3. Sheek Bakrii Saphaaloo
Maqaa maatiin isaa baasaniif
Abuubakar Usmaan odaati, maqaan ittiin
beekkamu sheek bakrii saphalooti.
Maatii isaa irraa bara 1895 ti, oromiyaa, kutaa harargee,
aanaa gooroo guutuu,
ganda saphaloo ja’amu keessatti haadha isaati fi abbaa
isaa garaad usmaan odaa irraa dhalaatee,
Maqaan isaa Saphaloo jedhu kuniis maqaa iddoo dhaloota
isaarraa kan itti moggaafame tahuu isaati.
Seenaa Gabaabaa Sheek Bakrii Saphlaaloo
2. Dr.Hayilee Fidaa
Dr.Hayileen guddina Afaan Oromootiif gahee guddaa kan
bahaniifi Hayyuduree Seenaa Afaan Oromoo fi Sabni
Oromoo Afaan isaatiin akka dubbatu, dubbisu fi
barreessuufi gumaachaa olaanaa taphataniiru.
Seenaa Dr Hayilee Fidaa
Gahee Dr Hayilee Fidaa Taphatan-English
3.
Dr Sheek Mohaammad Rashaad Abdullee
Qubeen Afaan Oromoo Soddomii sadi(33),
isaan keessaa digdamii tokko dubbifamaa
shan immoo
dubbachiiftuu yommuu ta’an,
torba(7) immoo Qubee Dachaa/Cimdii
dha.
Seenaa Dr. Mohaammad Rashaad Abdullee
Seenaa Barreefama Afaan Oromootiifi Shoora Dr Mahammad Rashaad