Oromoon qulqulluun gosa hin qabne hin jirtu. Oromoo biratti gosa ofii Wallaaluun salphina. Seera Sirna gadaatiin namni Oromoo tokko gosa, balbalaa fi hamma abba torbaatti lakkaa'uu qaba.
Hub:- Gosa ofii beekuun gosaan wal qooduu miti. Ati gosa kami? Gosoota Siikkoof Mandoo (Arsii Oromoo) tartiiba qubeetiin:
-

Abbakara

Abaar-gada

Abbayyii

Abaay-mannaa

Abbiyyuu

Abboo-ali

Abburee

Abdooyyee

Abboosa

Aboosara

Aboojota

Aboonii

Aboonyee

Abroonyee

Absiilaa

Adaamii

Adamoonyee

Adamtuu

Adaree

Adarshoo

Adulaala

Agaarfaa

Ajaamoo

Ajjuuran

Akkiyyaa

Allaa

Alii

Alkasoo

Allujaana

Amaa-lama

Amaalagoo

Ambeentuu

Amiinyaa

Amoonyee

Amuumaa

Anasa

Angeedda

Argamooyee

Ari’a

Arroojjii

Asallaa/Hasallaa

Asaltuu

Asalaxxuu

Asgala

Askaala

Ashamii

Asharaafa

Ashmiiraa

Ashuutee

Ataabaa

Atucha

Awaandallaa

Awacheeche

Awuljana

Aymaroo

Ayyuuba

—

Baabboo

Baadagosa

Baadaboo

Baadosa

Baallee

Baalle-Tamboo

Baamuda

Badii

Balee

Baammajjaa

Baammannaa

Baallakasa

Barii/Baarii

Barbachoo

Beebee

Beegoo

Biddiiqa

Bidiroosa

Biltuu

Biilaa

Bilduu

Bilbiloo

Birbiraa

Biyyaalee

Bochoroosa

Boqqojjii

Boorana

Bulgaduma

Buraara

Buubuu

Bashiiraa

—-

Camaca

Caatimannaa

Caatoo

Cawwaa

Ciimoo

Coofira

—-

Daddina

Daagulee

Daagooyyee

Daallee

Damina

Daayidaa

Danbii

Dange

Daawwee

Daraaraa

Daqeena

Daroo

Dawadiina

Deendaa

Diigaluu

Doodaa

Dodola

Doggomaa

Doomaga

Doonchoo

—

Dhaaye

—

Edamana

Eegoo

Eekkaa

Eessawwaa

Eljoo

—

Faarachuu

Faraca

Farsaana

Farrajjee

Farzaana

Finxoo

Funyamura

Futtallee

Fooloo

—-

Gaadoo

Gandaanshoo

Gaadullaa

Gaadulloota

Gaalama

Gaalamtuu

Gaatura

Galchoo

Garoraa

Gamboo

Gaddoo

Gannata

Garaadee

Garisoo

Garjeeda

Gasala

Geetara

Gimboota

Giraamaa

Goodola

Goofingira

Godaymannaa

Gomoora

Goonosa

Golanuura

Gotoo

Gur-daama

Gurraa

—

Haballosa

Habarnoosa

Habeebee

Habuubaa

Haburaa/Aburaa

Hachana

Hadaabbaa/Adaabbaa

Haddaa

Hadaagaa

Halangoo

Halchaana

Haliibana

Hamiishada

Hanbeentuu

Hanqaroosa

Hanqa-diina

Hanxoo

Harboo

Harawa

Hasana

Hasansaba

Hawaxxuu

Hawwaree

Hawwiyyaa

Haximannaa

Heebanoo

Heellaa

Heeraro

Heexamoosa

Heexosa

Heeydara

Hinseemana

Hoboltoo

Hodhituu

Hooransoo

Huduga

Humxee

Hubaachoo

Huphannoosa

Hurfee

Hurxuuba

—

Ibsaana

Ilaa

Ilaannii

Ilbaccaa

Iluu

Imara

Isleeymana

Itayya

—

Jaafara

Jawaara

Jaawwi

Jidda

Jiliinshaa

—

Kabiiroo

Kacharaa

Kanshee

Kanshituu

Karrayyuu

Karaara

Keetaa

Kojii

Kolooba

Konee

Korbeeyyii

Korminee

Kube

Kullishaa

Kulchee

Kubbaayyee

Kuyyara

—

Laaqii

Laajjemannaa

Laxamannaa

Leemmu

Leemmossa

Liimoo

Liyyee

Loodee

Lolee

—

Maadada

Maachamanna

Maamma-nuura

Manaakaba

Maankula

Maaydoo

Maazaza

Maccaana

Maccituu

Madarshoo

Maleekkoo

Marfoo

Maroo

Masara

Masaranjee

Mazara

Meettaa

Moddollee

Mora

—

Nagoo

Niitee

Niyyaara

Noonnoo

Nugee

—

Obaaymanna

Oborraa

Odoo-dara

Ogolchoo

Ogoddaa

Oliyyee

Oldolmannaa

Oydomannaa

Olbatannaa

—

Qaancaqooca

Qaafituu

Qaasoo

Qalboo

Qallallee

Qirbinyee

Qooggoo

Qoomaa

Qoorabdoo

—

Raasoo

Raaytuu

—

Saamana

Saamoo

Saasamanyee

Sabiroo

Sabitoo

Sabuna

Saddiiqa

Saddiiqoo

Shakmara

Saddoo

Sa’immannaa

Salmoolee

Sangoo

Shankoora

Sarbaayyee

Sarboo

Sibee

Seemannaa

Sikkisaa

Silxaana

Sinaana

Singiga

Siraaja

Soobbaa

Soolee

Suraara

Suudee

—

Shaakko

Shaalimannaa

Shafilaa

Shaamdee

Shaamida

Shanaka

Shawwadee

Shaadama

Shatura

Sheebbaa

Sheelada

Shiree

Shunee

—

Tamaama

Tafaalaxa

Taa’oo

Tuuquu

—

Ungaata

Ungaanyee

Urjii

Ulullee

Uruu

Usula

—-

Waadaa

Waageda

Wa’amanyee

Waajii -

Waqaalola

Waaqoo

Waata

Waariyoo

Washarmina

Weegee

Weerara

Walbatannaa

Wolaanshoo

Wolaa-sila

Wolee

Wolashee

Wondoo

Wooraguu

Woshimbira

Woxee

Woyyoo

Woxisannaa

—

Xapheena

Xeemoo

Xeerara

Xiijoo

Xooqayaa

—-

Yaabetaa

Yaaqutaa

Yabsaana

Yaayya

—

Zaranxallaa

----************-------
HUBACHIISA:
1-Gosa Arsii ta’ee kan maqaan hin dhahamin yoo jiraate, maqaa gosa sanii dhahuun, iddoo gosti sun baay’innaan itti argamu naaf ibsaa.
----
2- Lakki ka ati gosa jettee barreesite Gosaa miti balbala gosaati yoo jettan maqaa gosa inni jalatti argamuu, akkasumas iddoo/naannoo lafa Arsii kamitti akka balbalatti fudhatamu naaf eeraa.
----
Source : Seenaa Sikkoo fi Mandoo

1 COMMENT

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here