball batarfii raajeffannoo
band characterarfii baandii
bank switchingjijjiirraa kuusaa
banner.............faajjii
bar codelakkaddaa kabalaa
bar.................. kabala
barcode readerdubbistuu lakkaddaa kabalaa
barren (animal) n. harkuu ni
barsiima (adv.); guulalta; qiriba bda; waakadha katta
barter v.jijjira rta; gurgura rta
base bandbaandii bu??uuraa
base fontbocquu bu??uuraa
basic input/output system (bios)sirna bu'uura naqa/baha (sbn/b)
bat (animal)lillixa, simbira halkanii, duduba
battery packqarqaba baatirii
baud ratesaffisa baawudii
BCCjalteenya iccitii (JI)
beautifulxuurumbullee, bareedduu, miidhagduu
becausesababinsa, sababiin isaa
bedroomkutaa rafiitii, kutaa siree, kutaa ciisichaa
before??otuun/osoon??dura
beggarkadhataa, kadhattuu
belongings, wealthqabeenyaa
benchmark programsagantaa irkataa
bi-directional languageafaan garlamee
bibliographic retrieval servicetajaajila kebaafata wabeeffannoo
biifafta; bilbila lta; fifita tta; firfirsa sita; tiifa fta
binary coded decimal (BCD)kurnyee lameen lakkaddaaye (KLL)
binary compatiblelameen walta'oo
bits per second (bps)laklameelee sakoonditti(ls)
bits.......................laklamee
blackgurraacha, gurraattii
black (adj.) guraacha,guraatti,guraalle
black cuminsunqoo gurracha
black pepperqundo barbbaarree
black-and-whitegurraachaafi adii
blackboardgabatee gurraacha
blanketbanjaa, baanaa, awusaa, birdlibsii
blessed folderukaankaa faasirbaa (ukaankaa faayilii sirnaa fe'e barbaacha)
blessing, graduationeebba
block operationdalaga garee
block protectionhayyisa garee
block sizehammaamtaa garee
block..............? saamsi
blurbmatabsaa(mataduree+ibsaa)
boneessasita; goga godda; gossa sita; xoolaga laadda
book weightqubee yabbuu golgola
Boolean operatorogajjii Buuliyaanii
Boolean searchbarbaacha Buuliyaanii
boot areanaannoo kaaiinsaa
boot driveooftuu ka'insaa
boot filesfaayiloota ka'insaa
boot partitionkutaalee ka'insaa
boot ROMka'insa KDQ (kuufannoo dubbisa qofaa)
boot sectorkutaa ka'insaa
boot sequencetartiiba ka'insaa
boot volumeqabeentaa ka'insaa
border colorhalluu handaaraa
border styleakaataa handaaraa
border.......... handaara
boringnuffisiisaa, nuffisiistuu
bottledulloo, xarmuushii, qaruuraa
bottle openerbaantu xarmuushii
bottom (adj)gad, gajjallaa
bottom marginmuudana jalaa
bounced messagedhaamsa duubatti deebi'e
boundary, limitdaangaa, timjii
bowlcaabii, shanni golboo
boyfriendjaalalle dhiiraa
bpslaklamee sakondiitti (ls)
braceletsaldaaqa, anbar, laakkaa
bracessadalgoo (sarara dallaa golboo)
bracketssadallaa (sarara dallaa)
BREAK keyfurtuu QURXIINSAA
Bring To Frontduratti fidi
broadband connectionwalindhaa baandii bal'aa
broadcast messagedhaamsa tamsa 'inaa
broomharataa, hartuu, haxooftuu
browse modehaala sakattaa
Browse Viewmul'annoo sakattaa
browse......... sakatta'i
Browser Hijackerbutaa iyyaafataa
browser........ iyyafataa
brush stylehaalata qulqquleessuu
bubble sizehammamtaa hoomachaa
bubble-jet printermaxxansaa hoomacha utaalaa
bufafita; dhokadha katta; gonnadha natta; goodhaha dhoofta;
bugdogantaa (dogoggora sagantaa)
bukittiini; garaadee ni; agarii
bullet characterarfii rasaasaa
bulleted listtarree rasaasaa
bus addressteessoo yaa'aa
bush baby n. gargarakaatoo ni
busy........... jaatanaawaa
button imagecalaqqee qabduu
buuphaphta; dhussaha soofta; furfuura ta; itaha toofta; kulkula lta;
cabbagexiqil goomanni, shaanaa, yumoo, kaaboolii
cache.............. kuftalee
caddyYDQ (yaadannoo dubbifannoo qofa)
calculated fielddirree herregame
calculated itemherregamaa
calculator......... herregduu
calendar typeakaakuu dhahaa
calendar............ dhaha
call back.......... deebwaamicha
call waitingeeggatuu bilbilaa
call waiting...... eeggatuu bilbilaa
call.................. bilbila/bilbili
callbackdeebwaamichaa (deebii'ee waamichaa)
camera-ready copyjalteenya kaameeraaf qophaa??e
Cancel Messagedhaamsa dhiisi
cancel.............. dhiisi
cap heighthojjaa qubee guddaa
capital lettersqubee guguddaa
capitalizationqubguddaaleessa
CAPS LOCK keyfurtuu QUGUDDAA
caption............. goodayya
car accidentbalaa makiina
carpet, rugafaa, afata lafaa, jibbaa
carriage returndaangaa toorbarruu
carry out an actionwaa gochuu
Cartridge fontbocquu maxxansaa
cascaded hubswiirtuu tarreeffame
cascading menutarree bafataa
cascading windowsfooddaalee tarreeffama
case sensitivequb-suukanaawaa
cashqarshii, maallaqa, saantima
cast-based animationsochii fakkiilee kophaalee
catalog.............galaalee
category labelasxaa akaakuu
category namemaqaa akaakuu
cathode ray tube (CRT)CRT
caveboongoo, holqa, qaalaa
Cc boxsanduqa Gg (garagalchaa)
CD keyfurtuu BH (Furtuu Baxxee Hurmaaya)
CD-R................baxxee altokkee
CD-ROM changerfeetuu BH-KDQ
CD-RWBH-YHB(yeroo hunda barreessitu)
CD..................baxxee hurmaayaa/BH
cell addressteessoo man'ee
cell animatormandhee sochii fakkinaa
cell definitionhiika mandhee
cell protectionhayyisa man'ee
cell referenceirkoo man'ee
cell...............maadhee
cell....................man'ee/mandhee
center...............wirteessi
Certificate of Authenticityragaa dhugoominaa
chain printingmaxxansiisa cancalaa
chairbarcuma, teessoo, kursi
change iconsajoo jijjiiri
character fontbocquu arfii
character formatdhangii arfii
character mapkuufannoo arfii
character modehaalata arfii
character per inch (cpi)arfinchiin
character setgurmuu arfii
character spacingeddeesa arfii
character special filefaayilii addaa arfii
character stringdiraa arfii
character styleakkaataa arfii
character-based programsagantaa arfaawe
character...........gosqubee
chart areabal'ina taattoo
chart titlemataduree taattoo
chart wizardgargaartuu taattoo
chat................haasaa
check boxsaanduqa filannoo
check in............bakkatti deebisi.
check markmallattoo filannoo
check-inbakkaatti debisuu
check...............fili/mirkanessi
checksumida'a mirkaneessaa
cheeseaybii, saqana, qimixuu
child processhojii xiqqaa
childrenijoolee, daa'immaan
chinmaloolee, shangoobata
choose styleakkaataa fili
cipher textbarruu icciitii
circuit boardgabatee serkiitii
circular referencehirkoo gamhundaa
city, townmagaalaa, diira
class.............ramaddii
classroomkuuta barnoota, kuuta daree
clear a checkboxsaanduqa filannoo haqi
clear.............haqi/balleessi
cleverabiddee, kormee, qumburree, hilluu, goolee, qaroo
click and typecuqaasii barreessi
click the right mouse buttonqabduu hantuttee mirgaa cuqaasi
click.............cuqaasi
client applicationfayyadama maamilaa
client requestgaafii maamilaa
client............maamila
client.............maamila
client/server architectureijjeerrii maamilaa/ kaadima
client/server networkcimdaa maamila/ kaadimaa
climate changejijiirama qilleensa
clip n. (bullet clip of rifle) gaaniini (Amh.)
Clock tickdhikkisa sa'aatii
clock/calendar boardqabatee sa'aatii/ dhahaa
close to, be volaana nta; uga ugita; ruga rudda
clotheswayyaa, huccuu, uffata, daara
coaxial cablehaada koo'azi'aalii
coded character setgurmuu arfii lakkaddaaye
cold bootqabbanaayaa kaasuu
collapse........qoncoorsi
collate copiesjaltenya foyyadii
collating elementsmiseensa foyyaddii
colon............tuqlamee
Color Convergencemakama halluu
color depthheddumina halluu
Color graphics adapter (CGA)amanfataa saxaatoo halluu (ASH)
color monitortorgii halluu
color printermaxxansaa halluu
color profiledanaa halluu
Color Temperaturehoo??ina halluu
color.............halluuu
column charttaattoo tarjaa
column headingmatduree tarjaa
column indicatorhimtuu tarjaa
column text charttaattoo barruu tarjaa
column widthbal'na tarjaa
Com portbuufata dal(buufata daldalaa)
comma delimitedqodduun adda ba??aa
command buttonqabduu ajajaa
command interpreterhiikaa ajajaa
command linexurree ajajaa
command modehaalata ajajaa
command prompt windowfoddaa ajajsaaqii
comment symbolmallattoo yaadaa
common filesfaayilii waliinii
common gateway interface (cgi)giddugala seensa walquunnamaa(gsw)
communications modehaalata qunnamtii
communications parameterulaaga qunnamtii
communications protocolaaloo qunnamtii
comparisonwaliin madaallii
compose sequencetartiiba barqii
Composite graphic symbolmallattoo saxxaato hundaa
compound (to live in)moora
compound devicemi'a digalaa
compressed filefaayilii cafaqame
computer assisted instruction (cai)ajaja kompitaraan deegarame (akd)
Computer based systemsirna kompitara bu'uureffate
computer dependencyaraada kompitaraa
computer systemsirna kompitaraa
concordance filefaayilii walta'iinsa
coneessasita; quubsa sita
confirmation IDeenyummeessa dhugoomsaa
confirmation messagedhaamsa dhugoomsaa
confusedjoonja'aa, joonjoftuu
congratulationsbaga ittin isin gahe
Connect to a serverkaadimaattii qabsiisi
connectionquunnamtii, walitti dhufeenya
connection speeddaddaffina waliindhaa
connection stringdiraa waliindhaa
connection-oriented protocolaaloo hubannoo waliindhaa
connectionless protocolaaloo waliindhamalee
conservationeegumsa, kunuunsa
contact headqaanxii tuqii
container n. (4 gallons) dhebeeni; (for butter) buudaa ni;
content classkutaa qabiyyee
content developersoomishtoota qabiyyee
context switchinghaala waljifiinsa sagantaa
context-sensitivesuukana haalqaraa
context-sensitive helpgargaarsa suukana haalqaraa
continuous paperwaraqaa fufamaa
continuous-tone imagecalaqqee halluu fufamaa
continuous-tone printermaxxansa halluu fufamaa
control characterarfii too??annaa
control codelakkaddaa too??annaa
control menubaafata too??annaa
Control Panelqaama too??annaa
control unitkutaa too'annaa
controlling processhojii too??annaa
controlling terminalbuufata too??annaa
conversion tablegabatee jijjirraa
coomai; dhadhaa ni; qorra i; fat (of throat) qunee ni;
coprocessorwaliin dalagduu
copy fittingwaltaasisa jalteessa
copy protectionhayyisa jalteessaa
copy................ jalteenya
copyright noticehubachiisa mirga maxxansaa
copyright symbolmallattoo mirga maxxansaa
coracorta; harra rta; hoooqa hooxxa; hoqonqola lta;
corn, maizeboqqolloo, bondogee
corn, maize (fresh)asheeta, shawwee
correct (adj.)sirri; dhugaa
corrupt datadeetaa faalamaa
country codelakkadda biyyaa
Country/Regionbiyya/naannoo
CPU (central processing unit)CPU
crash consistencydilbina mirkanessaa
Create Shortcutquxxamura uumi
critical errordogoggora cimaa
criticize v. tukiffadhafatta
crop markmallattoo soofaa
crop.................soofuu
cross platform fontsbocqubee halmaraa
cross-referencewaabeffannaa
cross, be v. bitataha toofta; bukana'a noofta
crosstab querygaafata gamlamee
cryptographic service provider (CSP)laattuu tajaajila icciteenyaa(LTI)
cryptography...icciiteenya
culture, traditionaadaa, difuu, duudhaa, jifuu
curly quotesarfii eerataa
currency symbolmallattoo mahaallaqa
current date/timeyeroo ammaa
current directorygaleeloo ammee
current folderukaankaa ammaa
current recordkuusaa ammee
Current Viewmul??ata ammee
Current working directorygaleeloo hojammee
cursor........ .....qaree/agarsiiftuu
custom dictionarymammiloo jechikaa
custom file typefaayilii akaakuu addaa
custom groupgaree maamiloo
custom group fielddirree garee maamiloo
custom installationijaarsa maamiloo
custom setupqindaa'ina maamiloo
Custom showagaarsiisa maamiloo
cut -paste......kutii maxxansi
cut (fodder) v.oka'a okeeta
cut-and-pastemurii maxxansi
cut-sheet feedernyaacisaa waraqaa
cut...................muri/kuti
cyberphobiasodaa saayberii
D-shell connectorkornyoo bifa -D
daisywheel printermaxxansaa rugeengoo
data dictionarygalmee deeta
Data encryptionicciteessa deetaa
Data Entrygaliinsa deetaa
Data Filesfaayiloota deetaa
data interchange format (DIF) filefaayilii dhangii waljijjiirsa deetaa (fdhwd)
data labelmoggaasa deetaa
Data Mappingkuufannoo deetaa
data pointstuqaalee deetaa
data processinghujeeffama deetaa
data rangehammanga deetaa
data serieswalfaannee deetaa
data strippingtamsaasa deetaa
data transfer ratedaddafina dabarsa deetaa (ddd)
data validationmirkaneessa deetaa
data view managertaliigaa mul'annoo deetaa
data...............deetaa
database applicationfayyadama kuusaa deetaa
database connectionwaliindhaa kuusaa deetaa
database managementtaliigaa kuusaa deetaa
database management programsagantaa taliigaa kuusaa deetaa
database management system (DBMS)sirna taliigaa kuusaa deetaa(STKD)
database objectsmiseensota kuusaa deetaa
database structurecaasaa kuusaa deetaa
database windowfoddaa kuusaa deetaa
database.......kuusdeetaa
datasheet viewmul'anno wardii deetaa
Date separatorgargareessa baraa
date stampingchaappeessaa baraa
December(10th-Jan. 8)Muddee
decimal numberslakkurnyee (lakkoofsa kurnyee)
decimal placebakka kurnyee
decimal separatorgargareessa kurnyee
decision, judgementmurtii
Decrease Indentdeebisa hir'isuu
dedicated file serverkaadimaa faayilii dhabbataa
dedicated linebilbila dhaabbataa
default buttonqabduu durtii
default charttaattoo durtii
default editorgulaalaa durtii
default extensionfufaa durtii
default fontbocquu durtii
default printermaxxansaa durtii
default settingsijaarsa durtii
default valuegatii durtii
default............ duraantoo
Define Viewsmul'annoo qindeessii
deforestationcirama bosoonaa
defragmentationfaffacaasala
degree symbolmallattoo digirii (o)
deinstall............diigi
Delete Rowstardaalee haqi
Delete Shortcutqaxxaamura haqi
Deleted Itemswantoota haqaman
dependent worksheetwardii hirkataa
descending orderirraa gadi
descriptionibsa, hubachiisa
desertificationgammoojjummaa
design templateqajoojii saxaxaa
Design viewmul'annoo saxaxaa
desk accessory (DA)idaannoo minjaalaa (IM)
desktop computerkompitara minjaalee
desktop presentationdhiheessa minjaalarraa
desktop publishing (DTP)maxxansa minjaalaa(MM)
desktop publishing programsagantaa maxxansa minjaalee
desktop videoviidiyoo minjaalee
despise v.goyeessa sita; qalada ladda (Amh.)
destination filefaayilii ga'umsaa
Detect and repairargii suphi
development workerhojjataa misooma
Device addressteessoo yaa'aa
device contentionko??insa mi'aa
device drivershoorsaa mi'aa
dhaadadhaadda; fokora rta (Amh.); fuca fucca; jaja jajja; koora rta;
dhachisachifta; n. baqaqaa ni; cabaa ni
dhawwadhoofta; horda dita; jaarsa jaarsita; miica miicca; qu'a quuta;
dhiba; nartiini (Amh.); dhindhisaa ni; dhiphuu ni; hooloo ni;
dhooqadhooxxa; modhoka dhotta
dhowwartadhorta; ittisa ittifta; kuta kutta; rara rarta;
dhukeeni; ruruma i; ruusoo ni
dial tonesagalee bilbilaa
dial upbilaanquu(qunnamtii bibilaa)
dial-up accounteenyummeessa bilaanquu
dial-up networkingcimdaa'ina bilaanquu
dialog boxsanduuqa qaaqaa
dialog box titlematduree saanduqa qaaqaa
Diamondtrondi??amonditroonii
Dictionarygalmee jechootaa
dictionary sortfoo??insa galmee jechootaa
differentadda, adda-adda, garaagara
difficultrakkisaa, ulfaataa, dadhabsiisaa
difficulty v. have rakkadhakatta; gaargala lta; sababba i;
digital camerakameeraa lakqurxaawaa
digital computerkompitara lakqurxaawaa
digital signaturemallattoo lakqurxaawaa
digitally signmallattoo lakqurxaaye
dimmed commandajaja golgolaa??aa
dinner, supperirbaata, dhiyaana
direction keysfurtuu qixaa
Directory Servicestajaajila galeeloo
directory sortingfoo??insa galeelloo
directory treedamee galeelloo
dirtybalfaa, kosii, xuraawaa
disable...................boqochiisi
discussion boardgabatee marii
discussion commentqeeqa marii
disease, illnessdhukkuba, dhibee
disk capacitydandeettii baxxee
Display asakk... agarsiisi
Display as iconakk sajootti agarsiisi
display namemaqaa agarsiisi
display........agarsiiftuu
display..........agarsiisa
distant, far awayfagoo, hiixuu
division linesarara qooddii
DLL (Dynamic Link Library)DLL
docked toolbarkamshaa hidhame
docking stationbuufata hidhaa
document formattingdhangeessa galmee
document iconsajoo galmee
document image processinghujeessa calaqqee galmee
Document Librarykuusaa galmee
document mapdaxaa (xaxaa dachii)
document processinghujeessa galmee
document recoverybaffata galmee
document type definitionhiika akaakuu galmee
document windowfoddaa galmee
Documents and Settingsgalmeefi qindaa'ina
dollar signmallattoo doolaraa
domestic animalsbineensoota mana
domestic, localkan biyya keesa
door, gatebalbala, hulaa, karra, cufaa, cufantaa
dossasita; golla gollita; jalaa mura rta; miliqa mixxa;
Dot Pitchaddaan fageenya tuqaa
dot-matrix printermaxxansaa dotmaatriksii
dots per inchtuqaa inchii tokkoon
double byte characterarfii kuuda dachaa
double densityrukkina dachaa
double the sizedachaan guddisi
double underlinejalmura dachaa
double-byte fontbocquu baayitii dachaa
double-speed driveooftuu saffislamee
doubt, suspicionshakkii, ciicannoo
doubtfulshakkisiisaa, shakkisiistuu
down paymentkaffaltii duraa
downshiftinggadbuusa qubee
drag and dropharkisii kaa'i
drawbar n. gindaa; mofara i (Amh.)
draw toolmeeshaa fakkasaa
drawing canvaskal'oo fakkasaa
drawing objectwanta fakkasaa
drive away v.gussa gussita
drizzle v.gilgila lta; n. ebelee ni; gilgil; qachacha i; sorroo ni
drop areanaannoo ka??umsaa
drop shadowgaaddisa dugduubaa
drop-down arrowxiyya gadbuusaa
drop-down combo boxsanduuqa makaa gadbuusaa
drop-down listtarree gadbuusaa
drop-down list boxsanduuqa tarree gadbuusaa
drop-down menubaafata gadbuusaa
Dropdown Boxsaanduqa gadbuusa
dropout typeakaakuu harca??insaa
droughtcaamsaa, ongee, hongee
drunk mousehantutee mirmirfataa
drunk, intoxicatedmachaa'aa
dual-actuator hard diskbaxxee jabaataa BD lamee
duplex printingmaxxansa garlamee
duplication stationbuufata baayyisaa
duraa murarta; fiiga fiidda; miliqa lixxa
dynamic objectwanta kamaatii
e-mail accounteenyummeessa ergaa-e
e-mail addressteesso e-e(teessoo ergaa-e)
e-mail boxsanduuqa ergaa-e
E-mail Harvestermakara dhaamsa-e (dh-e)
e-mail messagedhaamsa dhaamsa-e
e-mail serverkaadimaa ergaa-e
e-mail....................ergaa
echo..........................bowwaa
edge connectorkornyoo qaree
edge..........................qarree
edit boxsanduuqa gulaallii
Edit Hyperlinkgeessituu gulaali
Edit Picturefakkaattii gulaali
Edit Serieswalfaannee gulaali
Edit Trustdhugeeffata gulaali
edit...........................gulaali
editor.....................gulaalaa
effect......................galtee
effective group IDW.E.gurmuu fulla'aa
effective user IDW.E. fayyadamaa fulla'aa
egghanqaaquu, buphaa, killee, okokkaa
elabai; lalleesa i; ree ni (both sheep and goats)
electionfilannoo, filmaata
electronic data interchange (edi)waljijjiira deetaa elektiroonikii (wde)
electronic mailergata elektiroonikii (ergata-e)
electrostatic printermaxxansa elektrostaatikii
embedded charttaattoo idaatii
embedded hyperlinkgeessituu ida'ame
embedded objectwanta ida'ame
enable...................dammaqsi
enclose..................marsi
encrption.........icciitessa
encrypt..................icciitessi
End of File (EOF)xumura faayilii (XF)
end userfayyadamaa maayyii
end user licensehayyama fayyadamaa maayyii
end user...............maamila ykn fayyadamaa
End-of-file (EOF)xumura faayilaa (XF)
end........................xumuri
Enhanced CDBH guddate (baxxee hurmamaa guddate)
Enhanced Graphics Displayagarsiisa saxaatoo guddate (GSG)
enhanced keyboardgabatee furtuu ida'ataa
enter.....................galchi/ce'i
Entire Networkcimdaa waamaraa
entry............galiinsa
entry....................galfata
envelope printermaxansaa batergaa
environmental protectionkunuunnsa naannoo
EPROMkuufanno dubis qofa sagaanteeffamee kanhaqamuu (KDQSH)
Equal Signmallattoo qixxee
Equation Editorgulaalaa qixxaatoo
Equation typesettingbarreessa qixxaatoo
erasable optical disk driveooftuu baxxee optikaala haqamaa
erase....................haqi
ergamtuuni (pi.) ergamtoota ti
Ergonomic keyboardgabatee furtuu ergonomiksiii
error barskabalaa dogongoraa
error messagedhaamsa dogongoraa
error, faultballeessaa, dogoggora
escape characterarfii cufiinsaa
escape codejijjiirraa lakkaddaa
especiallykeessattuu, keessattiyyuu, addatti, keessumattuu
evaluate..............madaali
even ifwhen added to a verb
event...................ta'ii/mudata
every...................kamuu
<a n