Inni kun yeroo baay’ee hanqina shammarroota irratti mul’atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul’ata.
❤️1- Jal-qaba irratti wal qunnamtii saalaa gahaa
raawwachuuf ilma namaatif sporti,bashannanuufi kkf
murteessa dha.
❤️2- Ija keessaa wal laaluun fedhii walii beekuu.
~ija keessa wal ilaaluun fedhii walii beekuun qaamni
keenya hundi wal qunnamtiidhaf akka qophaahu taasisa.
❤️3- Uffata halkanii marachuu dhiisuu fi ifaa dhaamsu
dhiisuun wal qunnamtii saalaa mi’eessa.
~inni kun yeroo baay’ee kan mul’atuufi fedhii walii eeguu
irratti dhiibba kan fiduudha. Jaalalleewwan lamaan uffata
haguuggatanii ifaa dhaamsanii yoo wal qunnaman;
A/ Wal arguu wan hin dandeennef isaan lachenuu wal
qunnamtii armaan dura raawwatan isheenis dhiira wajjiin
ciiste innis shamara waliin ciise ykn isheenis dhiira isa
irra bareedu innis shamara ishee irra bareeddu uf afoo
fiduun yaadatu wan dandahaniif.
B/ Yoo haguuggatan dafqi uumamuu wan dandahuuf fooliin
adda addaas uumamuu dandaha. Kanaaf haguuggii dhiisuu.
❤️4- Ija keessa wal ilaalaa harkaan rifeensa walii qaqqabuu
fi wal dhungachuu.
~ Ija keessa wal ilaaluun fedhii walii eegaa deemuu fi
tokko tokko dura akka fedhii hin xummurref gargara.
~ harkaan rifeensa walii qaqqabuun jaalala walii kan ibsu
fi natti tolaa jirtaf natti tolaa hin jirtuu kan ittiin
waliif ibsaniin yoo ta’u
~ Dhungoon immoo al tokko qofa wal qunnamtii saalaa
raawwatanii akka hin dhaabanneef fedhii duubaan jiru akka
uumuu fi wal qunnamtii akka mi’eessuf gargaara.
❤️5-Qulqulleessituu ykn gogsituu uf bira kaahuu fi Naannoo
qaama saalaa dhiqachuu.
~ Gogsituu uf bira kaahuun yeroo tokko tokko dhiirota
harka fedhiin dafee bahuu dandaha sila taheef; akka
fedhiin ishee hin qabbanoofnef dafanii gogsuun
barbaachisaa dha.
~ Al tokko fedhii isaanii yoo xummuran kan lammataatiif
itti fufuun wan dandahamuuf osoo gara 3ffaatti hin tarre
naannoo qaama saalaa innis taanaan keessattu isheen
dhiqachuun murteessa dha. Yoo dandahame immo akkuma fedhii
jalqabaa xummuraniin osoo kan lammataatti hin dabarre
dhiqachuun irra wayyaa dha.
Maddi: page keenya xalayaa jaalalaa